Mohammed Hasan

Mohammed Hasan Odeeffannoowwan amanamoo fi waytaawaa argachuuf nu hordofuu hin dagatinaa.

17/07/2024
Utuu ana ta'ee hin deebi'u 😁Follow me!
17/07/2024

Utuu ana ta'ee hin deebi'u 😁
Follow me!

20/06/2024
Osoo liqiin namaa sirra jiruu furdachuun Abba liqii Sana tufachudha jedhame.
20/06/2024

Osoo liqiin namaa sirra jiruu furdachuun Abba liqii Sana tufachudha jedhame.

20/06/2024

Akka gabaasa miidiyaalee Sa’uud Arabiyaatti; Hujjaajota bara kana sirna Hajjii raawwatan keessaa hanga ammaatti sababa ol ka’iinsa oowwaa fi rukuttaa aduutiin kan du’an 550 gahuu ibsitee jirti. Keessaa 323 lammii masrii yoo tahu,namni 41 ammoo lammii ordon tahuun himameera.

Namnni kuma lamaa ol tahu ammoo haala yaaddessaa fi salphaa keessa kan jiru hospitaalatti argama. Kana jidduu ummata itiyoophiyaa dabalee namni badee hanga ammaatti hin argaminis ni jira.

Namni osoo hajjii ykn umraa irra jiru addunyarraa deeme,guyyaa Qiyaamaa “ Labbeeykallaahumma Labbeyka “ jedhaa akka ka’u Ergamaan Aalamaa Nabi Muhammad himaniiru
صلى الله عليه وسلم

Ammas Ergamaan RABBII (Sallallaahu Aleyhi Wasallam) akkana jedhan “; Namni tokko biyya itti dhalateen alatti yoo du’e,adda fageenyi jidduu biyya isaatiif bakka inni itti kufee san herreegamee JANNATA keessaa badhaafama “ jedhan.
حسنه الألباني

19/06/2024

Yes

Masha Allah
19/06/2024

Masha Allah

25/05/2024
25/05/2024

Address

West Arsi
Shashemene
04

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Mohammed Hasan posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Mohammed Hasan:

Share