Walttajjii kolfa

Walttajjii kolfa Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Walttajjii kolfa, Shambu.

" Barri hamaan utuu hin dhufin, waggoonni ati, "Anatti hin tolan" ittiin jettus utuu hin dhi'aatin, bara dargagummaa keetti uumaa kee yaadadhu!"
(Macaafa Lallabaa 12: 1)

Ayi president warra TikTok kanaa
28/03/2026

Ayi president warra TikTok kanaa

Gubaatiin qaamaa sababa garagaraatiin dhufuu danda'a. Iddoo qaamaa gubateefi gadi fageenya qaamaa gubate irratti hundaa'...
06/03/2026

Gubaatiin qaamaa sababa garagaraatiin dhufuu danda'a. Iddoo qaamaa gubateefi gadi fageenya qaamaa gubate irratti hundaa'udhaanis sadarkaa garagaraas qaba. Gubaatiin Obboleessa keenyaa kun akka fakkii irratti muldhatu kanaan sadarkaa 2ffaa (second degree partial thickness scald burn) fakkaata. Sadarkaan kun dhukkubbii baay'ee cimaa ta'e qaba. Yaalli isaas jiddu gala yaala gubaatii (burn center) ta'uu qaba. Qaamni guutuun isaa miidhame kun fayyuuf hanga ji'a 2 fudhachuu danda'a. Kun kan ta'u, xaxaaleen garagaraa kan akka infeekshiinii (jarmoota garagaraan faalamuu) yoo muudhachuu baataniifi nyaata fayyuu gogaatiif sirritti gargaaran kan akka foon, hanqaaquu, aannan, missira, fuduraafi kuduraa vaayitaamii C dhaan badhaadhan sirritti yoo soorataniidha. Rakkoon walitti butamuu harka miidhamee illee (Hand contracture) muudhachuu waan danda'uuf yeroo yerootti sochii qaamaa (hand physiotherapy) gochuun barbaachisaadha.
Gubaatiin zayitii danfeen dhufu suuta suuta hammaachaa dhufuus danda'a waan ta'eef guyyoota 2f hordoffii cimaa barbaachisa.

Dr chala ✍️✍️✍️

😥Namni Cubbuu jibbuu fi Ifatti mormu Dargaggeessi Waggaa 31 Abbaan Ijoollee 2 Charlie Kirk Ras**sa Meetira 180 irraa itt...
11/09/2025

😥Namni Cubbuu jibbuu fi Ifatti mormu Dargaggeessi Waggaa 31 Abbaan Ijoollee 2 Charlie Kirk Ras**sa Meetira 180 irraa itti dhuk**fameen Erga Ajj**famee Booda Haati manaan isaa Erikaan akkas jechuun Ergaa kana Maxxansite.

❝..Nuti Waaqayyotti kooluu in galla, inni humna keenya, inni rakkina keessatti gargaaraa ta'uun isaa beekameera..❞
Macaafa Faarfannaa 46:1

Inni Cubbuu Mormaa Jiraachuu Waaqayyoo fi Qulqulluu ta'uu Dubbataa Utuu jiruu Gal**fatame Nagaan Boqodhu😥

18/07/2025

😁😁

Very painful rest in peace 😭😭😭😭
03/07/2025

Very painful rest in peace 😭😭😭😭

Taphataan kun   jedhama,Pirimerliigii Ingilizii keessaa Kilaba    jedhamuuf taphataa ture.Guyyaa 5 dura suura gaa'ela is...
03/07/2025

Taphataan kun jedhama,Pirimerliigii Ingilizii keessaa Kilaba jedhamuuf taphataa ture.
Guyyaa 5 dura suura gaa'ela isaa maxxansee ture...
Har'a immoo Ispeen keessatti Bal** tiraafikaan lubbuun isaa fi kan obboleessa isaa dabart*😭

Lubbuu isaaf boqonnaa haa kennu😢

01/07/2025

Dargaggeessa biyya kanaa Jireenya caala wanti sammuu Miidhaaa jiru; Qumaara Aviator jedhamuudha; kan akkan oj Ajjee-stand godhaa jirus.

Mee osoo hin sobiin Warri waan san taphattan birrii meeqa isinirraa nyaatee beeka? 🤷‍♂️
Hiriyoota Halkan walakkaa Mee birrii dhibba lama ykn dhibba sadii waan taaksiitin dhabe. Irbaata hin nyaanne naaf ergi, tell birr irratti naaf ergi sin jedhu beekta mitii? suni warra Aviator account isaanii qofa keessaa osoon taane Mataa saanii keessaa waa fuudheedha,! Block godhi yeroo sitti bilbilan

please irraa of Eegaa! takka seennaan keessaa bahuun ni cima

Jedha namanni baay'een waan isaa maaliidha irraa off egaa akkuma jedhaamtan

24/06/2025

Gaarii namaaf yaaduu qoftti
Boqonna dangaa hin qabne
namaaf Kennaa
🙏

24/06/2025

Please please positive
thinker haa tanuu

23/06/2025

Live Mumee ministeeraa kallessa ogeessa fayyaa duuka marii isaanii ilaaleen turee dhugumma deebii deebisuuf fedhii hin qaban ...😭😭😭
Isa caala gaaruu deebii Keenyatti waan hin yaadamne itti maxxansanni kallattii isa gafaa jijjiran baay'ee nama gadiisisa dhugaa..... Akkas ta'u hin qabu turee yoo xiqqaate gaaffii dhuma keenya illee hubachuu qabuu turee..... Dhugumma cubbuu dha akka kanaatti yaaduun iyyuu no Words😭

Address

Shambu

Telephone

+251918366032

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Walttajjii kolfa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share