Liigii Darg/P/B/A/J/Dhummugaa/ጅሌ ጥሙጋ ወረዳ ብልጽግና ፓርት ወጣቶች ሊግ

  • Home
  • Ethiopia
  • Senbete
  • Liigii Darg/P/B/A/J/Dhummugaa/ጅሌ ጥሙጋ ወረዳ ብልጽግና ፓርት ወጣቶች ሊግ

Liigii Darg/P/B/A/J/Dhummugaa/ጅሌ ጥሙጋ ወረዳ ብልጽግና ፓርት ወጣቶች ሊግ Baalliin dargaggoo bu'aa qabeessumma dargaggootaa mirkaneessuuf!!

"በመትከል ማንሰራራት!በጀሌ ጥሙጋ ወረዳ አስተዳደር በአረንጓዴ አሻራ መርሃ ግብር በመትከል ማንሰራራት በሚል መሪ ቃል በአንድ ጀምበር 200,000ሺ ችግኞች ይተከላሉ።   2025ሃምሌ 24/2...
30/07/2025

"በመትከል ማንሰራራት!
በጀሌ ጥሙጋ ወረዳ አስተዳደር በአረንጓዴ አሻራ መርሃ ግብር በመትከል ማንሰራራት በሚል መሪ ቃል በአንድ ጀምበር 200,000ሺ ችግኞች ይተከላሉ።

2025
ሃምሌ 24/2017

"Dhaabuudhaan Bayyanachuu"!Bulchiinsa Aanaa Jiillee Dhummuugaatti Dhadannoo "Dhaabuudhaan Bayyanachuu jedhuun" Sagantaa ...
30/07/2025

"Dhaabuudhaan Bayyanachuu"!
Bulchiinsa Aanaa Jiillee Dhummuugaatti Dhadannoo "Dhaabuudhaan Bayyanachuu jedhuun" Sagantaa Ashaaraa Magariisaa Sadarkaa Aanaatti Guyyaan Tokkon Biqiltuu 200,000 Dhabbuf Qophiin dursa Xumuramee jira. Karoora kenyaa Haawaasaa kenyaa waliin ta'uun milkeessuuf Qophii dha.



30/07/2025

"Dhaabuudhaan Bayyanachuu"!
Bulchiinsa Aanaa Jiillee Dhummuugaatti Dhadannoo "Dhaabuudhaan Bayyanachuu jedhuun" Sagantaa Ashaaraa Magariisaa Sadarkaa Aanaatti Guyyaan Tokkon Biqiltuu 200,000 Dhabbuf Qophiin dursa Xumuramee jira. Karoora kenyaa Haawaasaa kenyaa waliin ta'uun ni Milkeesiina.

"በመትከል ማንሰራራት!
በጀሌ ጥሙጋ ወረዳ አስተዳደር በአረንጓዴ አሻራ መርሃ ግብር በመትከል ማንሰራራት በሚል መሪ ቃል በአንድ ጀምበር 200,000ሺ ችግኞችን ለመትከል ቅድመ ዝግጅት ተጠናቋል። ከማህበረሰባችን ጋር በመሆን አሻራችንን እናሳርፋለን።



29/07/2025
"በሁሉም ዘርፍ በበጎ ፍቃድ የታቀዱ ተግባራትን ለማሳካት ርብርብ ማድረግ ወሳኝ ነው"!         አቶ አደሞ መሀመድ-ሷሊህየጅሌ ጥሙጋ ወረዳ ብልፅግና ፓርቲ ፖለቲካ ዘርፍ ሀላፊ
29/07/2025

"በሁሉም ዘርፍ በበጎ ፍቃድ የታቀዱ ተግባራትን ለማሳካት ርብርብ ማድረግ ወሳኝ ነው"!

አቶ አደሞ መሀመድ-ሷሊህ
የጅሌ ጥሙጋ ወረዳ ብልፅግና ፓርቲ ፖለቲካ ዘርፍ ሀላፊ

ክልላችን ችግር ውስጥ ባለበት ፣ሁሉም ነገሮች በከበዱበት ወቅት  የተገኘ ብርቅዬ የህዝብ ልጅ። እረፍት ያጣውን የክልሉን ህዝብ ከከበበው መከረና ሰቆቃ ፈልቅቆ ለማውጣት ከክልሉ ችግር ጋር የተ...
29/07/2025

