Habiib Jamaal

Habiib Jamaal 'n kun Waa'ee Barnootaa Amantaa Haqa ta'e waliif qooduu irraatti xiyyeeffata!

Allah removes to replace. To replace it with something of much khayr for you. Allah is Al Hakeem The All Wise, The One W...
28/05/2024

Allah removes to replace. To replace it with something of much khayr for you. Allah is Al Hakeem The All Wise, The One Whose wisdom is perfect. The loss we go through, it might be heart wrenching on the face of it due it's proximity. Know that Allah opens more doors of blessings than he closes.

Remind yourself to trust in the wisdom of the divine plan, know when something is taken away from us, be it a person, opportunity, or situation, it is ultimately for our own good. Allah can replace blessings in ways & form you did not expect. If you lose something you never thought of losing then trust Allah to replace it with something you never dreamt of having. Hold on to sabr & tawakkul. Indeed Allah knows best!

26/05/2024

HUBADHU!

• Osoo fiiguu hin jalqabiniin dura kallattii kam akka fiigdu adda baafadhu!
• Osoo waan tokko hin murteessin dura, murtii booda waan dhufu tilmaami!

Amaloota sadi dhiisuu qabda:

➝ Abdii kutachuu,
➝ Hammeenya hojjachuu fi
➝ Nama tuffachuu dhiisuu qabda.

Yeroo hedduu kan jireenya keenya jijjiiru humna alaa dhufu osoo hin taane humna sammuun keenya maddisiisudha; yaada namni biroo nuuf kennu irra yaada sammuun keenya burqisiisutu nu hooggana! kanaafuu waan gaarii gochuuf waan gaarii yaaduu qabna;

Akka saayinsiin jedhutti namni tokko jiraachuuf waantonni akka bu'uuraatti barbaachisan nyaata, uffataa fi mana jireenyaati jedhee lafa kaa'a; garuu jiraachuuf kun gahaa miti jiraachuuf Gammachuu qabaachuunis barbaachisaadha; namni gammachuu hin qabne, namni kolfi isaa harkaa bade jiraachuun hedduu itti ulfaata; du'uu filata (kana kan arge hubachuu danda'a).

JIREENYA GAMMACHUU QABU JIRAACHUUF:-

- Nama ta'uu kee yeroo hunda yaadadhu.

- Namoota Kamiinu qixa akka taate of amansiisi (namni eenyummaa isaan wal qixa; doktorii, pirofeserii, barsiisaa... waan fedhe haa ta'u kunneen eenyummaa isaa osoo hin taane maalummaa isaati. Namni kan madaalamu ammoo maalummaa isaan osoo hin taane eenyummaa isaani kanaafu ati Nama dha Amani).

- Akka duutus hin dagatiin.

- Namaaf ilaalcha gaarii qabaadhu.

- Nama gargaari (bay z way....gaafa nama tokko gargaarru isa gargaarame caalaa kan gammadu isa gargaaredha).

- Namoota si miidhaniif Dhiifama godhi (kun gammachuu dhokataa danuu qaba).

Na amani Warreeen armaan olii kana yoo raawwatte salphumatti nama gammachuu qabu taata
✍️ by Añas Karroo

እንኳን ለ1445ኛው የዒድ ዓልፈጥር በዓል በሰላም አደረሴን!ዒድ ሙባረክ! ****
10/04/2024

እንኳን ለ1445ኛው የዒድ ዓልፈጥር በዓል በሰላም አደረሴን!

ዒድ ሙባረክ!
****

EID UL FITR 2024"Eid Mubarak" to our muslim brothers, may this festive celebration brings unity, love, mercy and peace t...
09/04/2024

EID UL FITR 2024

"Eid Mubarak" to our muslim brothers, may this festive celebration brings unity, love, mercy and peace to each and every one of us.

29/03/2024

Du'aa'ii Dachee Qur'aanni itti buufame irraa; Halkan kana keessa rakkina addunyaatii fi Aakiraa Rabbi isinirraa Haa kaasu, Hiree halaalaa tan barakaa qabdu, Umrii dheeraa, Hojii gaggaarii, kidmaa diinii Islaamaa hunda Rabbin isin haa badhaasu. Aamiin 🤲

18/02/2024

Aameen

07/02/2024

Indeed, my protector is ALLĀH, who has sent down the Book; and He is an ally to the righteous.

But those you call upon besides HIM are unable to help you, nor can they help themselves.

