Temesgen Mezgebu

Temesgen Mezgebu Oromoo fi Oromummaa

God 's goodness is infinite !
06/04/2025

God 's goodness is infinite !

What an amazing victory
15/12/2024

What an amazing victory

  gara galgalaa
15/12/2024

gara galgalaa

  Wallaggaa bakka hin buutu.Warri biyya ormaa teessee wallaggi akka lolaan lubbuun qote bulaa fi barataa akkasumas namoo...
09/05/2024

Wallaggaa bakka hin buutu.
Warri biyya ormaa teessee wallaggi akka lolaan lubbuun qote bulaa fi barataa akkasumas namoota qabeenya qabanii akka dhumu warri barbaaddan Wallaggaan bakka hin buutanuu nu dhiisaa.
Rakkoo nuti keessa jirru nutu beeka. Qabeenya qabnu gurgurannee qarshiin borsaa keessa nu hin bulu tokkotu dhufee fidi jedha. Yookiin immoo maatii kee keessaa tokko fudhatee nan ajjeessa moo qarshii fidda jedha. Uummanni naannoo biroo hojjetee yeroo duroomu nuti garuu quucaraa jirra. Kanaaf biyya abbaan fedhe haa bulchuu nuti nagaan baanee galuu fi misoomni keenya akka saffisu barbaanna. Namoonni baay'een loltoota fi loltoota mootummaa of fakkeessanii akka waan uummatichaaf qabsaa'aniitti hidhatanii uummata keenya qorqaa jiru. Kanaaf akka bishaaniitti dheebonne.

07/01/2024
Ta'eera Gaa'ila Eebbaa🙏❤
11/12/2023

Ta'eera Gaa'ila Eebbaa🙏❤

Lv
30/11/2023

Lv

30/11/2023

Guyyaan kun guyyaa Waaqayyo adda godhee itti nu eebbisedha!Thank you Lord🙏
23/09/2023

Guyyaan kun guyyaa Waaqayyo adda godhee itti nu eebbisedha!
Thank you Lord🙏

Address

Ilu Aba Bor
Nek'emte
METU

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Temesgen Mezgebu posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Temesgen Mezgebu:

Share