
07/09/2025
Ayyaana bara haaraa 2018 sababeefachuun deggarsa harka qalleeyyiif namoota sababa rooba jabaa yerroo darbeen mana issan irra buqqa’anii karaa W.M.Y.Calalaqii guyya har’aa (02/13/2017) tasifame.
Dabalataan namoota tumsuuf kan fedha qabdan karaa keessoo nu quunnamuu ni dandeesuu.