Madda jireenyaa

Madda jireenyaa Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Madda jireenyaa, Digital creator, Robe.

10/09/2025


Barattoota bara kanaa qorumsaa
kutaa 12ffaa qoramaan keessaa 450,000 ol kan ta'an 26% gadi fidan

Kana jechuun 150/600 gadi fidan jechuudha

Professor Birhanu Neggaa

follow me
Odeeffannoo waltahaa halaa yeroo waliin argachuuf dabbaal follow ...share
👇👇👇https://www.facebook.com/abdella9971

09/09/2025
09/09/2025
Kun dhugaawwan laga Abbaayiin walqabatuudha. Our leadership, Dr Abiy Ahmed, has shown the world that Ethiopia is a rich ...
09/09/2025

Kun dhugaawwan laga Abbaayiin walqabatuudha. Our leadership, Dr Abiy Ahmed, has shown the world that Ethiopia is a rich land.

Congratulations the blues
13/07/2025

Congratulations the blues

12/07/2025

Lafa Arsiitiin Wal Baraa """"""""""""""''''""""""""""""""""""""""""""
Arsiin Gosa Oromoo Guddaa yoo tahuu ilmaan lama qaba Sikkoo fi Mandoo Ilmaan Arsee Sikkoo fi Mandoo laga waabee gamaa gamana Gadab,Dida’a Albasoo fi Baalee keessaa jiraatu.Kanumaaf yeroo baay’ee Arsii waabee gamaa fi Arsii waabee gamanaa jedhanii waamu Akka gadaa Oromooti Arsiin dhadacha 20 qaba Akka Sirna bulchinsa ammatti Arsiin Godinoota Afurii {4} fi Aanota jahaatamii Afur {64}qaba. 👇


1 Laga Hidhaa
2 Sawweena
3 Gindhir
4 Bulchinsa Magaalaa Gindhir
5 Raayituu
6 Dawwee Saraar
7 Dawwee Qachaan
8 Gololcha


1 Agarfaa
2 Diinshoo
3 Barbaree
4 Gurraa dhaamolee
5 Dallo Mannaa
6 Madda Walaabuu
7 Harannaa Bulluq
8 Gooroo
9 Goobaa
10 Sinaana
11 Magaalaa Roobee
12 Magaalaa Goobaa
13 Gaasara


1 Amiinyaa
2 Asakoo
3 Asallaa
4 Balee Gasgaar
5 Collee
6 Digaluuf Xiijoo
7 Diksiis
8 Doddota
9 Inqoloo Waabee
10 Gololchaa
11 Guunnaa
12 Heexosa
13 Jajuu
14 Leemmuuf Bilbiloo
15 Loodee Heexosaa
16 Martii
17 Muunessaa
18 Roobee
19 Seeruu
20 Siree
21 Sirka
22 Suudee
23 Xiichoo
24 Xiyyoo
25 Zuwaay Dugdaa
26 Shanan Kooluu


1 Adaabbaa
2 Dodolaa
3 Gadab Asaasaa
4 Kofolee
5 Kokkosaa
6 Qoree
7 Nansaboo
8 Siraaroo
9 Shaallaa
10 Bishaan Gurraacha
11 Wanadoo Gannat
12 Heebaan
13 Arsii Nageellee
14 Bulchinsa Magaalaa Nageellee
15 Shaashamannee
16 Bulchinsa Magaalaa Shaashamannee
17 Bulchinsa Magaalaa Dodolaa

Tens of thousands of new taxpayers have entered the VAT system - Mayor Adanech AbebeAddis Ababa, July 4, 2017 (FMC) 10 t...
11/07/2025

Tens of thousands of new taxpayers have entered the VAT system - Mayor Adanech Abebe

Addis Ababa, July 4, 2017 (FMC) 10 thousand new taxpayers who did not pay VAT before the last year have been concluded, the mayor of Addis Ababa city administration Adanech Abebe said.

The 3rd Addis Ababa council 4th year working year 4th regular assembly is underway.

It is clear that the administration of the city of the assembly has planned to collect 233 billion birr in the budget year and has been able to achieve it completely.

Mayor Adanech Abebe said in his council: The secret of income growth is to work with strength and knowledge, widening the income base, improving guidelines and procedures that expose tax evasion and using technology.

It has been mentioned that 10 thousand taxpayers who have not paid VAT for ABINET have been allowed to enter the VAT system.

Private institutions collect salary tax from employees but not revenue for government. In the last budget year, more than 3 points 2 billion birr has been collected.

In addition, they realized that new taxpayers are entering the tax system as there is a wide range of job opportunities.

