Māšű

Māšű Waaqayyo Tiksee kooti.

 'baGurbaa dargageessi kun manguddoo maaliif fuute jedhamee gafatamnaanrakkoon koo umurii isanitii oli jedhe deebise jed...
22/05/2025

'ba

Gurbaa dargageessi kun manguddoo maaliif fuute jedhamee gafatamnaan
rakkoon koo umurii isanitii oli jedhe deebise jedhama. 😁

  (Rabies)======የእብድ ውሻ በሽታ (Rabies) ከባድ የቫይረስ ኢንፌክሽን ሲሆን፣ የሰውነት ማዕከላዊ የነርቭ ስርዓትን የሚጎዳ እና ካልታከመ ሞትን የሚያስከትል በሽታ ነው። ይህ በ...
30/04/2025

(Rabies)
======
የእብድ ውሻ በሽታ (Rabies) ከባድ የቫይረስ ኢንፌክሽን ሲሆን፣ የሰውነት ማዕከላዊ የነርቭ ስርዓትን የሚጎዳ እና ካልታከመ ሞትን የሚያስከትል በሽታ ነው። ይህ በሽታ በተበከለ እንስሳ ምራቅ ወይም ንክሻ ወደ ሌላ እንስሳ ወይም ሰው ይተላለፋል። የእብድ ውሻ በሽታ በዓለም አቀፍ ደረጃ ከፍተኛ የጤና እና የኢኮኖሚ ተጽዕኖ ያለው በሽታ ነው። ከዚህ በታች የበሽታውን መንስኤዎች፣ ምልክቶች፣ ህክምና እና መከላከያ መንገዶች በተመለከተ ዝርዝር መረጃ ይገኛል።


========
☑️ የእብድ ውሻ በሽታ በራቢስ ቫይረስ (Rabies virus) የሚመጣ ሲሆን፣ ይህ ቫይረስ በተበከለ እንስሳ ምራቅ ወይም ንክሻ ይተላለፋል።
☑️ ዋና የበሽታው መተላለፊያ ውሾች፣ የሌሊት ወፎች፣ ቀበሮዎች፣ ተኩላዎች እና ሌሎች የዱር እንስሳት ናቸው።
☑️በህንድ እና በአፍሪካ ያሉ ሀገሮች የባዘኑ ውሾች(ባለቤት አልባ ውሾች) ዋና የበሽታው ምንጮች ናቸው።
☑️ ምንም እንኳን እስካሁን በሳይንስ የተረጋገጠ ነገር ባይኖርም - የውሻ በሽታ (ሬቢስ ቫይረስ) theroetically ከቫይረሱ ተሸካሚ ሰው ወደ ሰው በንክሻ ይተላለፋል ተብሎ ይታሰባል።


=====
-አንድ ሰው በቫይረሱ ከተጋለጠ በኃላ ምልክት እስከሚያሳይ (incubation period) ከ3ሳምንት እስከ 3 ወር ሊቆይ ይችላል።

☑️መጀመሪያ ደረጃ (Prodromal Stage):

👉 ትኩሳት፣ ራስ ምታት፣ የማስታወክ ስሜት፣ እና በተነከሰበት ቦታ ማቃጠል።

☑️ አጣዳፊ ደረጃ (Furious Stage):

👉 አጣዳፊ አጥብቆ መበርገግ፣ የውሃ ፍራቻ (Hydrophobia)፣ እና ያለምክንያት ጥቃት መፈጸም(ማበድ)።

☑️ ከፍተኛ(የፓራላይስሲ ደረጃ) (Paralytic Stage):

👉የአካል ክፍሎች መታዘዝ አለመቻል፣ የመብላት እና የመጠጣት ችግር፣ እና በመጨረሻ ሞት።


=====
👉 ወድያውኑ ቁስሉን በንፁህ ውሃ እና በሳሙና ለ15 ደቂቃዎች ያፅዱት።

👉የእብድ ውሻ በሽታ ምልክቶቹ ከታዩ በኋላ ህክምና የለውም‼️ 100% ገዳይ በሽታ ነው‼️

- ስለዚህ የመከላከያ ክትባት እና ከተጋለጡ በኋላ የሚሰጠው ህክምና (Post-Exposure Prophylaxis - PEP) ብቻ ነው ሊያድን የሚችለው።
- PEP የሚያካትተው የፀረ-ራቢስ ግሎቡሊን (Rabies Immunoglobulin) እና ተከታታይ የክትባት ኮርስ ነው።


