Joher Adem

Joher Adem Bekkumsa

🌿 πŸ’ŽWaa’ee jimaa gaaffa dubbannu ni Qaamnaaf miti! Hawaasa keenya Baha Oromiyaa kanaatu ittin jiraata! Madda galiiti akka...
25/04/2024

🌿 πŸ’Ž

Waa’ee jimaa gaaffa dubbannu ni Qaamnaaf miti! Hawaasa keenya Baha Oromiyaa kanaatu ittin jiraata! Madda galiiti akkasitti hubadhaa! Harargee keessa Bara dheeraaf Keellaaleen qaraxaa Humnaa Oliitin Hawaasa saamaa ture Kan ji’a muraasa dura mootummaan Iyya Ummataa caqasuun kaase ammas Eegaa bakkatti deebi’ee saamicha jalqabee Ummanni dararaatti jira!
Fakkeenyaaf
Keellaa Bordoddee, Keellaa Dhangaggoo Fi kkf….! Sababa baay’ina Qaraxa keellaatin jimaan gabaa irraa Ugguramee Ummanni keenya Harargee Bakka gara garaatti beelaan rakkachaa jira!

Giddu gala Qorannoo Fayyaa Deebii ( Debi Diagnostic Center )Magaalaa Adaamaa Yuunivarsiitii Harraambee fuulduratti hojii...
25/04/2024

Giddu gala Qorannoo Fayyaa Deebii ( Debi Diagnostic Center )
Magaalaa Adaamaa Yuunivarsiitii Harraambee fuulduratti hojii eegaleera!
Qorannoo fayyaa si’ataafi qulqullina olaanaa qabu yoo feetan nutti goraa isiniin jedhu !

jirrachun keetif shukkurri godhii
25/04/2024

jirrachun keetif shukkurri godhii

05/04/2024

Masjiinni Rasuulaa (Sallallaahu aleyhi wa sallam) Kabajamaan yoom ijaarame?

Deeggarsi walloof godhamu isa walirraa cinna hin qabne itti fufaa tahuudha qaba.Obboleeyyan arjoomtanii jirtan galatooma...
20/03/2024

Deeggarsi walloof godhamu isa walirraa cinna hin qabne itti fufaa tahuudha qaba.

Obboleeyyan arjoomtanii jirtan galatoomaa, Warri hin arjoominiis arjoomaa!

Yaroo gootonni walloo lafaa lafee isaanii tiiyfachuuf lubbuu qaalii arjoomaa jiranitti, nuti lubbuu isaanii tiiysuuf qarshii arjoomuun nutti ulfaachuu hin qabdu.

Jajjabaadhaa wal jajjabeeysaa!
Deeggarsa isaanii itti fufaa jzk

Balaa tiraafikaa har'a ganama Aanaa Qarsaa naannoo Baddaa Bunaatti mudateen lubbuu namaafi qabeenyarra miidhaan qaqqabee...
16/03/2024

Balaa tiraafikaa har'a ganama Aanaa Qarsaa naannoo Baddaa Bunaatti mudateen lubbuu namaafi qabeenyarra miidhaan qaqqabeera.
**********
Godina Jimmaa Aanaa Qarsaatti balaa tiraafikaa guyyaa har'aa Ganda Ankasoo iddoo addaa Baddaa Bunaa jedhamutti mudateen lubbuu namaafi qabeenyarra miidhaan qaqqabuu isaa Waajjirri Poolisii Aanaa Qarsaa beeksiseera.

Balaan tiraafikaa kun Bitootessa 07/2016 ganama keessaa tilmaamaan naannoo sa'aatii 1:30 yommuu ta'utti kan mudate yommuu tahu, lubbuun nama tokkoo battalumatti yommuu darbu namoota sadi irratti miidhaan qaamaa salphaafi qabeenyarras miidhaan qaqqabeera.