He mentioned that the land lease and the uncollected taxes were collected by checking where there are, they said that a structural system has been created to ensure the quality and authenticity of the audit findings.

They said that if there are some audit findings that are not correct or inappropriate, it will be decided by the taxpayer and if there are some hidden findings that are inappropriate audit findings will be funded by the government.

The Adwa victory memorial, new convention center, parks and other new projects built in the capital have indicated that they are getting income.

Merchants in Merkato have been allowed to enter the tax system by issuing a business permit and getting into the tax system because it will increase the income of the city.

However, the mayor has pointed out that there are 100 thousand including Mercato that have not entered the tax system, so they will work to bring it into the tax system.

Watching on the cruise ship

Raayyaa Ittisa Biyyaa Izii Daalool Birmadummaa Biyyaa Kabachiisuu Irratti Argamaniif Simannaa Ho'aan Taasifame.Bulchiins...
11/07/2025

Raayyaa Ittisa Biyyaa Izii Daalool Birmadummaa Biyyaa Kabachiisuu Irratti Argamaniif Simannaa Ho'aan Taasifame.

Bulchiinsa Magaalaa Aggaarootti Raayyaa ittisa biyyaa Izii Daalool birmadummaa biyyaa kabachiisuu irratti argamaniif simannaan ho'aan taasifameera.

Simannaa kanarratti Kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa Aggaaroo Obbo Naziif Mahaammadamiin,Ittigaafatamaan Waajjiira Paartii Badhaadhinaa Magaalaa Aggaaroo Obbo Ayyalee Qanaatee dabalatee koree qindeessituu magaalaa fi abbootiin amantaa argamaniiru.

30/06/2025

Watch, follow, and discover more trending content.

23/01/2025

Ibiddi bosona haaraa fi guddaan Los Angeles keessatti ka'e

Ameerikaa kutaa Kaalifoorniyaa magaalaa Los Anjeelees kutaa kaabaa keessatti ibiddi bosona haaraa fi guddaan mudateera.

Ibidda bosona kaleessa galgala jalqabee fi sababa qilleensa saffisaan socho’aa jiruun babal’achaa jiru kana to’achuuf halkan guutuu hojjettoonni ibiddaa hedduun hojjechaa turaniiru. Kunis balaa ibiddi kun du'aa fi badiisa dabalataa fiduu danda'u kaase.

Ibiddi bosonaa kun hanga ammaatti lafa heektaara kuma 3 fi 800 ol barbadeessee jira jedhameera. Ibidda kana hordofuun namoonni 31,000 ta'an mana isaanii akka gadhiisan ajajni kennameera.

Kana malees namoonni gara kuma 23 ta’an of eeggannoodhaan akka qophaa’an akeekkachiifameera. Hidhamtoonni 500 ta’an mana hidhaa naannoo sanaa irraa gara iddoo biraatti jijjiiramuu himama.

Hanga ammaatti ibidda saffisaan gubaa jiru naannoo Castaic Lake, kaaba Los Angeles, to’achuuf; Namoonni ibidda dhaamsan gara kuma 4 ta’an gargaarsa xiyyaarota ibidda dhaamsan hedduutiin lolaa akka jiran himamaa tureera.

Ibiddi cimaan lubbuu namaas ta’e qabeenya namaa irratti miidhaa tokkollee akka hin geessisne akeekkachiifameera.

Castaic magaalaa haroo ganna daawwattoota hedduu hawwattu yoo taatu, ummata gara 19,000 qabdi. Garuu ibiddi kun paarkii gaara Magic Mountain fi magaalaa Santa Clarita kan namoota gara 224,000 keessa jiraattutti dhihoo ta'uun isaa balaa fida.

Hogganaan balaa ibiddaa Los Angeles County Anthony Marrone akka jedhanitti, "haalli jiru daayinamikii waan ta'eef ibiddi kun to'achuun rakkisaadha, garuu ammallee to'achaa jirra," jedha Well Street Journal.

Ammas qondaaltonni akka jedhanitti, akeekkachiisni haala ibiddaa balaafamaa hanga Jimaata ganamaatti hojiirra oola. ''Haalli gogiinsa naannoo balaadhaaf saaxilee jira,'' jedhan.

Gama biraatiin ibiddi Eaton fi Palacides kan guyyoota 16 dura magaalaa Los Angeles fi naannoo ishee keessatti ka’e irraa kan ka’e hamaa ta’uu isaa himamu amma gubachaa akka jiru ibsameera.

Ibiddi bosona Eaton hanga ammaatt

Address

Robe

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Madda jireenyaa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share