Boonii Warra Amboo

Boonii Warra Amboo 👆👆👆👆FB Page n kun haraawaadha Follow naa godhatii Naaf Gudisaa Oromoo Inni Durii amaaf hojjachaa in jiru restricted ta'eera. Galatoomaa.....
Follow Ykn Add pls

Follow Godhaa Warri Na barbaaddan!Koottaa...
25/09/2025

Follow Godhaa
Warri Na barbaaddan!
Koottaa...

18/09/2025

Baga Geessan Jennaan Maal Jettanii

29/08/2025

‼️‼️
==============================
1⃣.Yoo jaalalleen kee galgala galgala qofaa si waliin haasa’uuf ykn si waliin taphachuuf si barbaada/ddi ta’e ati nama waliin jiraacha jirta osoo hin taane BOOKEE waliini.😁

2⃣.Namoonni baay’een jaalallee malee jiraachuun hin danda’amu jedhu ani garuu Oksijiinii(Oxygen) malee jiraachuutu hin danda’aamuun jedha.😁

3⃣.Afriikaa keessatti seerri namoonni hundi kabajan “battery low” kan jedhu qofa.😁

4⃣.Dubartoonni hundi hamma qorichi HIV AIDS argamutti wal qunnamtii saalaa(intact_sex) hin hojjeennu jedhanii otoo didaniiru ta’ee, Dhiroonni qoricha isaa guyyaa 30 keessatti argatu ture.😁

5⃣.Addaami fi Hewwaan otoo akka ummata chaayinaa ta’ani silaa jannatuma keessa jirra. Sababiin isaa Mukicha hin nyaatina jedhaman sana dhiisanii boficha nyaatu ture!!😁

6⃣.Ati jaalallee tokko ol qabda yoo ta’e si keessa kan jiru jaalala osoo hin taane “Memory card” dha.😁

7⃣.Dubartoonni tokko tokko waan jiimii(gym) hojjetan fakkatu, garuu mana jiimii(gym) balbaluma isaayyuu hin beekan. Ta’us dhiira tokko irraa garaa dhiira kan birootti fiiguuf jecha bocni qaama isaani kan bareedu.😁

8⃣.Otoo haadha manaa qabdu barattoota kee faana jiraachuun sitti tola yoo ta’ee haadha manaa keef yuunifoormii barataa bitiif.😁

9⃣.Seexanni iyyuu “gay” hin qabu ture, sababiin isaa Addaami fi hewwaan qullaa jiran waan filateef.😁

🔟.Ati miidhagduu miti taanan ani miidhagduu miti jedhi, miidhagina keessaa kan jettu dhisi nuti X-ray ilaala hin deemnu.😁

1⃣1⃣.Waaqayyoo qorataa cimaadha, Cinaacha dhiraa keessaa lafee tokko fuudhee sagalee guddistuu (loud speaker) hojjete.😁

1⃣2⃣.Addunyaan kun biyya keenya Afrikaa kana nu miiteetti. Sababiin isaa
🏅faranjiin tokko otoo gara Afrikaa dhufee daawwataa (tourist) jedhani simatu.😁

meeqa sitti tole coment jalati barreessi.

✍️Waan dubbistaniif 💜

27/08/2025

Nagaadhaa!

26/08/2025

Isa:Boni Onneekoo
Ana:Si dhukkubaa?
Isa:Faaraa Wayii.....
Ana:Garaa kee keessan jiraa?
Isa:Ni ulfaa'e siin jedhaniimmoo?

Address

Ambo
Shewa

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Boonii Warra Amboo posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share