Girja Haro

Girja Haro Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Girja Haro, Digital creator, Olo, Shakiso.

📸David Raya ⚽️🧤🔥David Raya ofii hudhamee🥲 Arsenaaliin du@a Akka oolche VAR dhugomse jiraa 👌Itti dabaluunis " badiin Raay...
11/05/2026

📸David Raya ⚽️🧤🔥
David Raya ofii hudhamee🥲 Arsenaaliin du@a Akka oolche VAR dhugomse jiraa 👌

Itti dabaluunis " badiin Raaya irratti raawwatame ifadha " jechuun abbaan murtee murtii sirrii kennuu ragaa ba'aniiru. 🙌🥰

Leenjisaan dhukaastotaa Miikel Arteettaan gahumsa Deevid Raayaan tapha har'aa irratti agarsiise ajaa'ibsiifataniiru.

" Raayaa nan galateeffadha " kan jedhan Arteettaan " galanni isaa hin badinii taphicha isatu nuuf injifate " jedheera

Hojiini atii har'a hojjate kan hin dagatmnee fi Seena milkii kilaaba keenya harmoosuuti😭🥰

raya my hero❤️

Farda gurraacha lagarra kaachisaniiqoricha naaf hawwite si nyaachisaniiqoricha naaf hawwite anoo dhaga'ee mee sitta haa ...
23/11/2025

Farda gurraacha lagarra kaachisanii
qoricha naaf hawwite si nyaachisanii
qoricha naaf hawwite anoo dhaga'ee
mee sitta haa toluu shaggee biyyaa siif baheee

sirba kana ❤️

Bara kana akkasumaan itti fufnaan humni waancaa irraa nu dhaabu hin jiru! .....Galgala kana Tottenham waliin Morkii murt...
23/11/2025

Bara kana akkasumaan itti fufnaan humni waancaa irraa nu dhaabu hin jiru! .....
Galgala kana Tottenham waliin Morkii murteessaa geggeessina tapha kana carraa tokko qofa qabna innis dirqama injifachuus qabna!

bara kana ga'umsa dinqii irra jira Hundaafuu Tottenham galgala kana daaraa taati Arsenal jedhee darbii waanti jedhu hin jiru nu biratti darbiin maqaa qofa🫡

Amma erga injifatamnee bubbulleerra
Dhuguman isiniin jedhaa Sichuu yaaddessina

21/11/2025

mootiin waan waan guddoo nuuf godheera faaruu126 fi
3

Address

Olo
Shakiso

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Girja Haro posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share