Ukaash Abdalla

Ukaash Abdalla 💓Oromiyaan Biyya koo
💚Oromoon Saba koo
💓WBO Dhabaa koo
#430
.

08/12/2023
I have reached 100 followers! Thank you for your continued support. I could not have done it without each of you. 🙏🤗🎉
02/12/2023

I have reached 100 followers! Thank you for your continued support. I could not have done it without each of you. 🙏🤗🎉

06/06/2023

"NAMA TAHUU KEE QOFAAF NAMUMMAA HIN QABDU
MAALIIF???????
Nama Namummaa qabu jechuun Nama Saba isaatiin boonu Kan Waa'ee Sabaa Fi biyya isaatiif Halkanii Fi Guyyaa Dhama'u jechuudha.
Akkas malee Namni Nama tahe qofaaf Namummaa hin qabu
HUBADHU YAA NAMA KOO
Namni Namummaa qabu Eega nama tahee Uumame Heera uumaa Fi Uumamaa baratee barsiisuun Raabii Isa Uume gabbaruu Fi Ogummaa Fi beekkumsa qabuun Biyyaa Fi Saba isaatiif bu'aa Gaarii Oomishuudha jiruu Fi Jireenya uummata isaa Guyya guyyaan dorgomaa taasisuudhaa
KANAAN Alatti Akkuma Beeyladootaatti kaayyoo tokko malee
Nyaatanii dhuganii, Rafuu , fuudhanii ilmaan hiruu Fi qaaquu qofa yoo taate Beeyladootaan Garaagarummaa maaltu jira❓
Nama Namummaa qabu tahuu qabna Nuti dhaloonni qubee
Jabaadhaa bakka jirtan hundaa
Amma Xumura Irra jirraa
ABBAATU OF KABACHISAA ❤️💚❤️💪💪💪
dhaamsa Gaarii Waliif dabarsaa

Gaaffii Badhaasa Qar*shii 10,000 Qabu Kan Baankiin Coop Qopheesse Kana Irratti Hirmaadhaa Badhaafamaa Ta'aa. Namni Suura...
06/06/2023

Gaaffii Badhaasa Qar*shii 10,000 Qabu Kan Baankiin Coop Qopheesse Kana Irratti Hirmaadhaa Badhaafamaa Ta'aa. Namni Suuraa Kana Irratti Mul'atu Kun Maqaan Isaa Eenyuudha? Namoota 100 Gaaffii Kana Deebisaniif Baan&kichi Badhaasa Kana Akka Kennuufiif Ibsee Jira. Deebii Isaa Deebisuuf Link Asii Gad Jiruun Seentanii Iddoo Comment Jettu Irratti Deebistu ↪️ https://bit.ly/3WNwlfk

Hubachiisa Baankichi Akka Ibseetti Namoota As Facebook Irratti Deebii Deebisan Akka Hin Badhaafneedha.

02/06/2023

nuuf diirmadhuu😭😭
😭🤲😭😭😭🤲😭😭🕋😭😭😭

Finfinneetti guyyaa har'aa Muslimoonni akkasitti ba'anii sagalee isaanii dhageessisaa oolan💪Masjiida diiguun nurraa haa ...
26/05/2023

Finfinneetti guyyaa har'aa Muslimoonni akkasitti ba'anii sagalee isaanii dhageessisaa oolan💪
Masjiida diiguun nurraa haa dhaabbatu!
Mootummaan dhimma Amantaa keessaa harka haa fudhatu!

Islaamummaan tuqamnaan Muslimni tokko manatti hin hafu!

Address

Adama
Shewa

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Ukaash Abdalla posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share