Kaawonsilii dargaggoota Muslimaa Aanaa Burqaa dhintuu

Kaawonsilii dargaggoota Muslimaa Aanaa Burqaa dhintuu Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Kaawonsilii dargaggoota Muslimaa Aanaa Burqaa dhintuu, Digital creator, AANAA BURQAA DHINTUU, Tefe.

24/07/2026

As wr wb
Dargaggoonni muslimaa MasgiidaanπŸ•Œ tola torbaan guutuu hojii gara garaa jala fiigaa turtan arra guyyaan jumu'aadha namuu gara masgiidaa πŸ•ŒπŸ•ŒπŸ•Œ
waan isin dhibe achitti rabbitti himadha!

Rabbiin waan adduniyaafi aakhiratti isin fayyadu walitti isiniif haaqabu Aamiin

Ψ¬Ω…ΨΉΨ© Ω…Ψ¨Ψ§Ψ±ΩƒΩ‡
24/07/2026

Ψ¬Ω…ΨΉΨ© Ω…Ψ¨Ψ§Ψ±ΩƒΩ‡

πŸ’šπŸŽ†GALMEEN BORU πŸŽ†πŸ’š  =πŸŽ„πŸŽ„πŸŽ„πŸŽ„πŸŽ„πŸŽ„πŸŽ„πŸŽ„πŸŽ„πŸŽ„πŸŽ„πŸŽ„πŸŽ„πŸŽ„πŸŽ„πŸŽ„πŸŽ„πŸŽ†Boru jechuun 12/10/2018 galmeen kaawonsilii dargaggootaa waanjirtuuf dargaggoonni ...
18/07/2026

πŸ’šπŸŽ†GALMEEN BORU πŸŽ†πŸ’š




=πŸŽ„πŸŽ„πŸŽ„πŸŽ„πŸŽ„πŸŽ„πŸŽ„πŸŽ„πŸŽ„πŸŽ„πŸŽ„πŸŽ„πŸŽ„πŸŽ„πŸŽ„πŸŽ„πŸŽ„πŸŽ†
Boru jechuun 12/10/2018 galmeen kaawonsilii dargaggootaa waanjirtuuf dargaggoonni keenya xiqqaafi guddaa osoon hinjenne dhuftanii akka galmooftan waamicha obbolummaa isiniif dabarsina

walta'inni keenya humna keenya

Wal dammaqsaa koottaa insha Allah Sher waliif godhaa

As wr wb   Aanaa Burqaa dhintuu magaalaa Tayfee keessatti leenjiin hubannaa dargaggootaaf kennuufi galmee kaawonsilii da...
17/07/2026

As wr wb
Aanaa Burqaa dhintuu magaalaa Tayfee keessatti leenjiin hubannaa dargaggootaaf kennuufi galmee kaawonsilii dargaggoota galmeesuu kessatti mariin bal'aan taasifameefi jira
Dargaggoonni waamicha keenya dhagayanii nuuf sagantaarratti nuuf argama nama 90 oli warri waamicha keenya dhageessanii dhuftan hundinuu galatoomaa

  hundaafuu=========β‰ˆ================Waamicha Dargaggoota muslimaa magaalaa Tayfee saganta hubannoo kennuufiπŸ‘‚πŸ‘‚ du'aa'iin...
17/07/2026

hundaafuu
=========β‰ˆ================
Waamicha Dargaggoota muslimaa magaalaa Tayfee saganta hubannoo kennuufiπŸ‘‚πŸ‘‚ du'aa'iin🀲 waanjirtuuf Dhimmi islaamaatiifi Kaawonsiliin dargaggootaa waliin ta'uun sagantaa kana qopheysanii waanjiraniif sa'atii 8tti akka nuuf argamtan isiniin jenna

πŸ‘Šiddoon Masgitu-ttaqwaa Biiroo dhimma islaamaa Aanaa Burqaa dhintuu keessa

Caaseffama keenya hanga masgiidatti diriirfannee hawaasa keenyaaf hubannoo gayaa akka kenni nuuf waljajja beessurratti a...
16/07/2026

Caaseffama keenya hanga masgiidatti diriirfannee hawaasa keenyaaf hubannoo gayaa akka kenni nuuf waljajja beessurratti argamna

Address

AANAA BURQAA DHINTUU
Tefe

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Kaawonsilii dargaggoota Muslimaa Aanaa Burqaa dhintuu posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share