16/11/2025
Garaagarummaa Accounting fi Economics Afaan Oromootiin.
Odoo jennu, garaagarummaan barnoota &_Finance fi maal?
(For freshman students only. Kuun keessan bira darbaa)
Mee tokko tokkoon haa ilaallu:
1️⃣ Barnoota Accounting & Finance
Xiyyeeffannaa isaa:
Barnootni kun dhaabbilee daldalaa keessatti maallaqa, bu'aa, investimentii, fi riskii shallaguu fi to’achuu irratti xiyyeeffata (Money management, profit, investment, risk assessment).
✅ Ogummaa ijoo Accounting & Finance keessatti baratamu:
- Maallaqni dhaabbata keessatti akkamitti akka socho’u (Cash flow tracking)
- Bu’aa fi kasaaraa shallaguu (Profit & Loss Analysis)
- Sirna galmee maallaqaa fi qabeenya too’achuu (Financial record keeping: assets, liabilities, equity)
- Kaappitaalaa ramaduu fi riskii xiqqeessuu (Capital allocation & risk control)
bla bla.
✅ Barnoota Ijoo (Core Subjects):
: Financial statements, COGS, asset/liability tracking
: Investment selection, cash flow management, risk assessment
&_Law: Tax systems and financial regulation
: Projecting economic impacts using financial models
✅Ogummaa Accounting and Finance erga gonfatteen booda ogeessa akkamii taatee hojjechuu dandeessa? Kinoo:
Accountant
Financial Manager
Auditor
Investment Banker
_______________________
Dhimma Accounting & Finance asirratti goolabna.
Amma mee gara Economics haa ceenu.👇
2️⃣ Barnoota Economics
Xiyyeeffannaa isaa:
Barnootni Economics waa’ee qabeenya muraasa (scarce resources) akkamitti namoota dhuunfaa, dhaabbilee fi mootummaan fayyadamuun jireenya isaanii sirnaan gaggeeffatan irratti xiyyeeffata.
Jecha biraatiin, qabeenyi akka lafa, humna namaa, maallaqa fi meeshaalee muraasa ta’ee osoo jiru, hawaasni, dhaabbileen fi mootummaa qixa sirrii ta'een akkamitti akka qooddatan fi yoo qooddinsa dogoggoraa jiraate miidhaa akkamii fiduu akka danda'u hubachiisuu irratti fuulleffata.
Kana hubachuun, murtee sirrii kennuuf barnoota murteessaadha.
✅ Ogummaa ijoo Economics keessatti baratamu:
- Sirna gabaa fi hawaasaa (Market systems & society)
- Akkataa qoodama qabeenya xiqqaa qixa sirrii ta’een (Scarcity & resource allocation)
- Dhiibbaa murtii mootummootaa (Policy impact)
✅ Barnoota Ijoo (Core Subjects):
: Inflation, GDP, unemployment
: Individual & firm behavior
: Data analysis & market forecasting
Finance: Government spending, taxation, borrowing
✅ Ogummaa Economics erga gonfatteen booda ogeessa akkamii taatee hojjechuu dandeessa? Kinoo:
Economist
Policy Analyst
Market Researcher
Development Officer
__________________________
Hubannoo dabalataaf YouTube keenya kana subscribe godhaa: 👉 https://youtube.com/?si=p3JJo_Uj7zUtEbb4