ክልላችን ችግር ውስጥ ባለበት ፣ሁሉም ነገሮች በከበዱበት ወቅት የተገኘ ብርቅዬ የህዝብ ልጅ።

እረፍት ያጣውን የክልሉን ህዝብ ከከበበው መከረና ሰቆቃ ፈልቅቆ ለማውጣት ከክልሉ ችግር ጋር የተዋደቀ፣
የክልሉ ማህበረሰብ ከተለመደው አስተሳሰብ /ከሳጥኑ/ ውጪ ማየት እንዲችል፣ ትልቅ ነገርን እንዲጠብቁ፣ አዳዲስ ሀሳቦች በማፍለቅ ደስታንና እድልን ለመፍጠር ታግሎ በማታገል ክልሉን ያሻገረ ክብር የሚገባው ።

በችግሮች የማይደናቀፍ፣የሚሰራውን በውጤት የሚለካ ፣ለህዝብ ጥቅም ያለውን ሳይሰስት የሚሰጥ ፣በውጤት የታጀበ ተግባሩ መገለጫው ነው።

ለክቡር ፕሬዝዳንት አረጋ ከበደ በተሰጠው እውቅና ደስታዬን ለመግለፅ እወዳለሁ።

"Bara baajataa 2017 keessatti dargaggoonni bulchiinsa sabaa Oromoo boondii birrii kuma 120 ol bituun guddina biyya keeny...
29/07/2025

"Bara baajataa 2017 keessatti dargaggoonni bulchiinsa sabaa Oromoo boondii birrii kuma 120 ol bituun guddina biyya keenyaaf gumaacha olaanaa taasisaniiru. Kana malees, hirmaannaan hawaasummaa, diinagdee fi siyaasaa isaanii guyyaa guyyaaniin haalaan guddachaa jira."

Obbo Indris Abduu
Hogganaa Damee Dargaggootaa Waajjira Paartii Badhaadhinaa Damee Bulchiinsa Saba Oromoo

"በተጠናቀቀው በጀት አመት የብሄረሰብ አስተዳደሩ ወጣት ከ120 ሺ ብር በላይ ቦንድ ግዥ በመፈፀም ለሀጋራችን ከፍታ ከፍተኛ አስተዋፆ አበርክቷል። እንዲሁም ከለት ወደለት በማህበራዊ፣ኢኮኖሚያዊና ፓለቲካዊ ተሳትፎውም በከፍተኛ ሁኔታ እያደገ ነው።"

አቶ እንድሪስ አብዱ
የኦሮሞ ብሄረሰብ አስተዳደር ብልፅግና ፓርቲ ቅርንጫፍ ጽህፈት ቤት የወጣቶች ክንፍ ኋላፊ

Waajjiirri Paartii Badhaadhiinaa Aanaa Jiillee Dhummuugaa Qorannoo Raawwii Hojii Bara 2017tti Hojiiwwan damee Paartii Fi...
28/07/2025

Waajjiirri Paartii Badhaadhiinaa Aanaa Jiillee Dhummuugaa Qorannoo Raawwii Hojii Bara 2017tti Hojiiwwan damee Paartii Fi Siyaasaan Hojjatamaniin Bu'aa Gaarii Galmeessisuun Bulchiinsa Aanootaa Keessaa Sadarkaa 2ffaa Bahee jira.

የጅሌ ጥሙጋ ወረዳ ብልጽግና ፓርቲ ጽ/ቤት በ2017 ዓ.ም በፓርቲና ፖለቲካ ስራ አፈፃፀም ጥሩ ውጤት በማስመዝገብ ካሉት ወረዳዎች ውስጥ 2ኛ መውጣት ችሏል።

ከፖለቲካና የፓርቲ ስራዎች አፈፃፀም ግምገማ ጎን ለጎን በጨፋ ሮቢት ከተማ ተገኝተን አረንጓዴ አሻራችንን አሳርፈናል።🌿🍀🌴  !   #በመትከልማንሰራራት
27/07/2025

ከፖለቲካና የፓርቲ ስራዎች አፈፃፀም ግምገማ ጎን ለጎን በጨፋ ሮቢት ከተማ ተገኝተን አረንጓዴ አሻራችንን አሳርፈናል።🌿🍀🌴

!

#በመትከልማንሰራራት

Aanichatti hojii tola ooltummaa gannaatiin mata duree "Gaarummaan ol ka'iinsa itoophiyaaf" jedhuun  magaalaa baalcitti l...
25/07/2025

Aanichatti hojii tola ooltummaa gannaatiin mata duree "Gaarummaan ol ka'iinsa itoophiyaaf" jedhuun magaalaa baalcitti lafa gooticha adda waraanatti wareegameef hirmaannaa hawaasichatiin qotameera.

