Leta Regassa Gudisa

Leta Regassa Gudisa Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Leta Regassa Gudisa, Digital creator, Jeldu Gojo, Shewa.

Kaanillee inuman danda'eeKan kee kanan dadhabe GurbaaWaadaa qabna turee kan eenyullee hin beekneIsatu garaa na nyaate ak...
21/05/2025

Kaanillee inuman danda'ee
Kan kee kanan dadhabe Gurbaa

Waadaa qabna turee kan eenyullee hin beekne
Isatu garaa na nyaate akkan sin daganne

Ana haa nyaatu jedheen dadhabe....
Biyyoon sitti haa salphattukaa Haadhoo koo....Uuuuuyi.....

Sin mararuu Follower's 1Likes 0 Maal ijoo biyya hin jirtanii?
19/05/2025

Sin mararuu
Follower's 1
Likes 0
Maal ijoo biyya hin jirtanii?

Namoonni page kana argitan hundi keessan Adaraa keessan mucaan asii gaditti argitan kun bara 2008/17 Mana barumsaa qopha...
19/05/2025

Namoonni page kana argitan hundi keessan Adaraa keessan mucaan asii gaditti argitan kun bara 2008/17 Mana barumsaa qophaa'inaa Jalduu keessaa amallaxee hanga ammaatti waan achitti hin deebi'iniif Manni barumsicha akka nuuf barbaaddan jechaa Afaan waraabessaa hin kaffallu jedhu

Adaraa page koo kana Follow fi Like gochuu hin dagatinaa Odeeffannoo Mucaa kanaa yoo dhageessan karaa lakk. Bilb. 0999999999 irratti nuuf bilbilaa

Address

Jeldu Gojo
Shewa

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Leta Regassa Gudisa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share