Wabe shabalee

Wabe shabalee woggaa kumaa hin jiraadhuu
Akka dhagaa fi surraa bagaan
Oromoo ta’e carraan koo isa
Dura.❤💚

29/04/2025

- Taajjabbii irra si hambisa
~ Hamtuu irraa nama eega
~ Of-eeggannoo namaaf labsa
~ Amala qabeessa nama taasisa
~ Gara laafummaa nama barsiisa
~ Sammuu nama ballisa
~ Madaaluuf nama gargaara
~ Olaantummaa nama gonfachiisa!!

  ......
29/04/2025

......

 Osoo ppn dirqamaan isin hin guurre dursaatii Karaa caasaa Qeerroo Bilisummaa Oromoo naannoo keessan jiruun WBOtti of Ga...
27/04/2025


Osoo ppn dirqamaan isin hin guurre dursaatii Karaa caasaa Qeerroo Bilisummaa Oromoo naannoo keessan jiruun WBOtti of Gabaasaa.
Warreen dirqamaan guuramtan immoo yeroo Leenjiirraa baatanii WBO loluuf dhuftan Harka kennadhaa malee hin dhukaasinaa.

    ❤💚❤✊✊💪💪
16/04/2025





❤💚❤✊✊💪💪

✍️𝐆𝐮𝐲𝐲𝐚𝐚 𝐆𝐨𝐨𝐭𝐨𝐭𝐚𝐚 𝐎𝐫𝐨𝐦𝐨𝐨 Guyyaa Gootota Oromoo 𝐄𝐛𝐥𝐚𝐚 15/2025 𝐐𝐚𝐛𝐬𝐚𝐚𝐰𝐨𝐨𝐭𝐚  𝐥𝐮𝐛𝐛𝐮𝐮𝐧 𝐚𝐦𝐦𝐚 𝐣𝐢𝐫𝐚𝐚𝐧𝐢 𝐟𝐢 𝐐𝐚𝐛𝐬𝐚𝐚𝐰𝐨𝐨𝐭𝐚 𝐝𝐢𝐫𝐫𝐞𝐞 𝐪𝐚𝐛...
16/04/2025

✍️𝐆𝐮𝐲𝐲𝐚𝐚 𝐆𝐨𝐨𝐭𝐨𝐭𝐚𝐚 𝐎𝐫𝐨𝐦𝐨𝐨
Guyyaa Gootota Oromoo
𝐄𝐛𝐥𝐚𝐚 15/2025 𝐐𝐚𝐛𝐬𝐚𝐚𝐰𝐨𝐨𝐭𝐚 𝐥𝐮𝐛𝐛𝐮𝐮𝐧 𝐚𝐦𝐦𝐚 𝐣𝐢𝐫𝐚𝐚𝐧𝐢 𝐟𝐢 𝐐𝐚𝐛𝐬𝐚𝐚𝐰𝐨𝐨𝐭𝐚 𝐝𝐢𝐫𝐫𝐞𝐞 𝐪𝐚𝐛𝐬𝐨𝐨 𝐢𝐫𝐫𝐚𝐚 𝐚𝐦𝐦𝐚 𝐟𝐚𝐥𝐦𝐚𝐚 𝐣𝐢𝐫𝐚𝐧𝐢𝐢𝐟 𝐛𝐚𝐠𝐚 𝐠𝐮𝐲𝐲𝐚𝐚 𝐤𝐚𝐧𝐧𝐚 𝐠𝐞𝐬𝐬𝐚𝐧

12/04/2025
Kakuu dhugaa sanakunoo har'ayyuu baanneeBeelaaf dheebuu hin jenneyoo   arganne    nyaanneeRakkoo gammoojjiif baddaaqabso...
11/04/2025

Kakuu dhugaa sana
kunoo har'ayyuu baannee
Beelaaf dheebuu hin jenne
yoo arganne nyaannee

Rakkoo gammoojjiif baddaa
qabsoodhaaf obsinee
roobaaf aduu hinjennee
dhiiga itti cobsinee

sadoo rakkoo sodaannee
hamilee waliif laachaa
dhiibbaa keessaaf alaa
saggoorratti baachaa

dabaaf daandii dharaa
hundeetti buqqisaa
gantuuf sanyii yaraa
lolaa kukuffisaa

kunoo har'ayyuu jirra
oromiyaa keessa
ejjennoon keenyas
akkuma kaleessaa

Jijjiirama jechuun
akkana yoo siif gale
💚❤💚

02/04/2025

Waliin Dr Zakir Naik – Itti fufeen jira! Walitti aansee ji'a 6f deeggaraa olaanaa ta'eera. 🎉

Naannoo Affaaritti Voolkaanoo dhooheen guyyaa har'aa aarri lafa keessaa ol ba'u mul'achaa kan ture, yeroo ammaa Halkan k...
03/01/2025

Naannoo Affaaritti Voolkaanoo dhooheen guyyaa har'aa aarri lafa keessaa ol ba'u mul'achaa kan ture, yeroo ammaa Halkan kanaan kunoo Voolkaanoon ibidatti jijjiiramee haala suuraa irratti argitaniin baay'ee kan nama sodaachisuudha!!

Rabbiin ummata keenya naannoo sanaa nuuf haa tiksu!

Amajjii 1 guyyaa Sena Qabbessa Baga nagaan geessan! Jaallan golee Oromiyaa Marti fi Oromon biyyoota Addunyaa Irra jirtan...
02/01/2025

Amajjii 1 guyyaa Sena Qabbessa Baga nagaan geessan! Jaallan golee Oromiyaa Marti fi Oromon biyyoota Addunyaa Irra jirtan martinuu Baga ittiin sin ga'ee .

Jawar MohammedDhimmi kun ija hubannoon ilaaluun bareedaadha. Itoophiyaa fi Keeniyaa dhimma waloo isaanii irratti marii g...
01/01/2025

Jawar Mohammed
Dhimmi kun ija hubannoon ilaaluun bareedaadha. Itoophiyaa fi Keeniyaa dhimma waloo isaanii irratti marii godhuu har'a adeessan. Dubbiin kun yeroo kab Jawar Mohammed jachoota Akka Niikuleera gara Itoophiyaa dhukaasaa jiruutti dhagahame. Waanuma hundaafuu Hayyichi diimaan nageenya isaa kan duraa caalaa cimsee of eeguu qaba. Jaarraa 21ffaa keessatti social media akkaan dhiibbaa qaba. Mootummaa 2ffaadha jachuun ni danda'ama! Kanaaf Hayyichi diimaan sirriitti of eeguu qaba. Nama dhugaa dubbatu Rabbiitu waliin dhaabbata! Dhugaan ni mooti!

Address

Oromiyaa

Telephone

+251911865318

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Wabe shabalee posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Wabe shabalee:

Share