Wangeelaan wangeelaaf hojjenna

Wangeelaan wangeelaaf hojjenna kottaa mi'a lolaa keenya wangeela qabannee seexanichaan ni lollaati. gooftummaa yesuus dubbachaan jiraadha

Ulfaadhu
18/03/2022

Ulfaadhu

This Page Follow & Like (2 Qorontos 10 )
------------
15 Hojii namoonni biraa itti dadhabaniin safara malee of hin jajannu; yeroo amantiin keessan guddatu immoo, nuyis akka hojii Waaqayyo safaree nuuf kennetti, isin biratti nama guddaa akka taanu in abdanna.
16 Ammas nuyi isa namni kan biraa lafa hojii isaatiitti hojjetee qopheesseen utuu of hin jajin, isin garasitti iyyuu darbinee wangeela in lallabna.
“በሌሎች ድካም ያለ ልክ አንመካም፥ ነገር ግን እምነታችሁ ሲያድግ ከእናንተ ወዲያ ባለው አገር እስክንሰብክ ሥራችንን እየጨመርን፥ በክፍላችን በእናንተ ዘንድ እንድንከብር ተስፋ እናደርጋለን፤ በሌላው ክፍል ስለ ተዘጋጀው ነገር አንመካም።”
— 2ኛ ቆሮ 10፥15-16

Address

Yesuus Gooftaadha
Nek'emte

Telephone

+251919510852

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Wangeelaan wangeelaaf hojjenna posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Wangeelaan wangeelaaf hojjenna:

Share