
09/11/2024
Onkollolessa 28/2/2017Anaf Guyyaa Addati
Jiruu ko keessatii.
Baroodaa akka leencaa daggalaa
Bareedaa akka Abaaboo Masqalaa
Hiddi warra jiddaa
Arjaa Namaa gootaa warra sanyii Abbichuu
Nama jaalaalaa sabboontichaa ilma qotee bulaafi gootaa gooti dhalche.
Dhiira Caalu hamtuuf goomatthun kee qilee ha seentuu Biree qabbaneessa laphee
Urga'a akka sh*ttoo gootaa onneen akka
Ibiddaa saafaa.lafaaf lafeen keenyaa walitti
Nu qaba jedhe yeroo hundaa gaffa guyyaa xiqqii gaffa guyyaa rakkoo na bukke dhabachuun na ciinaa hirriruun Hirriyyuummaa
Michuu jalaalaa dhugaa kan nati agarsiisee
Harras akkumaa kallessa Namumaa issa kan nati agarsiiseef Birihaanuu Makkoniin
Waqqaayyoon umurri dheraa fi fayyaa maatti
Ke waalin sif haa keenu.kan biraa wanan jedhu hinqabu kabajaafi ulfinaa gudaan galataa waalin sifan qaba,qommokko,