26/10/2025
๐ keessaa bahuun hoongahuudha
Garuu waan haaraya finder sitti hin fakkaatin, waan duriis argameedha.
Rabbiin akkana jedhe:
"ููู
ูู ููุฑูุชูุฏูุฏู ู
ููููู
ู ุนูู ุฏูููููู ููููู
ูุชู ูููููู ููุงููุฑู ููุฃูููููฐุฆููู ุญูุจูุทูุชู ุฃูุนูู
ูุงููููู
ู ููู ุงูุฏููููููุง ููุงููุขุฎูุฑูุฉู"
(ุงูุจูุฑุฉ: 217)
๐ Hiikkan Aayata kanaa :
โNama Islaamummaa irraa garagalee duโe, hujiin isaa tan addunyaa fi Aakhiratiis badde.โ
Obboleeyyan koo Wanti hubatamuu qabu
Sababoota namoonni tokko tokko amantaa irraa bahuuf:
1๏ธโฃ Wallaala โ amantaan isaanii gadi fageenyaan beekuu dhabuu
2๏ธโฃDadhabina iimaana isaanii
3๏ธโฃ Irratti wal fakkeeffamuu โ waan sobaa fi dhugaa walitti makuu.
4๏ธโฃ Saahibban hiriyoota jallatan waliin jiraachuu
5๏ธโฃ Namni gowwaan yoo muslimaan wallolees โ amantaa muslimaatiin wal loleeti, amantaa keessaa utaala.
6๏ธโฃ Duniyaan bitamuudha yokaa faayidaa addunyaa jaallachuun Rabbii ufii dagachuu. ๐๐ฐ
๐ฟ Kanaafuu furmaanni:
โ
Amantaa ofii sirritti barachuu ๐
โ
Nama gaarii saahibuu ๐ค
โ
Ibaadaa fi duโaaii irratti jabaachuu ๐
๐คฒ
Rabbiin kan amantaa irraa bahees haa deebisu,
nutiis iimaana jabaa nuuf kennee,
khaatima yokaan booddee teenya nuhaa tolchu