Oromia Voice

Oromia Voice Badhaadhinni hundaaf hundi badhaadhinnaaf

02/05/2026

jiruu jireenyaan tuffatan du'an sanuu dhabani jedha oromoon

02/05/2026

Namni sababa Rakkina hiyyuummaa ofi hin ajjeesin quufa dadhabnaan ofi ajjeesuu...

02/05/2026

Rakkoo du'aan furamu hin jiru keessumaa shamarraan keenya.

  biyya ijaara malee biyya hin diiguu jechuun gochaan
05/02/2026

biyya ijaara malee biyya hin diiguu jechuun gochaan

Malli tokkichi walgitinsa badhaadhina dinagdee biyya keenyaa ittiin mirkaneessinu sadarkaa teeknooloojii itti fufinsaan ...
23/12/2025

Malli tokkichi walgitinsa badhaadhina dinagdee biyya keenyaa ittiin mirkaneessinu sadarkaa teeknooloojii itti fufinsaan fooyyessuudha. Kun adda durummaan mirkanaa'uu kan danda'u damee manufaakcharingii cimaa ta'e ijaaruun yoo danda'amedha.

Gama birmadumma biyyaafi faayida biyyaalessaa egsisuutiin cehumsi gara industiritti taasifamu oomisha waggaa waggaafi galii argamuun olidha. Akaakuun oomishaa humna waa oomishuutin murtaa' an fedhiiwwan bu'uuraa guutuun gamatti walgitinsa humna dinagdee, hawaasummaa, siyaasaafi waraanaatiin ibsaman akka mirkaneessinu nu dandeessisa. Dameen manufaakchariingifi humni oomishtummaa yeroo yeroon sadarkaa teeknooloojiitiin fooyya 'aa deemu biyya keenyatti humna loltummaa irraa jalqabee humni dinagdee cimaan birmadummaa keenya eegsisu akka ijaaramu gargaara.

Kitaaba Mootummaa Ida'amuu.Fuula 216

Odeeffannoo dabalataa argachuuf
Facebook: https://www.facebook.com/oromiabc
kallacha Oromia: https://m.facebook.com
------
Telegram: https://t.me/Oromiacommunicationaffairsbureau
------
Twitter: twitter.com/OromiaBureau
------
You tube: https://www.youtube.com/
-------
TikTok: tiktok.com/
------
Website: https://www.oromiacommunication.gov.et/
------
Website: https://www.oromiacommunication.gov.et/

16/12/2025
Rabbi haa fayyisu jattaniin malee bira hin dabarinaa. Master abinet dhukkaba cimaa dhukkubsadheen jiraa waaqaa naaf kadh...
16/12/2025

Rabbi haa fayyisu jattaniin malee bira hin dabarinaa.
Master abinet dhukkaba cimaa dhukkubsadheen jiraa waaqaa naaf kadhaa jechaa jira.

"Baadiyyaa cehe ijaaruun qonna cehe kan gaafatudha. Qonna ariitiin ceesisuun damicha kalaqawwan murteessoo fi ceesisoo t...
16/12/2025

"Baadiyyaa cehe ijaaruun qonna cehe kan gaafatudha. Qonna ariitiin ceesisuun damicha kalaqawwan murteessoo fi ceesisoo ta’an jajjabeessuudha.

Qonni keenya makaanaayizeeshiniin kan hogganamu, galteewwan guutuu addaan hin ciccinne kan argatu, bu’a qabeessuummaa isaa teeknooloojii dijitaalaan kan milkeessuu, abbaa qabeenya teeknooloojii gara fuulduraa ta’uuf qorannoon kan deeggaramu gochuudha."

Kitaaba Mootummaa Ida'amuu Fuula 166

Odeeffannoo dabalataa argachuuf
Facebook: https://www.facebook.com/oromiabc
kallacha Oromia: https://m.facebook.com
------
Telegram: https://t.me/Oromiacommunicationaffairsbureau
------
Twitter: twitter.com/OromiaBureau
------
You tube: https://www.youtube.com/
-------
TikTok: tiktok.com/
------
Website: https://www.oromiacommunication.gov.et/
------
Website: https://www.oromiacommunication.gov.et/

02/10/2025
Gulantaan mindaa hojjattoota mootummaa haaraan ifoomeera.Fulbaana 22/2018Komishinarri Komishinii Siviil Sarviisii Federa...
02/10/2025

Gulantaan mindaa hojjattoota mootummaa haaraan ifoomeera.
Fulbaana 22/2018
Komishinarri Komishinii Siviil Sarviisii Federaalaa Makuriyaa Hayilee(Dr.) akka ibsanitti, fooyya'insi mindaa hojjattoota mootummaatiif taasifame baatii Fulbaanaa kanarraa eegalee hojiirra ni oola.

Gulantaan mindaa Komishinichi ifoomse akka armaan.gadiitti dhiyaateera.

Kanaan dura odeeffannoo miindaa kanaaf keessoofi comment wal gaafachaa kan turreef sababa edeeffaannoo miindaa eegaa turreef nu harka bubbuluu isaaf nu ofkalchaa.

Odeeffannoo dabalataa yeroo maraa argachuuf.

:- https://www.facebook.com/biiroopsmqno.mqn

Address

Shashemene

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Oromia Voice posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Oromia Voice:

Share