======
- ክትባት:
- የቤት እንስሳትን በየጊዜው መክተብ የበሽታውን መተላለፍ ይከላከላል።
- የውሾች ቁጥጥር: የባዘኑ ውሾችን መቆጣጠር እና የግል ጥበቃ መሳሪያዎችን መጠቀም።
- የህዝብ ንቃተ ህሊና መጨመር: ህዝቡን ስለ በሽታው እና መከላከያ መንገዶች ማስተማር።


=====
- የእብድ ውሻ በሽታ ዓለም ትኩረት ከነሳቻቸው የድሃ ሐገሮች በሽታ አንዱ ነው❗️
- በአለም አቀፍ ደረጃ በየዓመቱ ከ60,000 በላይ ሰዎች ሞት የሚያስከትል ሲሆን፣ 95% የሚሆኑት በአፍሪካ እና በእስያ ይከሰታል❗️
- በእነዚህ ሀገሮች ከ99% የሚሆኑት የእብድ ውሻ በሽታ ክስተቶች የውሻ ንክሻ ምክንያት ናቸው❗️

#ማሳሰቢያ
====
የእብድ ውሻ በሽታ ከፍተኛ የሞት አደጋ ያለው በሽታ ቢሆንም፣ በትክክለኛ መከላከያ መከላከል ይቻላል። የቤት እንስሳትን መክተብ፣ የህዝብ ንቃተ ህሊና ማሳደግ እና ከተጋለጡ በኋላ በፍጥነት ህክምና መፈለግ የበሽታውን መተላለፍ ለመከላከል ዋና ዋና ዘዴዎች ናቸው።

#ምንጭ
====
1. WHO

14/04/2025

👈👈🤔

05/04/2025
25/03/2025

just for funny 😁😁😁😁

18/03/2025

harmee ❤❤❤

Share taasisaa adaraa! Maqaan ishee shumashe likessa Jedhamti.Umuriin ishee waggaa 40-45 gidduudha. Godina shawaa lixaa ...
18/02/2025

Share taasisaa adaraa!
Maqaan ishee shumashe likessa Jedhamti.Umuriin ishee waggaa 40-45 gidduudha. Godina shawaa lixaa jaldutti dhalatte. waggaa 20 dura Ambo jiraachaa turte yeroo kanas tasa Daa'ima godhatte.

Haalli isheen keessa jirtu Mucaa ishee guddisuuf waan hin mijanneef Daa'ima ishee Mana namaa duratti gattee xalayaa "An gara jalduutti deebi'eera daa'imako naaf guddisi Adaraa " jette barressitee Deemtee.
Namichi daa'imni biratti gatamtes Daa'ima san arge poolisif dawwalee, isaanis dhufani finfinnee Mana 'guddifacha'*/childcare/ tti geessan.

Adeemsa dheera booda mucaan sun amma switherland jirti intala suuraa ishee agartan kanadha. Jaalala Abbaaf haadha osoo hin argatiin guddate. Harmee ishee argachuuf bu'aa ba'ii baayyee keessa dabarte, garuu argachuu hin dandeenye. Wanti nama gaddisiisu ammoo maqaa harmee ishee malee fotoo ishee hin qabu hin beekus.jetti keessan

Adaraa Keessan Namni Maqaa dubartii maqaan ishee shumashi likessa jedhamtu umuriin ishee 40-45 gidduu jirtu beektan Karaa bilbila 09.12. 20.52.79. Nu qunnamaa jechaa jiru!
share taasisaa. 🙏

   Namicha yakkamaa tokkotu ture. Namichi sun yakka guddaa raawwate irraa kan ka'e murtiin du'aa itti murtaa'eetu mana h...
04/02/2025



Namicha yakkamaa tokkotu ture. Namichi sun yakka guddaa raawwate irraa kan ka'e murtiin du'aa itti murtaa'eetu mana hidhaa keessa taa'ee guyyaa du'aa isaa eeggachaa ture.

