Singer Temesgen Alemayehu page

Singer Temesgen Alemayehu page Nagaan mana ke adda Yesuus

Nadhibaam ilaalchi qe'ee namni irraa goreetti gortaaDadhabaa humna hin qabne nama kabajaa gootaa......
08/07/2026

Nadhibaam ilaalchi qe'ee namni irraa goreetti gortaa
Dadhabaa humna hin qabne nama kabajaa gootaa......

Faarfataa, Dr Dasse Duula eebbiifamii faarfannaa ajaa'ibaa Karra tokkicha. Dasalegn Dula
06/07/2026

Faarfataa, Dr Dasse Duula eebbiifamii faarfannaa ajaa'ibaa Karra tokkicha.
Dasalegn Dula

T...

Faarfataa Miliyoon Lijaabu baga waaqayyoo si gargaaree guyyaa kanan si ga'e kanatti dabale bara faarfanna hojechuun baas...
03/07/2026

Faarfataa Miliyoon Lijaabu baga waaqayyoo si gargaaree guyyaa kanan si ga'e kanatti dabale bara faarfanna hojechuun baasii guddaa nama gaafatu keessa yaalamaa faarfanna hojechuun nì ulfaata baga waaqayyoo inni si oolchee dabalee si gargaaree wal argaan keenya nama waaqayyoo du'u irraa oolche galata isaatiif dhaabe kana biratti sanbata kana waldaa Calalaqiitti sa'atii 7:30 irraa eegalee haa ta'u.

Wel come Dev
01/07/2026

Wel come Dev

Milkaa'i Inni du'a si oolche waaqayyoo Mo'iichaan si ha gaggeessu,waaqayyoo wa'iif nama Hambisa
27/06/2026

Milkaa'i Inni du'a si oolche waaqayyoo Mo'iichaan si ha gaggeessu,waaqayyoo wa'iif nama Hambisa

......... Eyyee sagalee keetii.
24/06/2026

......... Eyyee sagalee keetii.

​ @...

Woow faarfanna dinqii eebbifamii YooniYohanis Tolesa Page
24/06/2026

Woow faarfanna dinqii eebbifamii Yooni
Yohanis Tolesa Page

​ @...

Baga waaqayyoo si jiraachise kanaan si ga'e milkaa'i
24/06/2026

Baga waaqayyoo si jiraachise kanaan si ga'e milkaa'i

Yeroon faarfannaa barri weeddu ga'e
22/06/2026

Yeroon faarfannaa barri weeddu ga'e

Baga nagaan dhufte bareeddu ilmaa
21/06/2026

Baga nagaan dhufte bareeddu ilmaa

Address

3HR2+2FV
Nekemte
8151

Telephone

+251917581244

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Singer Temesgen Alemayehu page posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Singer Temesgen Alemayehu page:

Shortcuts

Share