Sagalee Qeerroo Oromiyaa

  • Home
  • Sagalee Qeerroo Oromiyaa

Sagalee Qeerroo Oromiyaa Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Sagalee Qeerroo Oromiyaa, News & Media Website, .

25/04/2025
08/11/2023

Waan Gaarii Jedhamaaru Kana Gurri nuhaa dhagahu!

26/10/2023

Qeerroon Oromiyaa Dugugguruu dugda oromiyaati. Yoomillee ummata oromootiif murteessaa dha.

27/05/2023

Mootummaan Ummata isaa Kabaju Amantaa Ummata isaas kabajuu qaba. Hanga Amantaan Ummataa Hin kabajamnetti Nagaaf Tasgabbiin hin jiraatu. Ummatnis Mootummaa hin dhagahu. Kanaafuu Qaamni Aangoo irra jirtus kan Aangoo Barbaacha Deemaattus Amantaa ummataatiif kabaja kenni!

26/04/2023

Akka Sagalee Qeerroo Oromoyaatti Duuti Artistii Gameessa Qabsaa'aa Saba isaa arts Zarihuun Wodaajoo Gadda Onnee Keenya Cabse dha.
Nagaan Boqadhu Goota Saba keetiif jiraate!

27/01/2023

Qabsoon itti fufa!

Address


Telephone

0948391552

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Sagalee Qeerroo Oromiyaa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

  • Address
  • Telephone
  • Alerts
  • Claim ownership or report listing
  • Want your business to be the top-listed Media Company?

Share