19/09/2025
Milkaa'inni
=======
1. "Milkaa'inni yeroo ati kufte utuu hin taane, yeroo ati deebitee kaatudha.
2. "Milkaa'inni mudaa kan hin qabne ta'uu utuu hin taane, mudaa kee hammachuudha.
3. "Milkaa'inni waan qabdu utuu hin taane, adeemsa keessa eenyu akka taatudha.
4. "Milkaa'inni guddina herreega baankii keetii utuu hin taane, guddina onnee keetii ti.
5. "Milkaa'inni waa'ee bakka itti geessan utuu hin taane, barumsa karaa irratti argamudha.
t.me/asheko68