Waloof Walee

Waloof Walee Fuulaa kana irra Oduu biyya kessaa fi alaa, odeefannoo waaqtawa tahaan dhiheenyan ni argatuu. hirriyoota kessaan 'invite' gochuun gumaacha!

Waloof Waleen Wirtuu Qindoomina Qabsaawota paarti badhaadhinaati.paartiin badhaadhinaa rakkoo Kirassaab-dummaa Hundeerraa gogsinee Rakkoo Bulchinsa Gaarii maqsun Fayyadamtummaa Ummata Keenyaa Mirkaneessuuf Qindoominni Murteessaa Waan taheef toora kana like gochuun Hubannoo adda addaa argadhaa.Badhaadhina Qabannee Rakkoon nuti hin furre Hin jirtu.badhaadhinaa waliin Fuuldurri keenya Milkiidha!

Gaafa kam Of taatanii????
22/11/2023

Gaafa kam Of taatanii????

Qormaata Biyyoolessaa Kutaa 12ffaa Bara 2015 Barattoota Qoraman Keessaa 50%fi Isaa Ol Kanneen Argatanii Darban 3.2% Qofa...
09/10/2023

Qormaata Biyyoolessaa Kutaa 12ffaa Bara 2015 Barattoota Qoraman Keessaa 50%fi Isaa Ol Kanneen Argatanii Darban 3.2% Qofa Ta'uu Ministeerri Barumsaa Ifoomse.
Fulbaana 28/2016
# # # # # # # # # # # # # # # # # # # # # # #
Ministeerri barnootaa akka ibsetti barattoota bara 2015tti qormaata biyyoolessaa kutaa 12ffaa 845,188 fudhatan keessaa barattoonni 27,267 (3.2%) qofti 50fi isaa ol qabxii darbinsaa argatanii darbuu guyyaa har'aa miidiyaaf ibsa kennee jira.
kana Saayinsii uumamarraa 649/700 qabxii ol'aanaa galmaa'uufi Saayinsii Hawaasaa irraa ammoo 533/600 kan galmaa'e ta'uus beekameera.

https://t.me/Oromiyaa_Education_Biiroo

1. OBN Education TV
Position 8.0⁰ West
Satellite Eutelsat/hotbard 8 West B
Frequency 11512
Polarization Vertical
Symbol rate 27500
2. MOE Television
Position: 8.0⁰ West
Satellite Eutelsat 8 West B
Frequency 12520
Polarization Vertical
Symbol rate:- 27500

1. OBN Education TV Position 8.0⁰ West Satellite Eutelsat/hotbard 8 West B Frequency 11512 Polarization Vertical Symbol rate 27500 2. MOE Television Position: 8.0⁰ West Satellite Eutelsat 8 West B Frequency 12520 Polarization Vertical Symbol rate:- 27500

Diinagdee damdaneessa badhaadhina biyya keenyaatiif!********Misoomaa fi fayyadamummaa haqa qabeessa mirkaneessuudhaan di...
29/09/2023

Diinagdee damdaneessa badhaadhina biyya keenyaatiif!
********
Misoomaa fi fayyadamummaa haqa qabeessa mirkaneessuudhaan diinagdee hunda galeessa ijaaruu kaayyoo godhatee hojjachaa kan jiru Paartiin Badhaadhinaa xiyyeeffannoo damee kanaaf kennee hojjachaa jiruun injifannoowwan hedduu galmeessuu irratti argama.

Paartiin Badhaadhinaa caaseffamni diinagdee damee tokko qofa irratti xiyyeeffate fayyadamummaa haqa qabeessaa fi jijjiirama itti fufiinsa qabu mirkaneessuu akka hin dandeenye ni amana. Kana irraa ka’uudhaanis humna guddaa biyyi keenya dameewwan misoomaa garaa garaatiin qabdu qixaan hojiirra oolchuuf xiyyeeffannaan hojjachaa jira.

Address

Adama
Shewa

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Waloof Walee posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Waloof Walee:

Share