Kakuu Caffee Bal'oo

Kakuu Caffee Bal'oo Oduu fi Odeeffannoo qabatamaa xiinxala ogeeyii waliin Providing News and Views About Ethiopia and The Horn of Africa
(1)

05/11/2025

Ergamtoota Diina
👇👇👇

Ertiraan Gamtaa Afrikaa keessa haqamuu qabdi.Guyyaa kaleessaa afgaafii miidiyaa Gibtsii Cairo News Channel jedhu irratti...
05/11/2025

Ertiraan Gamtaa Afrikaa keessa haqamuu qabdi.
Guyyaa kaleessaa afgaafii miidiyaa Gibtsii Cairo News Channel jedhu irratti taasiseen gaafii Gamtaan Afrikaa rakkoowwan Afrikaa hiikuu irratti maal fakkaata jedhamee gaafatamee deebii kenneen Gamtaan Afrikaa hin jiru jechuun deebii kennee jira.
Jaarsi joonja’ee waan dubbatu wallaalee jira.Nama biyya gaggeessuu miti namni kamuu dhaabbata waggaa 60’f Afrikaanota tokkomsee bulche arrabsuun isaa biyyoota Afrikaa 55 arrabsuu isaati.

Itiyoophiyaan ulaa galaanaa diimaa ishee deeffachuuf hojii dippilomaasii bal’aa hojjattee jirti.Dhimmichi ajandaa adduny...
05/11/2025

Itiyoophiyaan ulaa galaanaa diimaa ishee deeffachuuf hojii dippilomaasii bal’aa hojjattee jirti.Dhimmichi ajandaa addunyaa ta’ee jira.Ummanni Itiyoophiyaa hundis deeggarsa barbaachisu hundaa karaa garaagaraan ibsaa jira.Faallaa kanaa kan jiru gantoota muraasa qofaadha.Gantoonni kun baandummaan bitamanii kan faayidaa biyyaa mormaa jiraniidha.Kanarraa kan hafe biyyoonni olla fi fagoo haga ammaa osoo hin gaafatiin akkamiin turtan jechuun deeggarsa qaban ibsaa jiru.

Misooma Qonnaa: Utubaa Diinagdee biyyaa!Mootummaan jijjiiramaa, Dameewwan diinagdee adda Baasee irratti hojjatamaa jiru ...
02/11/2025

Misooma Qonnaa: Utubaa Diinagdee biyyaa!

Mootummaan jijjiiramaa, Dameewwan diinagdee adda Baasee irratti hojjatamaa jiru shanan keessaa qonni isa tokko yoora'u, haaluma kanaan Oromiyaa godinaalee garaa garaa keessatti waktii gannaa Qamadiin kilaastaraan misoome Makanaayizeeshiniin sassaabamaa jira.

Yeroon kun yeroo ol ka'iinsa Itoophiyaati!Yeroon kun yeroo ol ka'iinsi Itoophiyaa itti mul'atedha. Sababni isaas Itoophi...
02/11/2025

Yeroon kun yeroo ol ka'iinsa Itoophiyaati!

Yeroon kun yeroo ol ka'iinsi Itoophiyaa itti mul'atedha. Sababni isaas Itoophiyaan yaadama guddaan waan hogganamaa jirtuuf damee hundaanuu jijjiirama ajaa'ibaatu dhufaa jira. Gama Tuurizimiin Itoophiyaan bakka walgeettii tuuristoota Addunyaa ta'aa jirti. Gama Qonnaan bu'aa argame dhaabbanni mootummoota gamtoomanii beekamtii nuuf kennaniiru. Sagantaa Ashaaraa magariisaa milkeessuunis Itoophiyaan badhaasa fudhatteetti. Rifoormii dinagdee gageessiteenis milkaa'inoota gurguddootu argame. Abbaay eebbifamuun doolaara maddisiisuu eegaleera. Pirojektoota tiriliyoona walakkaatti siqu hojjechiisaa jiraachuun keenya Addunyaafuu waan dinqii ta'aa jirudha. Kanaaf yeroon kun yeroo ol ka'iinsa Itoophiyaati jenne.

Gootowwaan Misooma 🙏
01/11/2025

Gootowwaan Misooma 🙏

Raayyaa Ittisaa biyyasaafis ta’e nagaa addunyaa kabachiisuuf wareegama guddaa kan kaffalu raayyaa kabajaafi ulfina qabee...
01/11/2025

Raayyaa Ittisaa biyyasaafis ta’e nagaa addunyaa kabachiisuuf wareegama guddaa kan kaffalu raayyaa kabajaafi ulfina qabeessa dha.
Raayyaan Ittisaa gatiifi wareegama barbaachisaa kaffaluun birmadummaa Itoophiyaafi tokkummaa daangaa kabachiisuuf qophaa’aadha. Raayyaan ittisaa aggaammiiwwan ummattoota biyyattii guutuutti akeekamu wareegama kaffaluun kan qolatu mallattoo Itoophiyaati. Kanaaf goota kana kabajuufi jaallachuun Itoophitaa kabajuu dha.

Raayyaan Ittisa Itoophiyaa  wabii lammiileeti!Raayyaan Ittisa Itiyoophiyaa humna waraanaa yeroo hunda ibiddaan qoratamee...
31/10/2025

Raayyaan Ittisa Itoophiyaa wabii lammiileeti!
Raayyaan Ittisa Itiyoophiyaa humna waraanaa yeroo hunda ibiddaan qoratamee leenjii waraanaa saayinsii fi teekinoolojii irratti leenji’ee, dandeettii waraanaa qabutti fayyadamee biyyaa, ummataa, kabaja alaabaa isheef qabsaa’aa tureedha.,ammas jirudha. Humni raayyaa ittisa biyyaa keenya humna kaayyoo cimaa qabuun ijaaramee, kaayyoo isaa sirriitti beeku, namoota dhuunfaa faayidaa dhuunfaaf jecha biyya diigaa jiraniif hin bitamu harka hin kennu.shiraaf ajandaa diinaa hundaa diiguun biyya keenya ceessisaa jira.

Miidhagina ajaa'ibaa qalbii namaa hawwatu uumaan Baaleen badhaase!ድንቅ ቀልብን የሚማርክ የባሌ መልከዓ ምድራዊ ውበት ! 🥰
19/10/2025

Miidhagina ajaa'ibaa qalbii namaa hawwatu uumaan Baaleen badhaase!
ድንቅ ቀልብን የሚማርክ የባሌ መልከዓ ምድራዊ ውበት !
🥰

Yaa Ummata Oromoo Baga Ayyaana kabajamaa fi jaalatamaa kanaan nagaan geenye!  irree keenya!Ayyaana Gaarii!    From Kakuu...
04/10/2025

Yaa Ummata Oromoo Baga Ayyaana kabajamaa fi jaalatamaa kanaan nagaan geenye!
irree keenya!
Ayyaana Gaarii!



From Kakuu Caffee Bal'oo Team!!

03/10/2025

Baga Irreechaa Hora Finfinnee fi Hora Harsadee 2018tiin nagaan geessan, geenyee!!

Irreechii ummannii Oromoo bacaqqii gannaa irraa gara booqa birraattii ce’uu isaatiif Waaqaa kan ittiin galateeffatuudha.

15/07/2025

ኪሳራ 😂😂

Address

Sebeta
1000

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Kakuu Caffee Bal'oo posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Kakuu Caffee Bal'oo:

Share

Category