๐˜•๐˜ข๐˜ฏ๐˜ข๐˜ต๐˜ช ๐˜“๐˜ฆ๐˜ฎ๐˜ฎ๐˜ฆ๐˜ด๐˜ข

  • Home
  • Ethiopia
  • Shashemene
  • ๐˜•๐˜ข๐˜ฏ๐˜ข๐˜ต๐˜ช ๐˜“๐˜ฆ๐˜ฎ๐˜ฎ๐˜ฆ๐˜ด๐˜ข

๐˜•๐˜ข๐˜ฏ๐˜ข๐˜ต๐˜ช ๐˜“๐˜ฆ๐˜ฎ๐˜ฎ๐˜ฆ๐˜ด๐˜ข http://tiktok.com/
Ani Oromoodha,makaa biraas maqaa biraas hin qabu

08/07/2025

Nutis yoomummaa carraa arganee tiin akka qonnaa miliqaan itti namaa dhituu saanatti waxaara laata

08/07/2025

Nuti hundi keenya mul'ata waloo qabna.!!!!
'' Dr, Abiyyi Ahimad''
Anis ofii koo qofaaf hin hojjedhu, Isinis ofii keessan qofaaf hin hojjettan ,
Nuti hundi keenya mul'ata waloo biyya keenyaaf yoo hojjenne biyyi ni badhaati.!!!!! Jedha MMI
AYHII Dr Abiyyi Ahmad.

