Singitan Iluu Abebe

Singitan Iluu  Abebe The only real GOD, is Father, son, and Holysprit, devine God!

24/09/2023

ala jiraachuun du'aaf dukkana keessa jiraachuudha!

20/09/2023

Yesuus Gooftaadha!

Jalqabnuu??
21/09/2020

Jalqabnuu??

18/08/2020

ija keenya.
Hidhamtoota siyaasaa , keenya hiiksisuuf hiriira kana bahuun dirqama keenyadha.

 !!!!Mattuun guddinaaf kaateettiBiyya Abbaa gadaa taateettiFayyisteetti caba tureOkkoluunshee irra hin turreArgatteetti ...
01/03/2019

!!!!
Mattuun guddinaaf kaateetti
Biyya Abbaa gadaa taateetti
Fayyisteetti caba ture
Okkoluunshee irra hin turre
Argatteetti yeroo mijuu
Bara bulchiinsa Abbichuu
Ka'aniiruuf Team Qalbeessaan
Baga yeroo kana geessan
====================
Gaaffiin eenyummaa magalaa
Sichi sirraa'uu eegala
Hin mul'ata haqni cabe
Sichi hattuu waaqatu adabe
===========
Mattuukoo sichi hin saamamtu
Gantuun lammata sin nyaatu
Hunduu bulee siif fooyya'a
Ilmaankee sichi siif ta'a
😎😎😎😎😎😎😎😎😎

Obbo Lammaan Iluu Abbaa  Booraa yoom daawwatu??
12/04/2018

Obbo Lammaan Iluu Abbaa Booraa yoom daawwatu??

Hordoftoota amantii  kiristaanaa maraan  baga ayyaana   geessan Jenna.
07/04/2018

Hordoftoota amantii kiristaanaa maraan baga ayyaana geessan Jenna.

Maalumaafuu Baga waliin gammanne   bari'uutti jira!!
28/03/2018

Maalumaafuu Baga waliin gammanne
bari'uutti jira!!

27/10/2017

warroottan maqaa biraatiin Oromiyaa balleessuuf kaatan,basaastotaafi hattoota qindaa'anii raabsamanii jiran irratti dammaqinaan ka'aa!!!

18/08/2017

Iluu waliin guddisuun
Addunyaatti beeksisuun
Dirqama Kenya Mara
Dhaloota yeroo har'aa

Kanaafuu .........kottaa page kana keessatti walumaan hirmaannee ergaa,barnootaafi kkkf ittiin haa dabarsinuu!!!!!

11/05/2017

yeah we are 0romo !!!

15/04/2017

hordoftoota Amantii kiristaanaa maraan Baga ayyaana geessan!!

Address

Bishoftu
Shewa

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Singitan Iluu Abebe posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category