
19/04/2024
Vidiyoo irratti badii namichaa kan ibsu waanti tokko hin jiru. Karaa biraan ammoo Jara sana eenyummaa isaaniin qofa baay'ee akka isaan dararru ibsa viidyichi.
Jaanjoo keenya fayyadamanii guyyaa walakkaa maqaa balleessii hanga kana gahu yoo nurratti hojjetan arguun baay'ee nama aarsa. Yoo xiqqaate ijoollee keenya University naannoo jaraatti barataniif illee hin yaadaa!