Alemina Garomsa

Alemina Garomsa Namoonni gatii gaarii ofiif kennan yeroo hundaa addunyaa mataa isaanii keessa jiraatu.

Waan isaan biratti fudhatama argate jajanii jaallachuun, wanta isaan biratti kiiloo hin kaafne tuffatanii dhiisu.

πŸš€ BUSINESS PRESENTATIONNamoonni hedduun galii isaanii dabaluuf, bilisummaa maallaqaa argachuuf fi jireenya isaanii jijji...
23/07/2026

πŸš€ BUSINESS PRESENTATION

Namoonni hedduun galii isaanii dabaluuf, bilisummaa maallaqaa argachuuf fi jireenya isaanii jijjiiruuf karaa sirrii barbaadaa jiru.
Kanuma sababefachuun dhangaa ajaibaa tokko isiniif qabanee jirraa.
Ati hoo maaliif carraa kana of dabarstaree?
Business Presentation(Ibsaa Bizinaasii) kana irratti hirmaachuun:
βœ… Daldalli Network Marketing akkamitti akka hojjetu hubatta.
βœ… Akka galii dabalataa fi galii yeroo dheeraa ijaarrattu baratta.
βœ… Akka dandeettii kee gara qabeenyaatti jijjiirtu ni baratta.
βœ… Akka garee cimaa ijaartuu fi gaggeessummaa kee guddistu ni baratta.
βœ… Namoota milkaa'oo irraa muuxannoo fi kaka'umsa argatta.
Milkaa'inni murtoo tokko irraa jalqaba.
Har'a murteessi; bor jijjiirama kee jalqabi!
πŸ“… Guyyaa: har'aa galgalaa
πŸ•’ Sa'aatii: 2:00--3:00
πŸ“ Bakka: Telegram(Livestream)
"Carraan dhaabbatee si eeggachaa hin turu; nama carraa argateeti fayyadamu qofatu milkaa'a."
Hiriyoota kee affeeri; waliin baradhaa, waliin guddaadhaa, waliin milkaa'aa!

Contact me

Address

Addis Abeba
Sebeta
1000

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Alemina Garomsa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Alemina Garomsa:

Shortcuts

Share