Esayas Abra

Esayas Abra Jireenyaaf malee jiruuf hin jiraadhu An kan isa na fo'ateeti,nama nan jaaladha,fayyuu isaas nan hawwa!

29/08/2025

Yaa gooftaa, ati gaarii dha,
jaalala keetiinis namaaf
cubbuu isaa in dhiifta,
warra si waammatan hundumaafis
gaarummaan kee in baay'ata.
Faarfannaa 86:5

Gaarummaa keetuAraara keetuna jiraachisa!malee anoo homaa miti Waaqakoo
25/08/2025

Gaarummaa keetu
Araara keetu
na jiraachisa!
malee anoo homaa miti Waaqakoo

24/08/2025

Yaa Waaqayyo gooftaa maccaa,
iddoon buufata kee maal maal namatti tolaa!
Faarfannaa 84:1

23/08/2025

Karaa dheeraa wajjiniin deemne,gaaftokkolle qofaa nan dhiisne 🙏

23/08/2025

FAAYIDAALEE AVUKAADOO
Avukaadoon ilma namaatiif faayidaa baayyee qaba. Moggaasa "Kuduraa fayyaa ilma namaaf baayyee barbaachisu"(healthy fruit) jedhamees beekkama. Avukaadoon qabiyyee baayyee of keessaa qaba:- fknf Viitaminoota, Albuudota garaagaraa fi kanneen biroo heddu eeruun ni danda'ama.
Faayidaaleen Avukaadoo lakkoofsan heddu ta'anis isaan keessaa muraasni:-
1.Dandeettii dhibee dandamachuu qaama keenyaa (Immunity)dabaluuf ni gargaara.
2.Bullaa'insa nyaataa si'eessuufi dhukkuba garaachaa nutti fooyyessuuf ni gargaara.
3.Foolii badaa afaanii (halitosis) ni hir'isa.
4.Fayyummaa qaamoota keenyaa jiraachuuf baayyee barbaachisaa ta'an kan akka tiruu,Onnee,Kalee fi ija keenyaa ni eega.
5.Fayyaa lafee keenyaas ni eega, darbees dhukkubbii busaa qaamaa ( arthritis) ni ittisa
6.Fayyummaa gogaa qaama keenyaa fi rifeensa keenyaa ni eega, kana gochuun gogaan keenya akka bareeduu fi Miidhagu ni gargaara.
7.Dhibee Kaanserii garaagaraa kanneen akka Kaanserii mar'ummani, Garaachaa, Rajiijii,fi Fixee gadameessaa ittisuuf ni gargaara
8.Ulfaatina qaamaa madaalawaa ta'e qabaachuuf ni gargaara; akkasumas dhibeewwan furdina garmaale waliin walqabatanii dhufan hir'isuufis ni gargaara
9.Gogiinsa garaa darbees dhibee Kintaarootii ittisuufis ta'ee yaaluuf fuduraa fi kuduraaleen hunduu gahee qabaatanis abukaadoon garuu isa hangafaa
10. Dhiphina fi yaaddoo hamaa(Depression) ni hir'isa.
11.Dubartootni ulfaa yoo fayyadaman rakkoo yeroo ulfa isaan muudachuu danda'u kan akka ol- guuru fi haqqee hamaa (Hyperemesis gravidarum), bahuu ulfaa(abortion) ni ittisa, akkasumas daa'ima fayyaa qabu argachuuf baayyee gargaara.
Kanaaf abukaadoo kan isiniif danda'amu yoo ta'e guyyaa guyyaan ganama ganama ija tokko tokko ykn ija tokko tokko torbanitti guyyaa 3 nyaachuun gahaadha.
Yeroo Avukaadoo fayyadamtan qulqullinna keessan sirriitti eeggachuu hin dagatina.
Galatoomaa!!!
©Dr.Caalaa Didhaa

07/08/2025

Qorrasaa 🫣
maal ijooo

06/08/2025

Karaa karaan hin jirre karaan nuuf bahe karaa gara abbaatti geessu karaa Yesuusidha !

...Joortuu lubbuukootu sitti baqate !
03/07/2025

...Joortuu lubbuukootu sitti baqate !

Address

Dembi Dolo
Oromia Region

Telephone

+251912935104

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Esayas Abra posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share