Dr.Tibesso Buli

Dr.Tibesso Buli "The best way to find yourself is to lose yourself in the service of others."

— Mahatma Gandhi

Tajajilaa tola oltummaa ganna kana irratti oggeessonni nuu wajjiin hirmacha jirtaan hundinuu Galatooma
06/08/2026

Tajajilaa tola oltummaa ganna kana irratti oggeessonni nuu wajjiin hirmacha jirtaan hundinuu Galatooma

19/05/2026

📢 Job Vacancy Announcement

The Unity Medium Clinic, located in the city of Shashamane, is preparing to commence providing special healthcare services. Accordingly, the clinic would like to recruit qualified professionals for the following vacant positions on a permanent basis.

1. Nursing

* Gender: Male / Female
* Educational Level: BSc Nursing or Clinical Nursing
* Work Experience:
* Senior – 1
* Junior – 1

2. Laboratory Professional

* Gender: Male / Female
* Work Experience:
* Senior – 1
* Junior – 1

3. Cleaner – Quantity: 1

* Gender: Female
* Educational Level: Grade 10 and above
* Experience in similar cleaning work is required

4. Security Guard – Quantity: 2

* Gender: Male
* Age: 18 – 45
* Educational Level: Grade 10 and above

✅ Salary is highly attractive and will be determined by agreement.

⚠️ Note:
All applicants must submit a recent employment release letter from their current workplace (not older than 6month).

📍 Workplace: Shashamane

📞 For more information:

* +251 924 226 711
* +251 97 029 0048

Call us for further details

19/05/2026

📢 የሥራ ማስታወቂያ

በ ሻሸመኔ ከተማ ውስጥ ልዩ የጤና አገልግሎት ለመስጠት ዝግጅቱን ያጠናቀቀው ዩኒቲ መካከለኛ ክሊኒክ ከዚህ በታች በተጠቀሱት የሥራ መደቦች ብቁ ባለሙያዎችን በቋሚነት መቅጠር ይፈልጋል።

1. ነርሲንግ (Nursing)

* ፆታ፡ ወንድ / ሴት
* የትምህርት ደረጃ፡ BSc ነርሲንግ ወይም ክሊኒካል ነርሲንግ
* የሥራ ልምድ፡
* ሲኒየር – 1
* ጁኒየር – 1

2. የላቦራቶሪ ባለሙያ

* ፆታ፡ ወንድ / ሴት
* የሥራ ልምድ፡
* ሲኒየር – 1
* ጁኒየር – 1

3. የጽዳት ሰራተኛ – ብዛት: 1

* ፆታ፡ ሴት
* የትምህርት ደረጃ፡ 10ኛ ክፍል እና ከዚያ በላይ
* ተመሳሳይ የጽዳት ሥራ ልምድ ያላት መሆን ይጠበቃል

4. ዘበኛ – ብዛት: 2

* ፆታ፡ ወንድ
* ዕድሜ፡ 18 – 45
* የትምህርት ደረጃ፡ 10ኛ ክፍል እና ከዚያ በላይ

✅ ደመወዝ በጣም አጓጊ ሲሆን በስምምነት ይወሰናል።

⚠️ ማሳሰቢያ:
ሁሉም አመልካቾች ከአሁኑ የሥራ ቦታቸው የተሰጠ ከ 6 ወር ያልበለጠ የመልቀቂያ ደብዳቤ (Release Letter) ማቅረብ አለባቸው።

📍 የሥራ ቦታ፡ ሻሸመኔ

📞 ለተጨማሪ መረጃ:

* 0924 226 711
* +251 97 029 0048

ይደውሉልን!
@ Tesfahunegn said Gemeda show ゚Tole tola Abdo &@ sh/nnee @

19/05/2026

📢 Beeksisa Qacarrii

Kiliniikni Giddu-Galeessaa Unity magaalaa Shashemene keessatti tajaajila fayyaa ammayyaa fi qulqullina qabu kennuuf hojii jalqabuuf qophii xumuraa irra jira. Kana jechuun hojii banaa armaan gadiif ogeessota gahumsa qaban qacaaruu barbaada.