25/02/2024

~๐ŸŒนNANAWWEE๐ŸŒน~
Sooman labsii mana amantaa Ortodoksii Tawaahidoo kan taโ€™an torbatu jiru. Isaanis Sooma guddicha gooftaa Iyyasuus soome, Sooma Nanawee, Sooma Filchataa, Sooma Duuka buโ€™ootaa, Sooma raajotaa, Sooma Gaadii(ifa baโ€™uu) fi Sooma fayyinaa(roobii fi Jimaataa)Isaan keessaa soomni Nanawee kun isa tokko dha. Soomni kun labsiidhaan hordoftoota amantaa Ortodoksii Tawaahidoo hunda birratti guyyaa sadiif ni soomama. Eessaa dhufe, akkamiin soomuun eegalame kan jedhuuf immoo, maddi isaa kitaaba Qulqulluu dha. Seenaan isaas Raaga Yoonas irratti barreeffamee jira. Soomichi kun yoomii fi akkamiin akka soomamuun eegalame akka armaan gadiitti gabaabbinaan dhihaate jira. Waaqayyo nu haa gargaaru.Raajicha Yoonaas fi Magaalaa Nanawee Sagaleen Waaqayyo cubbuun jiraattota magaalaa Nananwee baayโ€™achuu isaa agarraan gara raajicha Yoonas dhufe. Sagaleen Waaqayyon Yoonas Magaalaa Nanawee dhaqee akka lallabu itti hime. Yoonas garuu amala namoota biyya sanaa waan beekuuf magaalaa Nanawee dhaquu dhiisee gara Tarsees iddoo jedhamutti Waaqayyoo jalaa baqachuuf kaโ€™e. Doonii gara Tarsees fudhatus yaabbate gara Tarseesitti qajeele.Bishaaniti Darbamuu Yoonas Yeroo kana Waaqayyo danbalii hamaa galaana irratti akka kaโ€™u ni godhe. Dooniin raajichi Yoonas faโ€™a yaabbatanis gamanaa fi gamas raafamtee caccabuuf geese. Hundumti isaanii sodaatanii iyyan. Akkuma amantaa isaanittis Waaqa isaanii waaman. Baโ€™aan akka isani irraa hirdhatuufis meeshaalee qaban hunda gara bishaanitti baasanii darban. Yemmuu kuni hundi taโ€™u Yoonaas gara keessa doonichaatti hirribni hamaan fudhatee of gatee rafaa ture. Dursaan doonichas gara Yoonas dhufe, โ€œatihoo of gattee rafteetta! Kaโ€™iiti akka hin banneef Waaqa kee waamiโ€ jedheen. Isaanis wanti hamaan kun saababa eenyuun akka nu argate koottaa carraa(ixaa) haa buufnu jedhanii yemmuu carricha buusan Yoonas iratti buโ€™e. Isaanis yemmuu sana, Yoonaasin wanti hamaan kuna akkamiin nu argate? eessa dhuufte? maal hojjetas, biyyi kees eessa jedhanii jabeesanii gaafata.Innis โ€œani nama biyya Hibruuti. Waaqa lafaa fi galaana kana uumen waaqeffadhaโ€ jedheen. kanaafis maal akka balleese gaafatn. Isaanis kunoo danbaliin nu balleessuf taโ€™a maal wayya jedhanii isa gaafatan. Innis deebisee โ€œballeesan kuni hundi kan isin argate sababa koon waan taโ€™eef ana fuudhaati gara galaanatti na darbaaโ€ jedhee. Isaan garuu jabeesani yabalanii baโ€™uuf yaalanille hin dandeenye Booda garuu Yaa Waaqayyo ati akka barbaadde godhi, situ beeka, cubbuu namicha kanarraa nu qullessi jedhanii fuudhanii bishanitti Yoonasin darban. Yemmuu kana danbaliin kaโ€™aa ture sun ni dhaabate.Yoonas Qurxummii guddaan Liqimfamuu IsaaWaaqayyo ammo qurxummii guddaa Yoonasin akka liqimsuuf ni qopheese. Yoonasis guyyaa sadii fi halkan sadi garaacha qurxummii guddaa sana keessa lubbuun isaa osoo hin baโ€™in bule. Yoonasis garaacha qurxumichaa keessa taaโ€™ee galata Waaqayyoof ni dhiheessa ture. Waaqayyo immoo kadhannaa isaa ni dhagahe gara dachee gogaatti baasee akka Yoonasin tufu Waaqayyo ni ajaje Yoonasis Qurxumicha keessaa tufamee gara lafa gogaatti ni baโ€™e. Yoonas Gara lafa gogaatti erga bahee booda Sagaleen Waaqayyoo ammas yeroo lammafaaf gara Yoonas akkas jedhee itti ni dhufe. Akkanas jedheen โ€œYoonas kaโ€™iiti gara magaalaa guddittii Nanawee deemi waanan ani siin jedhus lallabiif โ€œ jedheen. Yoonas akka Waaqayyon abboomame kaโ€™ee gara Nananwee ni adeeme. Nanaweenis magaalaa guddoo keessi ishees guyyaa sadi deemsisa ture. Yoonasis โ€˜Nanaween guyyaa sadi booda ni baddi ni garagaltiโ€™ jedhee lallabuu eegale. Uummanni Nanawees Waaqayyotti ni amanan, soomas ni labsan, xiqqaa hanga guddaatti akka soomamau ni taโ€™e. Mootiin biyya isaanillee dubbii kana ni dhagahe. Innis teessoo isaa irraa gadi buโ€™ee uffata booโ€™ichaa uffatee daaraa irra taaโ€™ee ni gadde. Innis labsii ni baase. โ€˜Namni hundi loowwan illee osoo hin hafin bishaanillee akka hin dhugne, hundi isaa gara Waaqayyotti haa iyyuโ€™ jedheWaaqayyo immoo deebiโ€™uu fi gadduu isaanii ilaalee ni mararfateef, balaa fi balleessa jedhe sanas osoo itti hin fidin hafe.Yoonas dhiifama Waaqayyoo Nanaweef godhetti aaruu(dallanuu) Isaa Waaqayyo dhiifama warra Nanaweetiif kennuun isaa garuu Yoonas hin gammachiifne ture. Innis โ€˜raajaa sobaa naan jedhan badiin isinirra ni gaha jedhee lallabee ture, osoo homtu hin taโ€™in yoo hafu, raajaa sobaa naan jedhu namoonniโ€™ jedhee sodaate, lole, gara Waaqayyoottis โ€˜anas duโ€™a naaf wayya amma na ajjeesiโ€™ jedhe. Yoonasis magaalatti keessaa gara daangaatti(cinaatti) baโ€™ee waan taโ€™uuf jiru mana godoo(kabaa) kabeeb fatee ilaala ture. Waaqayyos buqqee halkan tokkotti magarsee kabaa (godoo) Yoonas gaaddiddeesse, Yoonas ammo gammade... Kutaa itti A/fuffaa
Kitaaba Wabii
1.Kitaaba Qulqulluu
2.Waldaa Nahimiyaa,kan Ortodoksii Tawaahidoo Tajaajila Hafuuraa Afaan Oromootiin. Guraandhala 17, bara Araaraa, 2016.
Obboloota koo afuuraa kadhannaa keessaniin WaldeTinsa'e jedhaa na yaaddadhaa!
Fuula Telegiraamiin Miseensa ta'uuf๐Ÿ‘‡

Waanta dabalamuu qabu yookaan akka hir'atuf asin nu gahaa๐Ÿ‘‡

19/02/2024

Qabeenyi Bakka Malee Kufee fi Dagatame Ilma Namaati.

09/02/2024

I don't want แŒแˆญแŒแˆญ ๐Ÿ™„ I want Work and แ‰ฅแˆญ Always!๐Ÿ’‰๐Ÿคš

08/02/2024

Hardhayyuu nama maqaa Tolaa jedhu baatee Oromummaa isaa dhoksu faana jiraanna.
Margaa Angaasuu Amanaa

06/02/2024

Yoo of taate; Waal taata, Yoo waal taate immoo waliif taata.

