Leka press

Leka press Providing new and true information to the society

22/01/2021

"page"kana yoo hordoftan guyyaa guyyaa odeeffannoo haaraa kamiyyuufi Beekisisa hojii yeroo argatu.

18/01/2021

Bariisaa: Haalli ijoollummaa keessanii hoo maal fakkaata ture?
Luba Balaay: Ani ijoollummaa kootti akka warra kaanii mana barnootaa idilee osoo hintaane gara barnoota amantiittin qajeele.
Barnoota amantii kanas iddoo dhalootaatti eegaluudhaan booda immoo barsiisaa koo wajjin Gadaamii Dabra Libaanositti galee barumsa ittifufe.

Osoo achitti barachaa jirruu booda keessa taabotni Gabreelii ganda ani itti dhaladhetti dhaabbate.

Yeroo kanatti maatiin kiyya immoo deebi’ee dhufee akkan achitti ‘qaddasu’ ykn tajaajiluuf na gorsanii achitti na fudhatan.
Barnoota ‘qinee’ barachuuf laga Abbayyaa ce’ee gara Goojjamitti imaluun barumsasaa hordofeera.
Caalaatti immoo barnoota amantii baay’inaan kanin baradhe Gadaamiiwwan Dabra Libanosiifi Ziwaayitti. Barnootonni kunniinis waa’ee qo’annoo Macaafa Qulqulluurratti kan xiyyeeffataniidha.
Bariisaa: Mee wanti gara amantiitti akka dhuftan isin taasise maali?
Luba Balaay: Sababni inni guddaan akka gara barnoota amantiitti akka dhufu na taasise maatii kiyya. Keessattuu abbaan koo bakka ofiisaatii ga’uu dadhabe akka anu ga’u hedduu hawwu turan. Barnoota amantii hamma tokko erga baratanii booda akaakayyuunkoo gara manaatti akka deebi’an isaan dirqisiisee ture.
Kana waan ta’eef abbaankoo dheebuu barnoota amantiirratti ofiisaaniitiif qaban sana karaa kootiin akka dhugoomuuf garasitti na jajjabeessaa turaniiru.
Dhibbaan gara maatiitiin jiru akkuma jirutti ta’ee garuu anis barnoota amantiirratti fedhii guddaan qaban ture. Dabalataan immoo taabonni haaraa ganda keenyatti dhaabbachuun kaka’umsi cimaan akka uumamu taasisuu danda’eera.
Sana booda bara Dargii keessa yemmuu barnootni bu’uuraa eegalamu immoo gara barnoota idileetti makame.
Barnoota idilee kutaa 1fa hanga 12fatti yemmuun baradhus taanaan garuu barnoota isa amantiis addaan hinkunne ture. Keessattuu Qiddaasee yeroo tokkoofis addaan kutee hinbeeku.
Yeroo tokkotti barnoota amantiifi idilees walcinaa barachaatuma ittifufe.

18/01/2021

በኢትዮጵያ ተጨማሪ 423 ሰዎች የኮሮና ቫይረስ ተገኘባቸው።

ባለፉት 24 ሰዓታት ውስጥ በተደረገ 4,788 የላቦራቶሪ ናሙና ምርመራ 423 ሰዎች በኮሮና ቫይረስ መያዛቸው ጤና ሚኒስቴር አስታወቀ ።

በአጠቃላይ እስካሁን በቫይረሱ የተያዙ ሰዎች ቁጥር 131,195 ደርሷል።

በሌላ በኩል 102 ሰዎች ከበሽታው ያገገሙ ሲሆን በአጠቃላይ እስካሁን ድረስ 116,147 ሰዎች ከበሽታው አገግመዋል።

ከ 350 በላይ ቦታዎች በ0አመትAddis Abeba Health Bureau
17/01/2021

ከ 350 በላይ ቦታዎች በ0አመት
Addis Abeba Health Bureau

17/01/2021

የሥራ ማስታወቂያዎችና የሚሰሩ የማጭበርበር ሥራዎች!

በተለያየ ጊዜ የሥራ ማስታወቂያዎች ተለጥፈው አልያም ሥራ እናገናኛችኋለን ተብሎ 'የደሞዝ ግማሽ' ፤ 'ቅድሚያ ክፍያ'፤ 'ይሄን ያህል ፐርሰንት' ክፈሉ እያሉ የሚያጭበረብሩና በዚህም የሚታለሉ ሰዎች ቁጥር ቀላል የሚባል አይደለም።

አሁን አሁን ሥራ ፈላጊውን በደምብ ለማሳመን ሲባል ተቋማት የሚያወጡትን ማስታወቂያ ተከትለው የተሳሳተ ነገር በመፍጠር ገንዘብ በመሰብሰብ ህዝቡን እያጨበረበሩት ይገኛሉ።

