Haa Deemnuu Ijoollee

Haa Deemnuu Ijoollee Haa Deemnu Gara Buufata isaa

 #✍Maqaa abbaa kani ilmaa kani afuraa qulquluu waqayyoo tokkoo Ameen Ameen Ameen🙏 #✍Nagenyiif jalalii  waqayyoo siif yaa...
20/04/2024

#✍Maqaa abbaa kani ilmaa kani afuraa qulquluu waqayyoo tokkoo Ameen Ameen Ameen🙏

#✍Nagenyiif jalalii waqayyoo siif yaa baay,atu matiwaan waqayyoo biyyaa kessaafi biyyaa hanibaa kan jirtaa hundaa kessanifi🙏🤲❤

#✍ matiwaan waqayyoo gahee kenyaa yaa bahanuu xiqadhaa gudadhaa osoo hin jedhiin adaraa waqayyoo biraa hin darbinaa waliif godhaa waqayyoon nuu yaa gargaruu jechaa wantaa nuraa egamuu qabuu gahee kenyaa yaa bahanuu

✍ mana kiristanaa qulquluu yohanis cuphaa kutaa Lalabaa salalee mana lubbumaa annaa hidhabuu abotee magalaa ejeree kessattii kani argamuu ijarsaa jamaramee balbaliif maskotiin osoo ittii hin gaxamamiin jiraa matiwaan waqayyoo irrattii hirmanee biri tokko lamaa osoo hin jedhiin barkataa kana yaa qodanuu adaraa waqayyoo imanaa sinittii yaa ta,uu

11/02/2023
15 🙏
23/01/2023

15 🙏

13/01/2023

🙏🙏🙏
03/01/2023

🙏🙏🙏

13/04/2022

Maqaa isaa farfachuutti hin qaanofnu

Address

Ejeree
Oromia Region

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Haa Deemnuu Ijoollee posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Haa Deemnuu Ijoollee:

Share