Taaddasaa Tarfaa

Taaddasaa Tarfaa Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Taaddasaa Tarfaa, Digital creator, Shambu.

25/04/2026

Nagaan Hundaa Dursaa!!

15/03/2026

Kitaaba Dhirsa Misirroo fi Misirrottii; Akka dhufu malee gaafa dhufu hin dubbanne jedhu namoonni naannoo finfinneetii na iyyaafachaa turtan boriif iftaan naannoo kana waanan turuuf na quunnamaa
0911551683 lakkoofsa kanaan na quunnamaa.
Warri ashawwaa meedaa, kellaa, Dirree, fi buraayyuu jirtan naannoo maaramiitti argattu.
Hundaafuu nuu bilbilaa haala mijeessinee isiniin ga'uuf yaallaa.
Gammachuun koo guddaadha. Namoonni hedduun duubdeebii dinqii naaf barreessaa jirtu. Amma maxxansa sadaffaa jalqabachuuf jenna. Maxxansi lamaffaan gara dhumaati. Dhaloonni hedduun argatee dubbisaa jira. Warri kaanis isin qaqqabnaa nu eegaa.

17/12/2025

'e_jijjiirama!!

17/12/2025

-miti_yesuus_duwwadha.

10/09/2023

Yaadni Ati Mataa Keetiif Qabdu Murteessaadha. |
▬▬▬▬▬▬▬▬
⫸ Filannoo fi ejjennoon ati ofiif qabdu maalidha?

Namoonni baay'een waa'ee namoota biraa beeku.
Waa'ee isaanii garuu ni dagatu.
⁃ "Akka isaatti (isheetti) utuun jiraadhee wanti hundinuu naaf salphaa ture" yommuu jedhan dhageenya.
⁃ Akka mataa ofiitti jiraachuu dagatanii jireenya nama kan biraa jiraatu.

༄ Akkuma jireenya namoota kan biraa jiraachuu hawwitu, adeemsa keetis namoonni kanneen biraa akka adeemuu jaalatan gochuu ni dandeessa.

༄ Filannoo fi ejjennoon yookiin ilaalchi ati ofiif qabdu murteessaa dha.

QABXIILEE GURGUDDOO EJJENNOO MATAA OFII ITTIIN GUDDIFATAN:

❍ Jaalannus, jibbinus jireenya guyyaa guyyaa keenya keessatti murtoo ittiin gara fuulduraatti ittiin adeemnu ni murteessina.

❍ Qabxiilee armaan gadii beekuun murtoo fudhannu irratti cimina dabala.

⓵. Waan ta'uu barbaaddu beeki!

⓶. Gorsa nama irraa fudhadhu, madaali, garuu murtoo mataa kee fudhadhu!

༄ Gorsa nama irraa fudhachuun karaan kee maal akka ta'e caalmaatti hubachuuf si gargaara.

⓷. Yaada kee dhaggeeffadhu!

⓸. Akka karaan kee sirrii ta'e sammuu keetiif mirkaneessi!

⓹. Ofitti amanuu of barsiisi!

༄ Namni hunduma dursitee itti amanuu qabdu mataa keeti. ("The person you need to trust first is yourself")


10/04/2023
25/11/2022
 😭??
25/11/2022

😭??

25/11/2022

02/11/2022

Dandaadii Haqaa

Address

Shambu

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Taaddasaa Tarfaa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share