Beranu negash

Beranu negash Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Beranu negash, Digital creator, Hagermariam, Sidamo.

03/01/2026

Namicha yeroo jalqabaatif barsiisaa ta'e sana eenyutu dura isa barsiise?

03/01/2026

Technology
30/11/2025

Technology

Google pixel 4xlLMC 8.4+XML πŸŒ„πŸŒ΄Γ‰dit : LrπŸ–ŒοΈπŸŽ¨
22/10/2025

Google pixel 4xl
LMC 8.4+XML πŸŒ„πŸŒ΄
Γ‰dit : LrπŸ–ŒοΈπŸŽ¨

27/09/2025
✴️GORSA GABAABAAIlmi namaa du'ee * Guyyaa 3ffaatti qeensi isaa irraa      bubuqqa'uu jalqaba.*Guyyaa 4ffaatti rifeensi i...
29/06/2025

✴️GORSA GABAABAA
Ilmi namaa du'ee
* Guyyaa 3ffaatti qeensi isaa irraa bubuqqa'uu jalqaba.
*Guyyaa 4ffaatti rifeensi irraa harca'ee dhuma.
*Guyyaa 5ffaatti sammuun isaa akka dhadhaa baquu jalqaba.
*Guyyaa 6ffaatti gogaan qaama isaa gurraacha'ee irraa qunca'uu jalqaba.
*Guyyaa 7ffaatti foon isaa akka malee tortoree foolii ajaa'aa garmalee kenna.
*Guyyaa 60 booda ykn ji'a lama booda foon kan jedhamu bososee irraa dhumee lafee qofaan kophaatti hafa.
*Argitee jireenyi addunyaa kanaa amma isheen tiqqoo taate. Yeroo amma lubbuudhaan jirru waan cimaa ofitti fakkaanna; akkasumas
πŸ‘‰ Of tuullummaa
πŸ‘‰ Hammina
πŸ‘‰ Soba
πŸ‘‰ Ofittummaa
πŸ‘‰ Jal'ina.
πŸ‘‰ Ammeenya
πŸ‘‰ Albaadhummaa fi k.k.f irraa bilisa of gochuu dadhabna. Dhiqannee, dibannee, uffannee, bareennee, barannee, qabeenyas mana gaarii, konkolaataa baay'ee qaalii qabannee, waan hundumaan of gaa'aa fakkaannee, Beekumsa, beekamtii, fudhatamuummaa guddaa argannee, waltajjiwwan garaagaraa irratti argamnee harki nuuf rukutamee, nama addaa jedhamnee beekaaf wallaalaan nu jajee. Ykn immoo bareedina addaa qabannee hundumtuu iddoo deemnu hundumaatti nu hawwee Hawwamnee.Sababa kana hundumaaf waan adda taaneef waanti addaa nuuf ta'eedhaaf du'a hin oollu.

Gaafa duunu akkuma warra kaanii ajoofnee tortorree, Biyyee ta'uuf jirra. kanaaf jettee obboleessa, obboleettii waan addaa gootee of hin ilaaliin. hiyyeessa oollaa kee jiru hin tuffatiin, qaba jettees ilmaan namaa miidhuuf hin kaayyeeffatiin dhiisi. jireenyi lafa kana irraa baay'ee xiqqoodha. Amma dandeessetti gaarummaa hojjedhu. hin Jibbiin hin miidhiin, hin xiqqeessiin, hin tuffatiin, bifaaf qabeenyaanis itti hin booniin gaafa duutu atis sanuma innis sanuma. Yoo gaarii hojjette ati du'uu dandeessa. gaarummaan kee garuu bara baraan jiraata. Dhalootatu irraa barata. Ni galateeffamta lubbuu keetiif hundumtuu boqonnaa siif hawwa.

🫴 Waan dubbistaanif galatoma follow like and share πŸ™

28/06/2025

Nama Miidhuuf Mastarsiin Sin Barbaachisu Dadhabaa Ta'un Kee Qofti Ga'adhaπŸ‘Œ
Afaan Oromoo ti

𝐒𝐄𝐄𝐍𝐀𝐀 𝐇𝐀𝐀𝐂𝐀𝐀𝐋𝐔𝐔 𝐇𝐔𝐍𝐃𝐄𝐄𝐒𝐒𝐀𝐀 ππŽππ’π€π€Artist Haacaaluu Hundeessaa Kan Dhalatee Abbaa Isaa Obbo Hundeessaa Bonsaa Fi Hadhaa I...
27/06/2025

𝐒𝐄𝐄𝐍𝐀𝐀 𝐇𝐀𝐀𝐂𝐀𝐀𝐋𝐔𝐔 𝐇𝐔𝐍𝐃𝐄𝐄𝐒𝐒𝐀𝐀 ππŽππ’π€π€

Artist Haacaaluu Hundeessaa Kan Dhalatee Abbaa Isaa Obbo Hundeessaa Bonsaa Fi Hadhaa Isaa Addee Guddattuu Horaa Irraa Bara 1976 nannoo Oromiyaa Godinaa lixaa shawaa Magaalaa Ambootti Dhalatee.

