Abbaa Abdii

Abbaa Abdii fb://profile/61551121297605 Positive thoughts create a better life !

15/10/2025

Harki dalage qooqa hin bulu. Jabaannee haa hojjennuu! ( Be strong enough) ゚viralシ

Bu'aan kun isiniin dhufe.  Galatoomaa!----Hirmaannaa keessaniin hordoota 78 , 000 ol (over 78K follower) irra gahe . Gud...
15/10/2025

Bu'aan kun isiniin dhufe. Galatoomaa!
----
Hirmaannaa keessaniin hordoota 78 , 000 ol (over 78K follower) irra gahe . Guddaa galatoomaa . Lakkoofsi kun kanaa ol akka dabaluuf hirmaannaan keessan har'as iddoo guddoo qabdi .

Maatree , wanta as irratti lakkisu : like , sheer fi komantii keessaniin guddusuun feedha teessan haa ta'u.

Yoo Rabbiin jedhe , dhuma waggaa kanatti hordoftoota kuma dhibba (100, 000K) horachuuf karoora qabaadhe .

Wanta isin bohaarsa , isin gammachiisa jedhee yaadee fi odeeffawwaan gara garaa akka ta'utti isiiif qooduuf qophii dha.

Bakka jirtaniitti nagaa fi nageenyi koo inni onnee irraa madde isin haa gahu . Kabajaa fi ulfina argadhaa🙏

14/10/2025

Enjoy and have a wonderful time.

14/10/2025

Happy Ethiopian Flag Day!!
Our flag is a symbol of diversity and a pillar of our freedom! ゚viralシ

 😭😭------Abbaan barataa qaxalee   Obbo Bashiir Hasan du'aan addunyaa kanarraa darban. Baay'ee nama gaddisiisa.  Rabbi ma...
13/10/2025

😭😭
------
Abbaan barataa qaxalee Obbo Bashiir Hasan du'aan addunyaa kanarraa darban.

Baay'ee nama gaddisiisa. Rabbi maatii fi firoottan maraaf jajjabina haa kennu!!

Oromoo    ( Walloo )  I ❤ Rayyaa ----Raayyaan gosa Oromoo keessaa isaan tokkoodha.  Gosti Oromoo raayyaa aadaa Oromoo si...
13/10/2025

Oromoo ( Walloo ) I ❤ Rayyaa
----
Raayyaan gosa Oromoo keessaa isaan tokkoodha. Gosti Oromoo raayyaa aadaa Oromoo sirriitti kan eegaanii fi beekaniidha. Oromoom raayyaa Kaabaa Oromiyaa fi Walloo keessatti qubatanii baay'inaan jiraataniidha .

Raayyaa Qobboo fi Raayyaa Azeeboo ummata afaan Oromoo dubbatanii fi aadaan isaaniis bu'ureeffama sirna Gadaa irratti kan hundaa’e dha .

Oromoon Raayyaa uummata naamusa , gootummaa fi aadaa kabaja namummaatin beekamaniidha. I ❤ Rayya people .

 ❤Sooreessi Abbaa Qabeenya Oromoo Obbo Yadeta Juneydi Badhaafamuutti Guddoo Gammaddeera!Sooreessi Oromoo Obbo Yadeta Jun...
09/10/2025


Sooreessi Abbaa Qabeenya Oromoo Obbo Yadeta Juneydi Badhaafamuutti Guddoo Gammaddeera!

Sooreessi Oromoo Obbo Yadeta Juneydi bara kanas gibira isaan irraa eeggamuu ol kafaluun sadarkaa 1ffaa qabachuun badhaasa "Platinum fi Special Top Award" Muummee Ministeera Itoophiyaa, Dr. Abiyyii Ahamad harkaa fudhatatanii jiru .

Yadeta Juneydin sooreessa qofa osoo hin taane nama namaaf yaadu, nama namaaf naasuu qabanii fi qabeenya isaanitiin rakkataa bira dhaabbataniidha .

Qaalii keenya Rabbiin umrii , fayyaa fi duniyaa hin dhumne dabalee isiniif haa kennu 🙏

08/10/2025

Yaa Oromoo ... ゚viralシ Asiledin Mohammed

08/10/2025

Australian Embassy ,On "Irreechaa" Holiday!

Artist Ibroo Ibsaa , Baga Gammadde! ----Deeggartoonnii fi dinqisiidattoonni Bahareen jirtan : weellisaa keenya jaalatama...
07/10/2025

Artist Ibroo Ibsaa , Baga Gammadde!
----
Deeggartoonnii fi dinqisiidattoonni Bahareen jirtan : weellisaa keenya jaalatamaa fi kabajamaa Ibroo Ibsaaf konkolaataa manaa bituun kennaa kennitaniifitti guddoo gammadeera .

Ijoolleen Bahareen, gochaa gaarii fi misiraachoo kana dalaguun Artistii keenya Ibroo Ibsaa gammachiiftan marti kabajaa fi ulfinna argadhaa .

Ibroo keenya, baga gammadde kanaa oltu siif mala. Congratulations 🎉

Address

Adama
Shewa

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Abbaa Abdii posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share