22/01/2026
Addunyaan hayyootuma heddu biqilchitee qabdi, goototuma baayyetu isheef dhalatee uummata biyya lafaa ishee irratti dhalateef ifaa ta’ee ofiif dukkana uffate..! worra Ayyaanni gootummaa, hayyummaa, carraan barnootaa gaariin tolteef heddutu jiru, garuu isaan milkaayan muraasa.. jawar worra milkaaye keessaa tokko..! duula biyya gootomsuu keessatti joollummarraa maqaan isaa diina biratti bushaayaa saba isaa biratti mi’aawe… dhaloota qaruun ammoo hunda durse; isa seenaa isaa jijjiire keessaa ammoo mootummaa guddicha Afrikaa woyyaanee ija addunyaa guutuu fuulduratti kuffisee nutti garsiise..! Baayyema sodaatama, baayyema jaalatama..!
-Yoo asiin dhiiban achumaan ifee muldhata, yoo asiin shira irratti xaxan obsee gara laafummaa fi bilchina isaatti fayyadamee bira darba, wonni hawaasa isaa irratti hojjatame hundi irratti hojjatameera, garuu danda’ee bira darbeera..! Boolla keessaa bahamuun hin danda’amne keessattis gatanii nyaachuuf karoora qabatanii dadhaban..! Inni dhugaa qaba, gargaarsa rabbii qaba hin dandeettan..! JM🦁
fulaa Facebook BBekele Gerbairra follow gochuun hordoofaa.