Singer Gudisaa Abarraa

  • Home
  • Singer Gudisaa Abarraa

Singer Gudisaa Abarraa Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Singer Gudisaa Abarraa, Digital creator, .

Erm 20:11 Waaqayyo garuu akka loltuu jabaa fi sodaachisaatti anaa wajjin waan jiruuf, warri na ari'atan in kufu malee, ana hin mo'an;
Tajaajila kana Supoort gochu Warri fetan 1000250560528 CBE
013201123542800 Awash
1000072349648 CBO
Lak.bil 0917137295

Ayyaana Bara Haaraa baga geessan! Barri  haaraan  kun:- Kan nagaa, Kan gammachuu Kan jaalalaa,Kan eebbaa, fi kan Milkii ...
11/09/2026

Ayyaana Bara Haaraa baga geessan!
Barri haaraan kun:-
Kan nagaa,
Kan gammachuu
Kan jaalalaa,
Kan eebbaa, fi
kan Milkii isiniif haa ta'u.
Ayyaana Gaarii!!!

Linkii kana xuquudhaan gara Garee Araaraa fi Jireenyaa kottaa! ://t.me/God1s1
25/07/2026

Linkii kana xuquudhaan gara Garee Araaraa fi Jireenyaa kottaa!
://t.me/God1s1

23/07/2026
Ijaakee nan baasa dhaabadhuu ilaalii ani sii wajjinin jira jedheera Waaqayyo.
23/07/2026

Ijaakee nan baasa dhaabadhuu ilaalii ani sii wajjinin jira jedheera Waaqayyo.

Yeroo hundumaa Gooftaatti gammadaa!Biyya lafaa kana keessatti maddi gammachuu namoota baayyee akkaataa addaa addaan ibsa...
22/07/2026

Yeroo hundumaa Gooftaatti gammadaa!
Biyya lafaa kana keessatti maddi gammachuu namoota baayyee akkaataa addaa addaan ibsama
Gammachuun sababiidhaan dhufe sababiidhaan sokka
Garuu waan hundumaa kan caalu mijates mijachuu baatus Gooftaatti gammaduun gammachuu daangaa hin qamneedha.
Waaqayyo guddaa siin haa eebbisu!

Lolli kun kan Waaqayyooti.
17/07/2026

Lolli kun kan Waaqayyooti.

  #Obboleessa kana waggaa dheeradhaa jalqabeen beeka. Dargaggeessa qaxaleedha, Faarfataadha, hojjataadha akkasumas barre...
16/07/2026

#
Obboleessa kana waggaa dheeradhaa jalqabeen beeka. Dargaggeessa qaxaleedha, Faarfataadha, hojjataadha akkasumas barreessadha. Waldaa isaa keessattillee daddamaqinaan hojii Waaqayyoo hojjata. Ammammoo goftan isaa gargaaree kitaaba mata dureen isaa "Qumbii" jedhu barreessee dubbistoota qaqqabsiisuuf qophii isaa hunduma xumureera. Eebbi kitaabichas dilbata dura keenya jiru kana Galma Hoteela Daallee Laga Xaafotti sa'ati 7:30 irraa eegalee sirna ho'aadhan eebbifama. Kanaaf dhaqne obboleessa Kenya kanatti jaalala qabnu haa ibsinu.

Koorsaakoo baga gargaaramte ammas milkaa'i.🥰

Biyya lafaa kana keessatti namni hamaatti si Kennu nama sirraa fagoo jiru jettee hin eegin!Isa sitti dhiyoo jiru irraa o...
16/07/2026

Biyya lafaa kana keessatti namni hamaatti si Kennu nama sirraa fagoo jiru jettee hin eegin!
Isa sitti dhiyoo jiru irraa of eeggadhu!

Darbii humna maqaa Yesuusiin!
10/02/2026

Darbii humna maqaa Yesuusiin!

Address


Telephone

+251917137295

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Singer Gudisaa Abarraa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

  • Want your business to be the top-listed media company?

Share