"Gaarummaan ofumaafii."

"Oduu Gammachiisaa"!Hawaasni Ganda Goodaa-Callee Baga Gammaddan...Gaaffii Bulchiinsa Gaarii Hawaasa Ganda Goodaa-Callee ...
25/07/2025

"Oduu Gammachiisaa"!
Hawaasni Ganda Goodaa-Callee Baga Gammaddan...Gaaffii Bulchiinsa Gaarii Hawaasa Ganda Goodaa-Callee Kan Ture Gaaffii Tajaajila Uwwisaa Networkii Hojjatamee Xumuramuun Guyyaa Har'aa Tajaajila keenu eegaluu issa ibsame.

Gaafiin ijoon Hawaasni Gandaa Goodaa fi Nannawaa issa kaasaa tureef deebii keenuuf Hojjin networkii dhabuu Gandichaatti Dhabata Itiyoo Telekoom Waliin ta'uun Hojjatamaa ture
Xumuramuun Kuusaa Humna Elektirikii Transformerii dhaabuun tajaajila Uwwisaa networkii kennuu kan Eegale ta'u issa I/G Wajjira Bulchiinsa Aanichaa Obbo Oumer Aliyyii Serbadiin ibsaniiru..

Tajaajila Uwwisaa networkii argachuu issanitin Jiratoonni Gandichaa Hedduu akka Gammaddan ibsaniiru. Hawaasni Ganda Goodaa fi Nannawaa issa Marati baga Gammaddan jechuu barbaanna

Adoolessa18/2017
Koochoo Dargaggoo Paartii Badhaadhinaa Damee Aanaa Jiillee Dhummuugaa

Aanichatti Hojii Tola Ooltummaa Gannaatiin Ijaarsi Mana Haaraa fi Qonna Oyiruu(Maasaa/ Gooticha Biyyaaf Wareegama Kanfal...
25/07/2025

Aanichatti Hojii Tola Ooltummaa Gannaatiin Ijaarsi Mana Haaraa fi Qonna Oyiruu(Maasaa/ Gooticha Biyyaaf Wareegama Kanfaleef taasifame

Bulchiinsa Aanaa Jiillee Dhummuugaa Magaalaa Guddaattuu Baalciitti Hojii Tola Ooltummaa Gannaa Dhaadannoo "Gaarummaan Olka'iinsa Itiyoophiyaaf" jedhuun Hirmaannaa Hawaasaa fi Bulchiinsa Aanaatiin Ijaarsi Mana Haaraa fi Qonna Oyiruu(Maasaa/ Gooticha Biyyaaf Wareegama Kanfaleef guyyaa har'aa hirmaannaa Uummataatiin adeemsifamee jira.

Sagantaa jalqabbii kana Irratt Jilli Bulchaa Olaanaa Bulchiinsa Saba Oromoo Obbo Ahimad Alii Abbaa Afroo fi Bulchaa Olaanaa Aanaa Jiillee Dhummuugaa Obbo Alii Sayidin durfamu argamuun jalqabsiisanuu jiru

Saganticha irratti argamuun hawaasa gandichaa waliin marii kan taasisan
Bulchaa Olaanaa Bulchiinsa Saba Oromoo Obbo Ahimad Alii Abbaa Afroo akka jedhanitti; Hawaasni kilaastera Baalcii hawaasa goota, Ambaasaadara nageenyaa fi misoomaati, ammallee abdii guddaa isinirraa qabna, ajandaa keenya 1ffaa haga 3ffaa nageenya haa ta'uu, finxaaleeyyii keessoo fi alaan wixxifattuus tokkummaa keessaniin qolachaa, misooma keessan ariifachiisuun Aanota Ollaa waliin nageenya, tokkummaafi obbolummaa kanaan dura ture iddotti deebisuuf kutannoon hojjadhaa, nutiis akka hoggansatti isin waliin jirra, kanaan boodaas Biiroo keenya Oyiruudha waan ta'eef jabaadhaa jechuun hawaasa gandichaa jajjabeessuun jalqabbii ijaarsa mana haaraa Gooticha biyya isaaf lubbuu qaalii isaa kenne ijaarsisuuf jalqabsiisanii jiru.

Ahimad Sayidin

Address

Jile Tumuga
Senbete

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Liigii Darg/P/B/A/J/Dhummugaa/ጅሌ ጥሙጋ ወረዳ ብልጽግና ፓርት ወጣቶች ሊግ posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share