26/03/2024
Habashaan Eessaa Dhuftee????
✍️✍️✍️✍️✍️✍️✍️✍️✍️✍️✍️✍️
1.Habashaan Oromoon Madagascarii dhufe jedhu biyyi Oromoo eessa ?
Gibxii kaasee hangaa kibba Afrikaa, Itophiiyaa kaasee hammaa lixa Afrikaa biyya Oromoo ture. 4000BC dura Afrikaan mootummaa Oromoo jala ture. Maqaan Afrikaa inni durii AKKABULAN ture.
2. Habashaan eessaa dhufte?
Biyyi isaanii inni duraa OMAAN ture. Daldaltoota turan. Mootiin isaanii Barneesi jedhamu gosa Habashaa daldaltota malaamaltuummaa fi shiraan biyya rakkisan biyya keessaa ari'e. 800BC baqataniiti biyya Saba( Yeman) dhufanii qubatan. Saba/Saabaa gosa Hadaraa fi Qatabaati.
Waggaa 300 biyya Saabaa eega turanii booda bara 500-250BC gidduu meeshaa daldalaa Ilkaan Arbaa, gaanfa Goljaa, baallee Guchii, Ixaana fi Damma barbaacha galaana diimaa cee'anii gara biyya Oromoo kaabaa kushii jedhamee waamamu Eertiraa dhufan.
3. Biyyi Abasiiniyaa biyya Oromoo turte. Maqaan Abasiiniyaa maqaa mootii Oromoo Eebbisi irraa dhufe. Eebbisi ilma Naamoorud Dagiiti. Naamoorud mootii Baabilooni ykn Iraaqi. Maqaa mootota Oromoo Baabiloonii 36tu jira.
4. Oromoo hundee ilmoo namaa dhaloota Lusii abbaa Afrikaa bu’uuressa Abasiiniyaa utubaa Itoophiyaati.
5. Maqaan Itoophiyaa eessaa dhufe? Yoom uumame?
6. Itophiyaa jechuun ummata bifa magaala ykn gurracha qabu jedhama.
Follow My Page