Tulu Arara Tv

Tulu Arara Tv Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Tulu Arara Tv, Digital creator, Holeta, Shewa.

       .9:00 Kaasee         .2:00   Kaasee itti Fufaaa...Kottaa Guyyaa kana eebba kana irraa hirmaadhaa
17/04/2025


.9:00 Kaasee
.2:00 Kaasee itti Fufaaa...

Kottaa Guyyaa kana eebba kana irraa hirmaadhaa

  GUYYAA BORII SA'AA 9:00IRRAA KAASEE..SAMBATA XIQQAA 9:00 IRRAA KAASEE.DILBATA GUYYAA GUUTUU YEROO WAAQEFFANNAA FI KADH...
27/03/2025



GUYYAA BORII SA'AA 9:00IRRAA KAASEE..
SAMBATA XIQQAA 9:00 IRRAA KAASEE.

DILBATA GUYYAA GUUTUU YEROO WAAQEFFANNAA FI KADHATA NAMA HUNDAAF YEROO ITTI TAASIFAMU NII QABAANNA KOTTAA HIRMAADHAA

                                                      odeeffannoo/09250202000921107274
14/03/2025







odeeffannoo/0925020200
0921107274

  #         #      #  #
10/03/2025

#
#
#
#

  #Dilbata fuula keenya dura jiru kana sagantaa kadhannaa fi Waaqeffannaa guyyaa guutuu waan qabnuuf namootni Magaalaa H...
07/03/2025

#
Dilbata fuula keenya dura jiru kana sagantaa kadhannaa fi Waaqeffannaa guyyaa guutuu waan qabnuuf namootni Magaalaa Hoolataa fi naannoo ishee jiraattan Hunduu Affeeramtaniittu

  #
24/02/2025

#

  #  #EEBBA GUDDAA KANA IRRAA QOODDADHAA
11/02/2025

#
#
EEBBA GUDDAA KANA IRRAA QOODDADHAA

   RAKKOO GARAA GARAA QABANIIF WAAN KADHATAMUUF YEROODHAAN DHUFTANII BAKKA AKKA QABATTAN JAALALA WAAQAYYOOTIIN ISIN BEEK...
07/02/2025

RAKKOO GARAA GARAA QABANIIF WAAN KADHATAMUUF YEROODHAAN DHUFTANII BAKKA AKKA QABATTAN JAALALA WAAQAYYOOTIIN ISIN BEEKSIFNA

MAGAALAA HOOLATAA
WALDAA KIRISTAANAA TULLUU ARAARAA

  #  #  #
07/01/2025

#
#

#

 SAGANTAA ADDAA YAADANNOO GUYYAA DHALOOTA GOOFTAA KEENYA YESUUS KIRISTOOS KAN BARA 2017/25 SABABEEFFACHUUN  DILBATA DURA...
03/01/2025


SAGANTAA ADDAA YAADANNOO GUYYAA DHALOOTA GOOFTAA KEENYA YESUUS KIRISTOOS KAN BARA 2017/25 SABABEEFFACHUUN DILBATA DURA KEENYA JIRU KANA JECHUUN MUDDEE 27 WALDAA TULLUU ARAARAA HOOLATAA KEESSATTI NI KABAJAMA.
KANAAF HUNDUMTUU AFEERAMTANIITTU 🙏
SHARE GODHAA MAXXANSA KANA

BOR GUYYAA GUUTUU SAGANTAA ADDAATI,YEROO KADHATAA,YEROO WAAQEFFANNAA,YEROO LALLABAA,IRRAA HIN HAFINAAA
31/12/2024

BOR GUYYAA GUUTUU SAGANTAA ADDAATI,YEROO KADHATAA,YEROO WAAQEFFANNAA,YEROO LALLABAA,IRRAA HIN HAFINAAA

Address

Holeta
Shewa

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Tulu Arara Tv posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share