Anano-Zeila Press

Anano-Zeila Press Zeila New port of Ethiopia &Somaliland

28/08/2025

 The miracle of Single Drop of Water!Greatness isn’t built overnight! Ttransformative power of a single drop!***********...
28/08/2025


The miracle of Single Drop of Water!
Greatness isn’t built overnight!
Ttransformative power of a single drop!
*********************************
A single drop of water may be invisible in its impact. Yet, when that drop is joined by another and another, over time it transforms into something greater, like filling an empty dam with water. This simple phenomenon is a profound metaphor for persistence, patience, and the cumulative power of small, constant and consistent efforts. Each drop represents an action, a step, or a decision. Alone, it may not seem to move the needle. But together, these tiny drops of water create progress, achieve goals, shape destinies and the future. It's a reminder that greatness isn’t built overnight but through steady, deliberate and consistent acts over short or long periods of time.

Small actions lead to transformative outcomes or miracles. While the amount may seem modest, we understand the transformative power of a single drop. Each contribution is a step toward filling big dam like GERD, bringing hope and inspiration to nations during challenging times.

This reality inspires us to do more, to give more, and to be part of rebuilding our country. Together, drop by drop, we can create an overflow of water, energy, wealth,unity, integrity, light, warmth, and the possibility of new beginnings.This all needs cumulative results of continous and undivided attentions of the committed leadership.
The GERD!

28/08/2025
28/08/2025
ታላቁ የኢትዮጵያ ህዳሴ ግድብን ሳስብ የሚያስገርሙኝ ጉዳዮች፦1. ልክ በዓድዋ ድል ወቅት እንደነበረው በዚህ ታላቅ ተጋድሎም ኢትዮጵያ ብቻዋን ቆማ በዓለም አደባባይ ያሸነፈችበት መሆኑ፤2. ህዳ...
22/07/2025

ታላቁ የኢትዮጵያ ህዳሴ ግድብን ሳስብ የሚያስገርሙኝ ጉዳዮች፦

1. ልክ በዓድዋ ድል ወቅት እንደነበረው በዚህ ታላቅ ተጋድሎም ኢትዮጵያ ብቻዋን ቆማ በዓለም አደባባይ ያሸነፈችበት መሆኑ፤

2. ህዳሴን እኛ ኢትዮጵያን ካስተዋወቅነው በላይ ባላንጣዎቻችን ማስተዋወቅ መቻላቸውን ሳስብ እገረማለሁ። ከዚህ አንጻር አባባ ትራምፕን ጨምሮ ሌሎች የዓለም አቀፍ ዲፕሎማቲክ እና ሚዲያ ተቋማትን አለማመስገን ንፉግነት ይመስለኛል።

ታዲያ ኢትዮጵያን ለማደናቀፍ ብሎ ባሰሩት ቁጥር የእኛ ድል አብሳሪ መሆናቸው ሊያስመሰግናቸው አይገባም ትላላችሁ?

እንደሁኔታው ሌሎች ጉዳዮችን እጨምራለሁ።

22/07/2025

Xiiqiin Hojjennee Xiiqiin Milkoofna!
==
Karoora malee hojii eegaluun daandii ifa hin qabne irra adeemuun wal fakkaata. Mootummaan Naannoo Oromiyaa dhimmoota ijoo ta’an sirnaan hogganuuf karoora xiiqii, kaayyoofi galma ifaa ta’e qabaachuun murteessaa ta’uu ni amana. Xiiqiidhaan karoorfachuun hojii boruuf har’a akeekuu, qisaasama yeroo hambisu, dandeettii fi qabeenya haala tarsiimawoo ta’een hojiin akka hojjetamu godha.

Karoora xiiqii keessatti ariitii, saffisa, qulqullinaa fi baay’inaan raawwachuun galmaafi injifannoo dha. Kunis tarkaanfii ariifachiisaa gahuumsa olaanaan deeggarameefi bu’aa qabeessa ta’e barbaada. Hojii saffisa qabu hojjachuun yeroo qusachuu qofa osoo hin taane amanamummaa mootummaa fi uummata gidduutti uuma. Kanaaf, hojii ariifachiisaa, qulqulluu fi sadarkaa olaanaa qabu diriirsuun filannoo osoo hin taane dirqama qaama raawwatuu hundaati.

Hojii kamuu kutannoo fi amanamummaan gaggeessuun aadaa hojii mootummaa ta’ee jira. Itti gaafatamummaa fi fedhii guutuun sadarkaa hundatti rawwachuun mootummaafi uummata walitti fidee, abdii fi amantaa ni ijaara. Kutannoon mootummaas kaayyoo dhugoomsuu irratti hundaa’ee bu’aa qabatamaafi tajaajila quubsaa uummataan ga’uu dha.

Hojii kamuu keessatti hirmaannaan uummataafi tumsi hawaasaa cimaan jiraachuun bu’uura milkaa’ina karoora hundaati. Hirmaannaa guutuu hawaasa naannoo, dargaggoota, dubartootaafi jaarmiyaalee adda addaa malee karoora xiiqii galmaan ga’uun hin dandaa`amu. Kanaafuu,mootummaa fi hawaasa waliin ta’uun, tokkummaan hojii hojjachuun, qaamolee adda addaa hojii keessatti hirmaachisuu fi miseensa hawaasaa taasisuun bu’aa cimaa fida waan ta’eef hunduu gahee isarraa eegamu dammaqinaan bahachuu qaba.

https://www.facebook.com/oromiabc
------
Telegram: https://t.me/Oromiacommunicationaffairsbureau
------
Twitter: twitter.com/OromiaBureau
------
YouTube:
https://www.youtube.com/
------
TikTok: tiktok.com/
------
kallachaOromia: https://m.facebook.com


22/07/2025
  ❤️🇪🇹 💙🇪🇹  for watch more 👆👆👆👆.                                                    ❤️ ✍️█▓▒F░O░L░L░O░W▒▓█┊┊┊▕▔╲▂▂▂╱▔▏╭━...
25/09/2024

❤️🇪🇹
💙🇪🇹

for watch more 👆👆👆👆.










❤️
✍️
█▓▒F░O░L░L░O░W▒▓█
┊┊┊▕▔╲▂▂▂╱▔▏
╭━━╮╭┈╮⠀╭┈╮╭━━╮
╰╰╰┃▏╭╮⠀╭╮▕┃╯╯╯
┈┃⠀┃▏┈┈▅┈┈▕┃⠀┃
┈┃⠀┃▏┈╰┻╯┈▕┃⠀┃
┈┃⠀╰█▓▒░M░E░▒▓█

Address

Dire Dawa

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Anano-Zeila Press posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share