Zenu Ramata

Zenu Ramata Student

02/11/2025

Ilalanii Adeemuu
Filatanii Dubbaachuu
Obsanii Jiraachuu Kan
Fakkaatu Hin jiruu

21/09/2025

jiruuf jechaa
Hilmaan namamoo

21/08/2025

Tokko dhumaa jira
Tokko dhufaa jira
INNI DHUMAA JIRU Kun dhibee kee fudhate yaddoo kee fe'atee qormaata kee baate Gadda kee sassabbatee galma Rakkina kee raase kan siif hin mallee yaasee hiyyummaa sirra kaasee haa darbu
INNI DHUFAA JIRU KUN Nagaa Addaa baate Jaalala hammate furmaata qabatee milkaa'ina baate nuf haa dhufuu

Miilaan Fiiganii Injifachuun Dura Ilaalchan Figanii Injifachuuutu Dursa.
09/07/2025

Miilaan Fiiganii Injifachuun Dura Ilaalchan Figanii Injifachuuutu Dursa.

17/06/2025

kan Eggaatan Dhibee
Hunduu Rakkisadha
Iddoon Falaa hin jiruu
Dubbiin Dubbatamuus
Egaa Yaddessadha
Hamileen Hin jiruu

Address

Walaga
Nek'emte

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Zenu Ramata posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share