Nesradin Jemal

Nesradin Jemal OROMOON GURMUUN MO'A!

Lamine Yamal 💔🔥Rabbin sii waliin haa jiraatu eenyulleen humaa si gochuus hin dandahu ati dhugaan Ilmaa islaamaati☝️Ati k...
14/05/2026

Lamine Yamal 💔🔥

Rabbin sii waliin haa jiraatu eenyulleen humaa si gochuus hin dandahu ati dhugaan Ilmaa islaamaati☝️

Ati kan abbaa keeti qofa osoo hin taane ilma islaama Addunyaa guutuuti Yamal wlly hedduu takka sitti boonne 💔

Yaa maasha Allaah baga islaama taate ammaas baga taphataa kilaba Barça 💔taate seenaan kilaba Barcelona fi Pal**stine wal fakkaatti 🥹

Barcelona'n kilaba Cunqurfame biyya Catalonia keessa akka malee miidhame akka Rabbiitin miidha Firanco sana jalaa bahee as gaheedha 🙌

Biyyi Pal**tine lleen akkasuma ummanni isii biyya isaaniti fi qabeenya isaani irratti akka malee miidhamee fi ammallee miidhamaa jiruudha ammaas sababuma islaama tahaniif dhumaa jiran Lamine Yamal ilmi muslimaa hanga dandahuun sagalee taheefi jira Rabbi isa nuuf haa tiksu 🤲

Ummata Pal**tine kan biyya isaani irratti dhiig**ni isaani gatii dhabe sana Rabbin biraa nuuf haa dhaabbatu 🤲🥹

"The only way to reach the top of the mountain is to keep climbing, one step at a time."
04/07/2024

"The only way to reach the top of the mountain is to keep climbing, one step at a time."

Silaa har'a guyyaa gammachuu keenya ture, maal goonu ree carraa keenyatu akkas nuuf qoodee.😪Nagaan Boqadhu😪What a cruel ...
10/04/2024

Silaa har'a guyyaa gammachuu keenya ture, maal goonu ree carraa keenyatu akkas nuuf qoodee.😪

Nagaan Boqadhu😪
What a cruel nation?

Barsiisaan kun xalayaa kana barreessee kaa'uun of ajjeese jedhan. Egaa....
26/01/2024

Barsiisaan kun xalayaa kana barreessee kaa'uun of ajjeese jedhan. Egaa....


26/01/2024

❤️💚❤️
Milishaa😁

26/01/2024










23/01/2024

ወደ አላህ ተመላስ/ሽ

23/01/2024




Saxs or Success 😁
14/11/2023

Saxs or Success 😁

Goota umrii isaa guutuu oromoof laate.
25/10/2023

Goota umrii isaa guutuu oromoof laate.

Address

Adama
Shewa

Telephone

+251968242599

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Nesradin Jemal posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Nesradin Jemal:

Share