Art Haacaaluun Maatisaaf mucaa shanaffaa yoo ta’u obbolloota dhiiraa ja’aa fi obboleeyyan durbaa afur qaba.

Akkuma ijoollee Oromoo kamuu Haacaaluun maatisaaf loon tiksaa akka guddate dubbata.
Barnootasaa hanga kutaa kudha lamaatti achuma magaalaa Ambotti barate.

Haacaalun baayyinaan maatiisaa biratti kan guddate yoo ta’u akaakayyuusaa biras jiraateera Akaakayyuusaa waan jaalatuufis, mana barumsa dhihoo jiru dhiisee kan naannoo mana akaakayyuusaa jirutti fagoo deemee barachaa ture.

Haacaaluuf Magaalaa Amboof Olmaa Gudda qaba Akkasumas Ummata oromoo Hundaaf. Amboo magaalaa Oromiyaa gara dhihaatti aanaa Amboo keessatti argamtu Magaalaan kun Finfinneerra gara dhihaattii Kiilomeetira 125 fagaattee argaamtu Yoo tatuu goota Oromoo Kanaa Biqilchitte guddisu Kessati Ga,ee Olaana qabdi.

Haacaaluun jjolumaa isaa irra kasse Ummataf Maati Isaa Quqama qabachuu Isaa kan Dubbatan hiriyyoni Isaa Bara 1995 Wayitaa Baratta Tureti ummataa isaaf Falmuuf Ol jedhee Fuldura Galee dubbachuu fi moormufi ture.

Ijoolluma irra kasee fedhiin inni Muziqaf Qabu Ol’aana ture Haa ta’uu Garuu Abba Isaa obboo Hundeessa irra Fudhatama Hin arganee ture Abban Isaa Obbo Hundeessaan Ilmii Isaa Por. ykn Dr akka ta’uuf hawwu wan ta’eef Weellissaan goola Qabuu Goolo Maale Jechuun Qaneessu Ture.

Garuu Fedhiin Isaa kessaa jiru Loola fi Xir’uu Abba Isaattin Hin Dangeffamnee yoo Maati Biraa bahee Loon Tiksuu Afaan Isaa osoo gunguumu olaa.

Ijoolummaa irra kaasee sirbaa Dawwite mokonnin Fi Sayoo (Tsegayye) Dandaanaa siritti Wellisufu Akka isaan Hordoofus Jaalatu dubbata Haacaaluun. Sirbaa Dawwitee Mokonnin Kan Fardaa gurrachaa
lagarraa Kachiisani
Osoo Wal Jalannuu
Wal Nu wallaalchisan ……
Jedhuu Afaan isaa Irra Akkaa hin bufnee dubbataa. Yeroo sanatti H

Seenaa kana jaalladheen isiniif qoode dubbisaa:πŸ‘‰ https://t.me/naf37fspainbvNama jaalladhu malee hin amanin! Mootiin Otoo...
17/05/2025

Seenaa kana jaalladheen isiniif qoode dubbisaa:πŸ‘‰ https://t.me/naf37fspainbv

Nama jaalladhu malee hin amanin!

Mootiin Otoomaa durii Ahmed gara waraanaatti deemuuf jedhee haadha manaa isaa (mootittii bareedduu) kutaa tokko keessatti balbala itti cufee furtuu balbalichaas hiriyyaa isaa dhiyoo kan ta'e Muusaaf kennee akkas ittiin jedhe, "guyyaa afur booda yoon hin deebi'in, kutaa sana banadhuutii haadha manaa koo fuudhi" jedhee farda isaa irra ba'uun gara dirree waraanaa deeme. Sa'aatii walakkaa booda duubatti galagalee gaafa ilaalu nama duuba isaan dhukkee (awwaara) kaasaa itti fiigu argee dhaabbata.

Gaafa itti dhiyaatu hiriyyaa isaa Muusaadha. "Maaltu si mudate?" jedhee mootichi isa gaafate. Hiriyyaan isaa baay'ee fiiguu isaarraa kan ka'e hafuura ciccitaa baafachaa "furtuu dogoggoraa naaf kennite" jedhee deebiseefi. Mootichis ajaa'ibsiifannaa fi naasuudhaan isa ilaalaa "maal ...?" jedhe.
Hubadhaa, furtuu isaaf kennameen kutaa sana banee haadha manaa mootichaa jalaa fudhachuuf guyyaa afur miti sa'aatii afur illee obsuu hin dandeenye.

Yeroo takka takka nama garaa kooti jettee kan itti dhihaattu, kan waliin nyaattan, gaddaa fi gammachuu kan waliin dabarsitan,... haala eegee si ganuun isaa hin oolu.
Nama hundumaa iyyuu of eeggannoo fi hubannaan waliin jiraadhu malee tasuma hin amanin. Ati isaaniif waan gaarii ooluu dandeessa ta'a, isaan garuu du'a siif hawwuu malu.

Amanamaan Waaqayyoo qofa!

Waliif Qoodaa!!

10/05/2025

Siin jaaladha tiruu koo❀️

Address

Hagermariam
Sidamo

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Beranu negash posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Beranu negash:

Share