Achi keessa utuu jiruu, piroofeeserri saayikooloojii tokko mootummaa heyyamsiisuudhaan qorannoo irratti hojjechuu barbaade. Heyyama barbaachisus ni argate.

Torban sadiif ganama ganama yeroo hundumaa gara namicha yakkamaa Sanaa deema ture__ piroofeeserichi. Yeroo Isa argu hunda, "Amma murtiin du'aa sitti murtaa'ee Jira. Du'uun kee hin oolu. Kan si ajjeesu immoo anadha. Lilmoo summii qabu waraaneen si ajjeesa!" Ittiin jedha. Torban sadii guutuu irra deddeebi'ee dubbiima kana itti hime. Namichis dhugummaa waan kanaa amanee fudhate.

Guyyaa dhumaatti piroofeeserichi lilmoo isaa qabatee deeme. " Har'a lilmoo summii qabu sana fidadhee dhufeera. Sin Waraana . Isa booda ni duuta!" jedhee namichatti hime . Namichis baay'ee sodaate.

Piroofeeserichis dhangala'aa tokko itti naqatee lilmoo sanaan namicha waraane. Namichis battalumatti du'e. Wanti baay'ee nama ajaa'ibu yoo jiraateef, dhangala'aa piroofeeserichi namicha waraane summii utuu hin taane, bishaan qulqulluu ture.



Jireenya milkaa'aa qabachuuf jalqaba Sammuu waan sirrii amanu qabaachuun dirqama.

Sammuu dogoggoraan ilaalcha dogoggoraa qabaachaa waan dogoggoraa amanaa jireenya sirrii qabaachuu hin dandeessu.

Wanta Sammuun kee amanuun ala waan argattu waan tokko illee hin qabdu.

Taphichi tapha Sammuu ti.

Namni waan amanu tokko ni argata.

Namni kam iyyuu waan Sammuun isaa amanuuf of eeggachuu qaba.

Ergaawwan ajaa'ibsiisoo hedduu jireenya kee jijjiiruu danda'u yeroo hunda argachuu yoo feete Peejjii koo armaan gadii cuqaasuun follow akka follow akka gootanii sin jajjabeessa.

Sagalee Wareegamtoota Wangeelaa

The voice of the world Christians martyrs

03/02/2025

LORD clean my heart and remove all my stress and sadness..

Waan jireenyi na barsiisee irraa baradhaa!. Isin barsiisu danda'a jedheen amana!.Bilisummaa Dhugaasaatiin!. ------------...
01/02/2025

Waan jireenyi na barsiisee irraa baradhaa!. Isin barsiisu danda'a jedheen amana!.

Bilisummaa Dhugaasaatiin!.
-------------------------
1.Jireenya kee keessatti namoonni baay'ee si miidhan namoota ati gargaartee fi iccitii kee itti himtedha.

2. Milkaa'ina kee fi kufaatii kee namatti hin himin, gaafa guyyaan hamaan dhufe akka meeshaa waraanaati itti fayyadamuuti.

 Oduu Akkaan Gaddisiisaadha‼️=====================Daa’imni kun Simboo Birhaanuu Baqqalaa jedhamti Daa’ima Waggaa 8 ti.Gu...
31/01/2025


Oduu Akkaan Gaddisiisaadha‼️
=====================
Daa’imni kun Simboo Birhaanuu Baqqalaa jedhamti Daa’ima Waggaa 8 ti.Guyyaa dheengaddaa Meettaa walqixxee Magaalaa Eelaatti gudeedamtee fannifamte.Gara jabina daangaa hinqabnetu irratti raawwatame.Warri yakka kana dalgan hanga ammaatti hinqabamne jedhan.Biiroon Daa’immanii fi dhimma Dubartootaa Oromiyaa fi qaamni seeraa tarkaanfii seeraa fudhachuudhaaf,hatattamaan itti deemu jennee abdanna.
Safuutu cabe,garajabinatu daangaa darbe !
Hedduu nama guba 😭😭😭😭

Address

Adama
Shewa

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Māšű posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share