And if you invite them to guidance, they do not hear; and you see them looking at you while they do not see.

Show forgiveness, enjoin what is good, and turn away from the ignorant.

If an evil suggestion comes to you from Satan, then seek refuge in ALLĀH. Indeed, HE is Hearing and Knowing.

{Al-A'rāf: Verse 196-200}

BENEFITS:

1⃣ These verses contain good news for the Muslims who follow the path of their Prophet ﷺ: ALLĀH will help them as he helped his prophet and his allies. {Al-mokhtasar fi Tafsir al-Qur’a‌n}

2⃣ Explanation regarding why idols whom the disbelievers worship besides ALLĀH do not deserve any worship at all, because they cannot do anything to help themselves or to help their worshippers; they have no ability to think or respond. {As-Sa'di}

3⃣ The traits of good character that a believer should possess include forgiving those who wrong them, giving to those who deny them something, and mending relations with those who break them. {Al-mokhtasar fi Tafsir al-Qur’a‌n}

4⃣ It is necessary to seek refuge in ALLĀH when feeling obsessiveness, anger, or the adornment of falsehood. {Abu Bakr al-Jazairi}

5⃣ Indication that seeking refuge with the tongue is of no benefit unless knowledge of the meaning of seeking refuge is present in the heart. It is as if ALLĀH said: Mention the word of seeking refuge with your tongue, for I am Hearing. Recall the meanings of seeking refuge with your mind and heart, for I know what is in your heart. In reality, verbal speech without the acknowledgement of the heart is useless and of no effect. {Faqruddīn Al-Rāzī}

1&3 Al Mokhtasar fi Tafsir al-Qur’a‌n
2. Tafsir As-Sa'di
4. Aysar al-Tafāsir
5. Mafātihu al-Ghayb

  Ajaa'ibaa!!
04/02/2024

Ajaa'ibaa!!

Seenaa jireenyaa taphataa beekkamaa Naayjeeriyaa ''Victor Osmehen''

"Yeroo harmeen keenya boqotte maatiikoof yeroo hamtuu ture. Harmeenkoo boqottee waggaasaatti abbaankoommoo hojiisaa dhabe. Kun dhiphuu hamtuu anaa fi obboleettikootti fide. Galgala mana keenya dhihaanarra waanti nyaatamu hin turre. Abbaankoo gaafa waa argate dafee fiigee mana fidee waan nyaatamu nuuf kenna. Gaafa waa dhabammoo dafee hin galu ture. Yeroo kana filannoo homaatuu waan hin qabneef akkuma ijoollee Afirikaa hedduu bishaan qadaadnee qaruuratti daandiiwwan Laagoosirra naannoofnee gurguruu calqabne. Waan arganneen waan nyaatamu dhihaanarratti dhuheessuuf abbaa keenya cinaa dhaabbachuu calqabne. Beektaa, gaafa filannoo dhabdu, keessumaammoo gaafa harmeekee dhabdee abbaankeemmoo waan ittiin ijoollee guddisu dhabu abdii kutannooo yaraatu si mudata. Akkattan guddadhe gaafa yaadadhu humna rabbiin rakkoo sana mara akka carraatti fayyadamee sibiila ta'een guddadhe.
Dirreerratti harka hin kennadhu. Tapha sanaan milkaawus milkaawuu baadhus kubbaa argachuuf yoon akka maraatuu olii gadi fiiguu fi qabsaawu argita. Kun haala guddinakoorraa dhufe. Rakkootu jabaa ta’ee akkan guddadhuu fi adamsaa ta'ee akkan jiraadhu na gorse. Barnoonni guddoon mana barumsaa caalaa jireenyarraa argama. Tokko tokkoof jireenya badhaadhinaa fi gammachuutu jiruusaanii fuulduraa balleecha. Kan akkakoommoo gadadoo hamtuutu sibiila godhee guddisa. Gaafa dhamaatee hojjettee dadhabdee jiraattu nagaa yaadda, mul'ata qabaatta, seenaakee injifachuuf malee hamaa namaas waa’ee jiruu namaas hin dhiphattu. Gaarii yaadaa gaarii hawwaa jiraatta. Kun mallattoo addaa jireenyakooti.", Victor OSEMANEH

Addunyaa Abdiisaa tu ✍️ katabe

Address

Adama
Shewa

Telephone

+251965842204

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Habiib Jamaal posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share