Oromoo Deggartoota YNWA LFC$

Oromoo Deggartoota YNWA LFC$ 🇬🇧 liverpuul mootii England 🇬🇧
➕You'll Never walk Alone➕

Maalif akka tahee hin beekuu gurbaa qimami kana baay'eemaan jaalladhaa na mararas, hanga ammatti amallisaa amala type na...
07/07/2026

Maalif akka tahee hin beekuu gurbaa qimami kana baay'eemaan jaalladhaa na mararas, hanga ammatti amallisaa amala type namoota callisaaniitumaa na mararaniidha,isaa mararsifachuu irraa kanka'ee suuraasaa miidiyaa kana irratti hoggaan argees miiraan darbee ijaa mararsifannaan mullaadheen save godhadha🥹

Anaf best koo yeroo mara dursaa garee Barcelona duraanii Carlos Puyol dha yoon jadhe naa amantuu?isuma dhugaa, amaloota Puyol Pua Cubarsi keessattiin argaa,Cubarsi taphattoota dargaggoota amma kana keessa wanti addaa isaa taasisuu hiriyootasaa caalaa bilchataafi tasgabbaahadha,Pau Humble kiyyaa❤️

Jeremy Jacquet Waliigaltee Waggaa 5 hanga Bara 2031 tti Liverpool waliin Isa tursiisu Mallatteesse.Kan itti Aanu, eenyu ...
01/07/2026

Jeremy Jacquet Waliigaltee Waggaa 5 hanga Bara 2031 tti Liverpool waliin Isa tursiisu Mallatteesse.
Kan itti Aanu, eenyu ta'a?

Baga dhalatte shebelaa keenna Hugo Ekteke har'a guyyaa dhaloota isaati baga dhalatte 💘Happy Birthday, Hugo Ekitike 🇫🇷
20/06/2026

Baga dhalatte shebelaa keenna Hugo Ekteke har'a guyyaa dhaloota isaati baga dhalatte 💘

Happy Birthday, Hugo Ekitike 🇫🇷

🚨𝐁𝐑𝐄𝐀𝐊𝐈𝐍𝐆: ❌️ RB Leipzig gatii €100m Liivarpuul Yaan Diyoomaandee fudhachuuf dhiyeesse kuffisse.✅️ Leipzig €120M yoo hin...
18/06/2026

🚨𝐁𝐑𝐄𝐀𝐊𝐈𝐍𝐆:

❌️ RB Leipzig gatii €100m Liivarpuul Yaan Diyoomaandee fudhachuuf dhiyeesse kuffisse.
✅️ Leipzig €120M yoo hin tahin mucicha tursiifachuu barbaada.!
✅️ PSG fi Manchester City 'n morkii keessa jiru, garuu mucichi dursa Liivarpuuliif kenna.!

[Ben Jacobs & Fabrizio Romano ]

🚨Taphataan Liivarpuul haaraan Victor Muñoz eennu?✅️Lammiin Ispeen ganna 22 Sarara fuulduraa qarqara mirgaa fi bitaas ni ...
18/06/2026

🚨Taphataan Liivarpuul haaraan Victor Muñoz eennu?

✅️Lammiin Ispeen ganna 22 Sarara fuulduraa qarqara mirgaa fi bitaas ni taphata. Akkasuma Attacking midfielder.
✅️Dhiibbaa uumuu, saffisaa, Dribble milkaa’aa, finishing cimina qaamaa jabaa qaba. Dhiibbaa keessatti kubbaa miila jala tursiisu ni danda'a.
✅️Akkaadaamii Barcelona La Massia itti taphateera.
✅️Akkaadaamii Real Madrid La Fabrica ittis taphateera.
✅️Amma garee biyyaalessaa Ispeen waliin waancaa Addunyaa irratti hirmaataa jira.
✅️Bara 2024 taphataa saffisaa Real Madrid jedhamee filatameera.
✅️Duubatti deebi'ee ittisuu irrattis hedduu jajama.
✅️Ispeen keessatti taphataa egeree guddaa qabu jedhamee ilaalama.
✅️Kubbaa box to box tti deemuunii ni danda'a.
✅️Sararaan alaa dhiituu fi hiriyyoota isaaf kubbaa raabsuu irrattis cimaadha.
✅️ Akkuma Luis Diaz daqiiqaa 90 guutuu fiigee hin dadhabu. Akkuma Milos kerkez dirree guutuu keessatti argama.
✅️ Andoonii Iraa'oolatu gaafatee naa fidaa jedhe.!!

Jijjiirraa gaariidha jedheen yaada.🥰🙌

Liivarpuul Afaan Oromootiin

🚨 Ijolleen live qaqqaliin Challenge wal hiroyonfachuu tokko isinii qabadhe dhufee Jira.Nama Liverpool jedhi komentii jal...
15/06/2026

🚨 Ijolleen live qaqqaliin Challenge wal hiroyonfachuu tokko isinii qabadhe dhufee Jira.Nama Liverpool jedhi komentii jalatti barreessi namoota Liverpool jedhani barressan godha si godhe debisiif asuman hiriyoota ketiifis share godhi wal haa guddifnuu Ijolleen tennaa qaqqaliin.

Alexander isak The greate tapha eda Tunisia waliin taphatanin taphataa cimaa taphichaa tahun filatameera.
15/06/2026

Alexander isak The greate tapha eda Tunisia waliin taphatanin taphataa cimaa taphichaa tahun filatameera.

🇲🇦 Ayyuub Bu’aaddii (Ayyoub Bouaddi) taphattoota sarara gidduu biyya Biriiziil daqiiqaa 90 guutuu harka isaa keessa galc...
14/06/2026

🇲🇦 Ayyuub Bu’aaddii (Ayyoub Bouaddi) taphattoota sarara gidduu biyya Biriiziil daqiiqaa 90 guutuu harka isaa keessa galchee ooleera .

🚨Taphataan kenna qaxaleen Stafen Bajcetic kan yeroo dheeraa madhamaan tapha irra fagaate gara shakala debi'e Jira.
13/06/2026

🚨Taphataan kenna qaxaleen Stafen Bajcetic kan yeroo dheeraa madhamaan tapha irra fagaate gara shakala debi'e Jira.

Darwin Núñez x, World Cup.🇺🇾🪄
13/06/2026

Darwin Núñez x, World Cup.🇺🇾🪄

Address

Deggartoota Liverpool
Robe

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Oromoo Deggartoota YNWA LFC$ posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share