SiiTube - ሲቱብ

SiiTube - ሲቱብ No permission needed. An attempt to connect Oromos in diaspora via timely news and information

❤️
04/10/2025

❤️

👌
04/10/2025

👌

❤️
04/10/2025

❤️

Baga jala bultii ayyaana Irreechaatiin nagaan isin gahe**************Gaazexaa BariisaaBirraa barii ummanni Oromoo malkaa...
03/10/2025

Baga jala bultii ayyaana Irreechaatiin nagaan isin gahe
**************
Gaazexaa Bariisaa

Birraa barii ummanni Oromoo malkaatti walgahee uumaasaa ganamaa kan bacaqii gannaarra gara booqaa birratti isa ceesise galateeffata.

Galata qofas utuu hintaane biqiltuun biqilee firii godhate barakaa akka qabaatu, loon waan dheedan akka hindhabne, lageen akka hingogne, kan dhalate akka guddatu, guddaan akka buluuf Waaqa uumaa kadhata.

Birraa bariitti margi nilalisa, abaaboon nidaraara, lageeniifi malkaawwan guutan nihir'atu, duumessi haguugamee samiin niqulullaa'a.

Yeroo kana Oromoon gamaa gamanaa, alaafi keessaa, gaaraafi godaa walitti bahee malkaa bu'ee irreeffata.

Oromoof Irreechi galataafi nagaasaati. Irreechi ibsituu eenyummaafi aadaasaa, mallattoo jaalalaa, tokkummaa, waloomaa, qaroomina. Oromoo biratti guyyaan kun guyyaa addaati.

Egaa har'i jala bultii ayyaana Irreechaati. Ummanni Oromoo akkasumas saboonniifi sablammoonni biyyattii kutaalee biyyaafi addunyaarraa ayyaanicharratti hirmaachuuf faayamanii karrawwan shananiin Finfinnee akkasumas Bishooftuutti imalaa jiru.

Finfinnee, handhuurri Oromiyaas ta'ee Bishooftuun haati haroowwanii harkashee diriirsitee keessumatashee anaa dhufu jechaa jiru.

Nutis gamanumaan ummanni ayyaanicharratti hirmaattan hundi nagaan dhuftanii irreeffattanii gara qe'ee keessaniitti nagaan akka deebitan hawwaa; namni hunduu eegumsaafi nageenyasaafi ayyaanichaaf waardiyyaa dhaabachuu qaba.

Hanga ayyaanichi jalqabamee xumuramuttis qaamolee nageenyaa hunda waliin tumsuun milkaa'ina kabaja ayyaanichaaf akkasumas nageenya ummata keenyaaf eegumsa haataasisnuun dhaamsa keenya.

Irradeebiin baga jala bultii kabaja ayyaana Irreechaatiin isin gahe.

Dajanee Bulchaa

Macca Tulama is eating you alive. 🤣
03/10/2025

Macca Tulama is eating you alive. 🤣

30/09/2025

The two old men(Trump and Netanyahu) have a backward proposal to Hamas. Commit su***de or we will destroy you🤣

25/09/2025

👍 Fun Oromo wedding

ውቢት አመንሲሳ ~ ውቢት ኢትዮጵያውቢት የኢትዮጵያ ውበት መገለጫ ነበረች። እ.ኤ.አ. በ1983 በተከታታይ 500 ፎቶግራፎች የተነሳች ሲሆን ከእነዚህም ውስጥ አምስቱ ለ "13 months of ...
23/09/2025

ውቢት አመንሲሳ ~ ውቢት ኢትዮጵያ

ውቢት የኢትዮጵያ ውበት መገለጫ ነበረች። እ.ኤ.አ. በ1983 በተከታታይ 500 ፎቶግራፎች የተነሳች ሲሆን ከእነዚህም ውስጥ አምስቱ ለ "13 months of sunshine" ፖስተሮች ለህትመት ተመርጠዋል። ከፎቶግራፎቹ የተገኘው አጠቃላይ ገቢም ለኢትዮጵያ ቱሪዝም ኮሚሽን ገቢ ተደርጓል።

ውቢት ፕሮፌሽናል ሞዴል ሳትሆን በባህል ሚኒስቴር፣ በኢትዮጵያ ሆቴልና ቱሪዝም ኮሚሽን፣ በተባበሩት መንግስታት የልማት ፕሮግራም (ዩኤንዲፒ) ውስጥ ትሰራ እንደነበር የሚታወቅ ነው። ውቢት ሙያዋ ሞዴል ባይሆንም አስደናቂ ውበቷ እና ማራኪነቷ ግን የኢትዮጵያውያን ውበት እና ፀጋ ተምሳሌት እንድትሆን አድርጓታል።

Who said Jawar knows how to ride a bike?
18/09/2025

Who said Jawar knows how to ride a bike?

340 likes, 14 comments. “ ”

16/09/2025

Address

Shewa

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when SiiTube - ሲቱብ posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to SiiTube - ሲቱብ:

Share