Dube Araro Jilo

Dube Araro Jilo 1989E.C

10/09/2023
Yaa Rabbii koo 🙏 Bara Baraa Milkii Nuuf godhii🤲.
07/09/2023

Yaa Rabbii koo 🙏 Bara Baraa Milkii Nuuf godhii🤲.

ይሄ አባት መኖሪያ ቤት አግኝቷል ተብሏል።ደስ ይላል!
05/09/2023

ይሄ አባት መኖሪያ ቤት አግኝቷል ተብሏል።
ደስ ይላል!

Carraa argatte hundaan   Kee beeksifadhu.👉Oromtitti faayamtu intala Arsee👌.Budapest, Hungry 👇👇👇👇👇👇
29/08/2023

Carraa argatte hundaan Kee beeksifadhu.
👉Oromtitti faayamtu intala Arsee👌.
Budapest, Hungry
👇👇👇👇👇👇

Ammas Itoophiyaaf medaaliyaa lama🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🇹Atileet Lammeechaa Girmaa fiigicha gufachiisaa meetira 3,000 ...
23/08/2023

Ammas Itoophiyaaf medaaliyaa lama
🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🇹
Atileet Lammeechaa Girmaa fiigicha gufachiisaa meetira 3,000 lammaffaa bahuun meetii argamsiise.
Atileetiin lammii Morookoo Suufiyaan el Bakaalii fageenyichaan ammas warqee injifate.
Fageenya 1,500 dubartootaan ammoo atileet Dirribee Waltajjii lammaffaa bahuun meetii argatte.
Atileet Siifan Hasan kan Nezeraalaandiif fiigdu sadaffaa yoo baatu, atileetiin Keeniyaa rikardii harkaa qabdu Feez Kipyoog tokkoffaa baate.
Feez walitti aansuun fageenya 1,500m warqee mo'achuun seenaa haaraa biyya isheef hojjette.
Siifan Hasan meetira 10,000 irratti kuftee medaaliyaa keessaa kan baate sadaffaan xumurte.
Shaampiyoonaa Atileetiksii Adunyaa Hangarii Buudaapestitti gaggeeffamaa jiruun Itoophiyaan waliigalaan medaaliyaa🏅 jaha argatteetti.
Getty Images
https://www.bbc.com/afaanoromoo/articles/crg0790y519o

22/08/2023

🏃🏃🏃🏃🏃🏃🏃🏃🏃🏃🏃🏃🏃🏃🥇🥇🥇🥇🥇🥇🥇🥇🥇🥇🥇🥇🥇🥇

Hadhaa Wabii👌
22/08/2023

Hadhaa Wabii👌

The Most Revered Athlete Derartu Tullu of Ethiopia The Mother of African Athletics God Bless Ethiopia and Its People 🇪🇹🥰
22/08/2023

The Most Revered Athlete Derartu Tullu of Ethiopia The Mother of African Athletics God Bless Ethiopia and Its People 🇪🇹🥰

   Beautiful Oromo Arsi women back in 1915/1940s G.COld beautiful color photographs you may have never seen before.📹 Tom...
22/08/2023



Beautiful Oromo Arsi women back in 1915/1940s G.C

Old beautiful color photographs you may have never seen before.

📹 Tom Lehman(1915).

Uumaa Koo☝️Allahamdilillahi Yaa Rabbii 🤲!.
22/08/2023

Uumaa Koo☝️Allahamdilillahi Yaa Rabbii 🤲!.

  Arsii Lixa A/SiraaroottiImaammataa fi Tarsiimoo gubbaadhaa kenname lafa qabsiisuu fi hojii hojjatame ilaaluun galtee g...
22/08/2023

Arsii Lixa A/Siraarootti
Imaammataa fi Tarsiimoo gubbaadhaa kenname lafa qabsiisuu fi hojii hojjatame ilaaluun galtee galma Milkaa'ina hojichaati jedhan itti gaafatamaan waajjiraa Bulchiinsa Aanichaa
👉Obbo Tamaam Kadiir.
Hagayya,16/2015
Godina Arsii lixaa Aanaa Siraarootti Waajirri Bulchiinsa Aanichaa Raawwii hojiilee Ji'a Hagayyaa ilaalu eegale.
Gabaasni Raawwii hojii
👉Obbo Yisaaqi Taammiruun dhiyaachaa kan jiru yemmuu ta'u gabaasichi erga dhiyaateen booda ciminaa fi hanqina isaarratti mariin bal'aan gaggeeffamuun hoggansa Manichaan kallattiin fuulduraa kan kaa'amu ta'a👌.

Miira Daraartu Tullu figicha har'a irratti💔በዛሬው ውድድር የደራርቱ ቱሉ ስሜት!
20/08/2023

Miira Daraartu Tullu figicha har'a irratti💔
በዛሬው ውድድር የደራርቱ ቱሉ ስሜት!

20/08/2023

“Experience is the hardest kind of teacher. It gives you the test first and the lesson afterward.”

Address

West Arsi Zone
Shashemene

Telephone

+251916320328

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Dube Araro Jilo posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Dube Araro Jilo:

Share