โ€œYoom as geenye salphaatti!

06/02/2024

๐˜๐š๐š ๐๐ฎ๐›๐›๐š๐ญ๐ฎ ๐ ๐ฎ๐ฒ๐ฒ๐š๐š๐ง ~ ๐ฒ๐š๐š ๐๐ฎ๐›๐›๐š๐ญ๐ฎ ๐›๐š๐ซ๐ซ๐ข
๐Š๐ž๐ž๐ง๐ฒ๐ฎ๐ฆ๐š ๐Ÿ๐ฎ๐ฎ๐ญ๐ž๐ž ~ ๐๐ฎ๐ญ๐ญ๐ข ๐ฐ๐š๐š๐ค๐ค๐š๐ญ๐ญ๐ž ๐ฐ๐š๐ซ๐ซ๐ข

06/02/2024

Ilmi badiif uumame injiru. Erga uumamee bada malee. Egaa waan ittiin guutamnee jirrutu nu murteessa.

๐ƒ๐ˆ๐‘๐Ž๐Ž๐๐ˆ๐ˆ ๐Ž๐‘๐Ž๐Œ๐Ž๐Ž๐”ป๐•€โ„๐•†๐•†โ„•๐•€๐•€ ๐•†โ„๐•†๐•„๐•†๐•†Araddaa Oromiyaa,โฃ๏ธ ๐Ÿ˜โค  ๐Ÿ’šVisit Oromia
05/02/2024

๐ƒ๐ˆ๐‘๐Ž๐Ž๐๐ˆ๐ˆ ๐Ž๐‘๐Ž๐Œ๐Ž๐Ž
๐”ป๐•€โ„๐•†๐•†โ„•๐•€๐•€ ๐•†โ„๐•†๐•„๐•†๐•†
Araddaa Oromiyaa,โฃ๏ธ ๐Ÿ˜โค
๐Ÿ’š
Visit Oromia

04/02/2024

๐š€๐šŠ๐š‹๐šœ๐š˜๐š˜๐š๐š—๐šŠ๐šŠ๐š— ๐š‹๐š’๐šข๐šข๐šŠ๐šŠ ๐š๐šŠ๐šŠ๐š๐šŠ
๐™ถ๐šŠ๐š‹๐š›๐š˜๐š˜๐š–๐š—๐šŠ๐šŠ๐š— ๐š‹๐š’๐šข๐šข๐šŽ๐šŽ ๐š๐šŠ๐šŠ๐š๐šŠ!
๐™ฑ๐š’๐šข๐šข๐šŽ๐šŽ ๐š๐šŠ'๐šž๐šž ๐š–๐šŠ๐š—๐š—๐šŠ๐šŠ
๐™ฑ๐š’๐šข๐šข๐šŠ๐šŠ ๐š๐šŠ'๐šž๐šž ๐š†๐šŠ๐šข๐šข๐šŠ!
# ๐š๐šŠ๐š๐š๐šŠ๐šŠ๐š๐šŠ๐š๐š‘๐šž!
#๐™พ๐š๐™พ๐™ผ๐™ธ๐šˆ๐™ฐ๐™ฐ๐™ผ ๐™ฑ๐™ธ๐šˆ๐šˆ๐™ฐ

04/02/2024

๐”ธ๐•ฃ๐•ฃ๐•’๐•“๐•’ ๐•ฅ๐• ๐•๐•–๐•–๐•ค๐•ค๐•š ๐•ž๐•’๐•ฃ๐•ฅ๐•š ๐•™๐•’๐•ช๐•ช๐•ฆ๐•ฆ ๐•ž๐•š๐•ฅ๐•š.
โ„•๐•’๐•ž๐•Ÿ๐•š ๐•Š๐•–๐•–๐•Ÿ๐•’๐•’ ๐•˜๐• ๐•”๐•™๐•’ ๐•ž๐•’๐•๐•–๐•–๐•ค๐•ค๐•’ ๐•“๐•’๐•ฃ๐•’๐•ฅ๐•–,๐•Š๐•–๐•–๐•Ÿ๐•’๐•’ ๐•š๐•ฃ๐•ฃ๐•’๐•’ ๐•™๐•š๐•Ÿ ๐•“๐•’๐•ฃ๐•’๐•ฅ๐•ฆ.

Address

Shashemene
OROMIAREGION

Opening Hours

09:00 - 17:00

Telephone

+251922126449

Website

https://www.youtube.com/@NanatiLemmesa-vx5jb, http://tiktok.com/@nanatilemm

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when ๐˜•๐˜ข๐˜ฏ๐˜ข๐˜ต๐˜ช ๐˜“๐˜ฆ๐˜ฎ๐˜ฎ๐˜ฆ๐˜ด๐˜ข posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share