Filamingo Arsii Lixaa

Filamingo Arsii Lixaa for the last

Bareedinaafi hawwattummaa qarqara hora Laangannoofi sagantaa daaw'ii pirezdaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obboo Shima...
23/02/2026

Bareedinaafi hawwattummaa qarqara hora Laangannoofi sagantaa daaw'ii pirezdaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obboo Shimallis Abdiisaafi Hogganaa paartii Badhaadhinaa damee Oromiyaa Obboo Kaffaalow wajjiin daaw'atan.

የሆራ ላንጋኖ ዳርቻ ያለው ውበትና ማራኪነት፣ እንዲሁም የአቶ ሽመልስ አብድሳ፣ የኦሮሚያ ክልል ፕሬዚዳንት ከኦሮሚያ የብልጽግና ፓርቲ ኃላፊ አቶ ካፋሎ ጋር በመሆን ያደረጉት የጉብኝት መርሃ ግብር።

The beauty and charm of the shores of Lake Langano, along with the visit program conducted together with Shimelis Abdisa, President of the Oromia Regional State, and Mr. Kaffalow, head of the Oromia branch of the Prosperity Party.

🌴 Langanno Beach Resort 🌊Riizortii ajaa’ibsiisaa qarqara Haroo Laangannoo irratti argamu!Arsii Lixaa, Aanaa Nageellee Ar...
01/02/2026

🌴 Langanno Beach Resort 🌊
Riizortii ajaa’ibsiisaa qarqara Haroo Laangannoo irratti argamu!

Arsii Lixaa, Aanaa Nageellee Arsii keessatti, riizortiin ammayyaa’aa fi dijitaalaan deeggarame kun dhalataa naannichaa dargaggoo Isaayyaas Daani’eeliin ijaarsi isaa jalqabameera.

Riizortiin kun riizortoota duraan ijaaraman hunda irraa bifa adda ta’een kan bocame yoo ta’u, miidhagina uumamaa, hawwata olaanaa fi meeshaalee ammayyaa’aan guutamee kan ijaarameedha.

✨ Boqonnaa, bashannanaa fi tasgabbii sammuu bakka tokkotti argattu!
🎉 Baga gammaddan, baga gammanne!
Xumuramee waliigalaan eebbifamee tajaajila jalqabuu akka danda’u abdii guddaan eegamaa jira.
📍 Qarqara Haroo Laangannoo – Arsii Lixaa, Nageellee Arsii
💥💥💥💥💥💥💥💥

🌴 Langanno Beach Resort 🌊
ልዩ ውበት ያለው በላንጋኖ ሐይቅ ዳር የሚገኝ ሪዞርት!
በምዕራብ አርሲ፣ በነገሌ አርሲ ወረዳ ውስጥ፣ ዘመናዊና በዲጂታል ቴክኖሎጂ የተደገፈ ይህ ሪዞርት በአካባቢው ተወላጅ ወጣት ኢሳያስ ዳንኤል ተነሳሽነት የግንባታ ሥራው ተጀምሯል።

ይህ ሪዞርት ከቀድሞ የተገነቡ ሪዞርቶች ሁሉ በተለየ አቀራረብ የተዘጋጀ ሲሆን፣ የተፈጥሮ ውበት፣ ከፍተኛ ማራኪነትና ዘመናዊ መገልገያዎችን በአንድ ላይ ያካተተ ነው።

✨ እረፍት፣ መዝናኛና የአእምሮ ሰላም በአንድ ቦታ! 🎉 እንኳን ደስ አላችሁ፣ እንኳን ደስ አለን! ሪዞርቱ በቅርቡ ሙሉ በሙሉ ተጠናቆ ተመርቶ አገልግሎት መጀመሩን በታላቅ ተስፋ እየተጠበቀ ነው።
📍 የላንጋኖ ሐይቅ ዳር – ምዕራብ አርሲ፣ ነገሌ

💥💥💥💥💥💥💥💥💥
🌴 Langanno Beach Resort 🌊
A uniquely beautiful resort located on the shore of Lake Langanno!

In West Arsi, Negelle Arsi Woreda, this modern and digitally supported resort project was initiated by a local young entrepreneur, Isayas Daniel.

The resort is designed with a distinctive concept that sets it apart from previously built resorts. It is developed by blending natural beauty, high-level attractiveness, and modern facilities.

✨ A place where relaxation, entertainment, and peace of mind come together! 🎉 Congratulations to all of us! There is great anticipation that the resort will soon be fully completed, officially inaugurated, and begin providing services.
📍 Shore of Lake Langanno – West Arsi, Negelle Arsi

16/12/2025

Address

Shashemene

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Filamingo Arsii Lixaa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share