Keneni Begna Regasa

Keneni Begna Regasa Ofta'uun, Walta'uu fida! Kanaafuu of haataanu, wal haa taanu! Waliigalan alaa galan!!! Ani Anuma nama biraa tahuu hin danda'u

26/07/2025

Sadaasa 24,Bara 1954
Buufata Doonii Asab Mootii HayilaSillaaseen eebbifamee ture

Mucaa obboleessa kiyyaa fi mucaa kiyya Adoolessa 13, 2017ADAAMAA
20/07/2025

Mucaa obboleessa kiyyaa fi mucaa kiyya Adoolessa 13, 2017
ADAAMAA

footoo 1993Humna dafee dhaqqabaa Oromiyaa duraaniiYaa bara sana
20/07/2025

footoo 1993
Humna dafee dhaqqabaa Oromiyaa duraanii
Yaa bara sana

   Rabbiin bakkaan isin haa gahu!
17/07/2025




Rabbiin bakkaan isin haa gahu!

16/07/2025

Big shout out to my newest top fans! Firomsa Keneni Begna, Aliyyii Abdusalaam Mohaammed, Magartu Nure Mohammed

Badhaasni Pirezidaanshaal Award marsaa 4ffaan gaggeeffame*******Raawwii hojii karoora xiiqii marsaa 2ffaa bara 2017 tiin...
15/07/2025

Badhaasni Pirezidaanshaal Award marsaa 4ffaan gaggeeffame
*******
Raawwii hojii karoora xiiqii marsaa 2ffaa bara 2017 tiin Biiroolee, Godinaalee, Magaalota, Aanaalee fi Gandoota raawwii olaanaa galmeessaniif badhaasni Pirezidaanshaal Award marsaa 4ffaaf kennameera.

Badhaasni kun hojii waliigalaa bara 2017 gaggeeffameen qaamolee raawwii ol'aanaa galmeessaniif kan kennamedha.

Haaluma kanaan
Badhaasa Magaalotaaf kennameen
1. Magaalaa Adaamaa
2. Magaalaa Bishooftuu
3. Magaalaa Jimmaa

Badhaafamtoota Godinaalee
1. Arsii Lixaa
2. Godina Jimmaa
3. Shawaa Bahaa

Badhaafamtoota Biiroolee
1. Biiroo Galii Oromiyaa
2. Biiroo Fayyaa Oromiyaa
3. Biiroo Abbaa Alangaa

 .... Bulchiinsi Mootummaan Naannoo Oromiyaa Badhaasa Pirezidaantawaa marsaa 4ffaa kennuu jalqabe.
15/07/2025

....
Bulchiinsi Mootummaan Naannoo Oromiyaa Badhaasa Pirezidaantawaa marsaa 4ffaa kennuu jalqabe.

🖤❤️🤍Sikkoo Mando 🖤❤️🤍🖤❤️🤍 Jiila Qaba🖤❤️🤍Horteen Sikkoo Mandoo Adoolessa 5 fi 6 bara 2017 Nageellee Arsii Hara Laangaanoo...
11/07/2025

🖤❤️🤍Sikkoo Mando 🖤❤️🤍
🖤❤️🤍 Jiila Qaba🖤❤️🤍

Horteen Sikkoo Mandoo Adoolessa 5 fi 6 bara 2017 Nageellee Arsii Hara Laangaanoo Dhaddacha Guutaatti jila jileeffata.
Jila kanarratti Oromoonni marti argamuun qooda irraa fudhachuu qaba. Horteen Sikkoo Mandoo Godinaalee afur, Aanaalee 73 keessatti argaman abbaa jilichaati.
Oromoon marti jila kana dabaaluu qabu.

Irraa Hin hafinaa!

10/07/2025

Badii keetiin alatti ulee nama biraaf qophaa'en ati yoo reebamtu hangam akka nama gubu gurbaa kana fakkeenya godhachuudha

Address

Ambo
Shewa

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Keneni Begna Regasa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Keneni Begna Regasa:

Share