Balaan kun konkolaataa fe'umsaa FSR koodii (3) A.A lakkoofsa gabatee 71057 fi mootorri luka lamaa koodii (3) lakkoofsa gabatee 01416 ta'e kallattii Finfinnee irraa gara Magaalaa Jimmaa deemaa turan walitti bu'uun gara galuun kan mudateen tahuu Waajjirichi beeksiseera.

Waajjira Poolisii Aanaa Qarsaatti Ittigaafatamaan Divizyinii Qorannoo Yakkaafi Murtee Haqaa Kennisiisuu kan ta'an Gargaaraa Inispektaraa Balaayi Lammeessaa akka ibsanitti ka'umsi balichaa qoratamaa akka jiruufi namoonni miidhamanis hospitaala Jimmaatti yaalamaa akka jiran dubbataniiru.

Xumura irrattis balaa tiraafikaa miidhaa guddaa qaqqabsiisaa jiru kana hirrisuuf gaheen konkolaachiftootaa olaanaa waan taheef teeknika konkolaataa yeroo yeroon hordofuufi miira ittigaafatamummaatiin konkolaachisuun midhaa namaafi qabeenyarra gahu hanbisuuf hojjachuu qabu jechuun dhaamaniiru.

Waajjirri Kominikeeshinii Aanaa Qarsaas balaa mudate kanaan lubbuu badeef gadda itti dhagahame ibsaa, maatii, firaafi hiryoota maraaf jajjabina hawwa.

Wallisaa Beekkamaa lammii Ameerikaa Kan ta'e Lil Jon Guyyaa Hardhaa Masjiida Los Angeles tti Shahaada Qabachuun Gara Isl...
16/03/2024

Wallisaa Beekkamaa lammii Ameerikaa Kan ta'e Lil Jon Guyyaa Hardhaa Masjiida Los Angeles tti Shahaada Qabachuun Gara Islaamummaa Dhufe Maashaa Allaah

Rabbiin Abbaa Fedheef Hidayaa Kenna

16/03/2024

We will face Bayern Munich in the quarter-finals of the UEFA Champions League πŸ‘‰ https://arsn.al/Ee5B6Lt

π™¨π™€π™˜π™žπ™–π™‘ π™’π™šπ™™π™žπ™– 𝙝𝙖𝙬𝙨𝙖𝙖 𝙠𝙖𝙣𝙖 π™—π™žπ™§π™§π™– π™—π™–π™£π™šπ™š π™©π™žπ™ π™©π™€π™  𝙗𝙖𝙧𝙧𝙖𝙣 π™—π™–π™£π™£π™š π™™π™π™žπ™›π™–π™’π™–
21/01/2024

π™¨π™€π™˜π™žπ™–π™‘ π™’π™šπ™™π™žπ™– 𝙝𝙖𝙬𝙨𝙖𝙖 𝙠𝙖𝙣𝙖 π™—π™žπ™§π™§π™– π™—π™–π™£π™šπ™š π™©π™žπ™ π™©π™€π™  𝙗𝙖𝙧𝙧𝙖𝙣 π™—π™–π™£π™£π™š π™™π™π™žπ™›π™–π™’π™–

Harmeen Hamza Borana balaa konkolaataan lubbuun isaanii addunyaa kanarra darbeera😭Baay'een gadde gadda guddaatu natti dh...
09/07/2023

Harmeen Hamza Borana balaa konkolaataan lubbuun isaanii addunyaa kanarra darbeera😭
Baay'een gadde gadda guddaatu natti dhaga'amee dhugaa πŸ₯ΉπŸ₯Ή harmee keenya hundaati haadha gootaa tura😭😭 lubbuun keessan nagaan haa boqatuπŸ˜­πŸ™

Hamzaaf maatii isaa maraaf waaqni jajjabina haa kennuufπŸ™

Address

Adama
Shewa

Telephone

+251952444118

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Joher Adem posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Joher Adem:

Share