1. Nursing – Baay’ina: Junior =1 and senior =1

* Saala: Dhiiraa / Dubaraa
* Sadarkaa Barnootaa: BSc Nursing ykn Clinical Nursing
* Muuxannoo: waggaa 2 fi isaa ol

2. Laboratory Professional

* Saala: Dhiiraa / Dubaraa
* Muuxannoo:
* Senior – 1
* Junior – 1

3. Qulqulleessituu – Baay’ina: 1

* Saala: Dubartii
* Sadarkaa Barnootaa: Kutaa 10 fi isaa ol
* Muuxannoo: hojii qulqullinaa ykn hojii wal fakkaatu irratti hojii hojjettee kan beektu

4. Wardiyaa – Baay’ina: 2

* Saala: Dhiiraa
* Umrii: waggaa 18 – 45
* Sadarkaa Barnootaa: Kutaa 10 fi isaa ol

✅ Mindaan baay’ee hawwataa ta’ee fi waliigalteen gaariin ni taasifama.

⚠️ Yaadachiisa:
Ogeessonni hundi xalayaa hojii gadhiisuu (Release Letter) ji’a tokko hin caalle dhiyeeffachuu qabu.

📍 Bakka hojii: Magaalaa Shashemene

📞 Odeeffannoo dabalataaf:

* +251 924 226 711
* +251 97 029 0048

Dear Valued Clients,We would like to inform you that we have been away from our page for a short period due to the demol...
19/05/2026

Dear Valued Clients,

We would like to inform you that we have been away from our page for a short period due to the demolition of our previous workplace in connection with corridor development activities.

However, we are pleased to share exciting news with you. We are currently in the final stages of preparation to launch a modern, high-standard private clinic in Shashamane, staffed with experienced specialist doctors and healthcare professionals.

This will be a great opportunity for the people of Shashamane and the surrounding communities to access quality, reliable, and advanced healthcare services closer to home.

We look forward to welcoming and serving you very soon. Thank you for your patience, trust, and continued support.

ክቡራን ደንበኞቻችን፣ ለአጭር ጊዜ ከገጻችን ራቅ ብለን ቆይተናል። ምክንያቱም ከኮሪደር ልማት ሥራ ጋር ተያይዞ የነበረው የሥራ ቦታችን በመፍረሱ ነበር።አሁን ግን በቅርቡ በShashamane ዘ...
19/05/2026

ክቡራን ደንበኞቻችን፣ ለአጭር ጊዜ ከገጻችን ራቅ ብለን ቆይተናል። ምክንያቱም ከኮሪደር ልማት ሥራ ጋር ተያይዞ የነበረው የሥራ ቦታችን በመፍረሱ ነበር።

አሁን ግን በቅርቡ በShashamane ዘመናዊና ከፍተኛ ደረጃ ያለው የግል ክሊኒክ ከስፔሻሊስት ሐኪሞች ጋር ለመክፈት የመጨረሻ ዝግጅት ላይ እንገኛለን።

በቅርቡ ጥራት ያለውና አስተማማኝ የጤና አገልግሎት ይዘን እንመጣለን!

Kabajamoo maamiltoota keenya, yeroo muraasaaf Social Media kana irraa dhabamuun keenyaa ni yaadatama. Sababni isaa hojii...
19/05/2026

Kabajamoo maamiltoota keenya, yeroo muraasaaf Social Media kana irraa dhabamuun keenyaa ni yaadatama. Sababni isaa hojii misooma koriidoriitiin walqabatee iddoon hojii keenya duraan itti tajaajilaa turre waan diigameef ture.

Amma garuu oduu gammachiisaa isiniif qabna! Yeroo dhiyootti magaalaa Shashaamannee keessatti kilinikaa G/galeessa haaraa, sadarkaa olaanaa qabu fi specialistoota hedduu waliin gurmaa’e keessatti tajaajila fayyaa kennuuf qophii xumuraa jirra.

Kilinikni keenya Filannoo keessan jalqaaba akka tahuu Amantii guddaa qabna.

* Dhiyootti isin waliin wal arguuf gammachuu guddaadhaan eegaa jirra.
Galatooma!!!!

26/04/2026

Celebrating my 2nd year on Facebook. Thank you for your continuing support. I could never have made it without you. 🙏🤗🎉

Address

Negele Arsi
Shashemene
03

Telephone

+251924226711

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Dr.Tibesso Buli posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Dr.Tibesso Buli:

Shortcuts

Share