ለአብነትም የኢትዮጵያ ኮንስትራክሽን ሥራዎች ኮርፖሬሽን ያወጣውን የሥራ ማስታወቂያ ተከትሎ 'ሥራውን ለማግኘት፤ ፈተናውን ላይ ለመገኘት ይሄን ያህል ብር ክፈሉ' እያሉ ከተፈታኞች ገንዘብ ሲያጭበረብሩ እንደነበር የቲክቫህ ቤተሰቦች ገልጸዋል።

በርግጥ መስሪያቤቱ የተፈታኞችን ዝርዝር ከስልክ አድራሻቸው ጭምር በቴሌግራም ገጹ ማውጣቱ አግባብነት የለውም ይልቁንም ካለው ላይ ይበልጥ ተጋላጭ ያደርጋቸዋል።

ችግሩ ግን አንድ አይደለም ማጭበርበሩ በኢንተርኔት ካፌዎች በመጠቀምና በሌሎች መንገዶች ጭምር እንደዚህ አይነቱ ሥራዎች እንደሚሰሩ የሚደርሱን ጥቆማዎች ያሳያሉ። በተለይ ወቅቱ አዳዲስ የሥራ ፈላጊዎች ይበዛሉና መጠንቀቅ ያሻል።

ለመላው የክርስትና እምነት ተከታዮች እንኳን ለብርሃነ ጥምቀቱ በሠላም አድረሳችሁ!
17/01/2021

ለመላው የክርስትና እምነት ተከታዮች እንኳን ለብርሃነ ጥምቀቱ በሠላም አድረሳችሁ!

Uummatni Itoophiyaa Hundi Baga Ayyaana Cuuphaa Nagaan Geessan!
17/01/2021

Uummatni Itoophiyaa Hundi Baga Ayyaana Cuuphaa Nagaan Geessan!

17/01/2021

Eenyummaa
Shamarran Oromoo lakkoofsaan 30 ta'an maqaa 'Waldaa Dubartootaa Finfinnee' jedhu moggaafatanii magaalaa Finfinnee keessatti sabboonummaa Oromoo dagaagsuuf hojjechaa jiru.

17/01/2021

ላፕቶፕ ስንገዛ ማወቅ እና ማየት ያለብን ወሳኝ ነጥቦች
1 የመሳሪያ ስርዓት (Operating system)
2 የስክሪን መጠን (Screen Size)
3 ሲፒዩ(CPU)
4 ራም(RAM)

* Wachamo University* Mekedela Amba Universityየዋቸሞ ዩኒቨርሲቲ በተለያዩ ትምህርት መስኮች በመጀመሪያ እና በሁለተኛ ዲግሪ ለ7ኛ ጊዜ ያሰለጠናቸውን ተማሪዎች ዛሬ ...
17/01/2021

* Wachamo University
* Mekedela Amba University

የዋቸሞ ዩኒቨርሲቲ በተለያዩ ትምህርት መስኮች በመጀመሪያ እና በሁለተኛ ዲግሪ ለ7ኛ ጊዜ ያሰለጠናቸውን ተማሪዎች ዛሬ አስመርቋል።

ዛሬ ከ6 ኮሌጆች በአጠቃላይ 3,302 ተማሪዎችን ያስመረቀ ሲሆን ከነዚህ ውስጥ 1,176ቱ ሴቶች ናቸው።

በሌላ በኩል መቅደላ ዓምባ ዩኒቨርሲቲ በተለያዩ የትምህርት መስኮች ያሰለጠናቸውን 824 ተማሪዎች ለመጀመሪያ ጊዜ ያስመርቃል።

480 የሚሆኑት በዋናው ግቢ ዛሬ የተመረቁ ሲሆን ቀሪዎቹ (በቢዝነስና ኢኮኖሚክስ ግቢ) በነገው ዕለት እንደሚመረቁ ታውቋል::

16/01/2021

በመተከል ዞን ዘጠኝ ሰዎች ተገደሉ።

በዛሬው እለት ጥር 8/2013 በመተከል ዞን ቡለን ወረዳ በኤኮንቲ እና በቁጂ ቀበሌ ዘጠኝ ንፁሀን ዜጎች መገደላቸውን አዲስ ማለዳ ጋዜጣ ዘገበ።

ማንም ሰው መሳሪያ ይዞ እንዳይንቀሳቀስ እና የሰአት ገደብ በተጣለበት መተከል ዞን ዛሬም ግድያ ተፈፅሟል ሲሉ ነዋሪዎች ተናግረዋል።

የተገደሉትም ዜጎች መሳሪያ መያዝ ክልክል መሆኑን ተከትሎ ራሳቸውን መከላከል በማይችሉበት ሁኔታ ወደ እርሻ ቦታቸው በማቅናት ሳሉ መገደላቸው ነው የተገለፀው።

ምንጭ፦ አዲስ ማለዳ ጋዜጣ

Address

Hojii Dhugaa
Nekemte
251

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Leka press posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share