Tv Jireenya Nagaa

  • Home
  • Tv Jireenya Nagaa

Tv Jireenya Nagaa This channel created to share demonistration of Divine power of our saviour and Lord Jesus Christ, W
(1)

  Warri dhiphina keessa turan si'achi dukkana keessa hin jiraatan; inni bara durii biyya Zaabiloonii fi biyya Niftaalem ...
02/01/2026


Warri dhiphina keessa turan si'achi dukkana keessa hin jiraatan; inni bara durii biyya Zaabiloonii fi biyya Niftaalem gad deebise, bara dhufutti immoo biyya Yordaanos gamaa fi Galiilaa isa kan saba warra kaaniif ulfina in kenna.
dhufu

02/01/2026

Sagantaa addaa dilbata dhufu

02/01/2026

geessan
Nagaan waaqayyoo hundumaa keessaniif haa ta'uu baga dhalachuu gooftaa keenya yesuus kiristoos isin gahee
Waldaan keenya waldaan jireenya nagaa kiristoos dgalachuu gooftaa keenya yesuus kiristoos sababeeffattee sagantaa guddaa qopheessitee jirti dilbata dura keenya jiru isinis irratti argamtanii wal wajjiniin akka waaqeffannu waamicha kun isinii dhiheessa
Youtube waldaa keenyaa link armaan gaditti argama fayyadamaatin subscribe like share godhaa ulfaadhaa haa ta'u baga filachuu
https://youtu.be/aN7kLshU4I4?si=ioWOEMtFZyEOO69x

02/01/2026
  Jimaata borii waa'ee keef bilbilli misiraachoo fagoorraa sii haa bilbilamuu👏
01/01/2026


Jimaata borii waa'ee keef bilbilli misiraachoo fagoorraa sii haa bilbilamuu👏

  Kabajaatu manakee seena malee salphina mitiAmeen jedhi
01/01/2026


Kabajaatu manakee seena
malee salphina miti
Ameen jedhi

01/01/2026

ሰበር ዜና
ክብር እንጂ ውርደት
ወደ ቤታችሁ አይገባም!

✅Ka'umsa  borii waa'ee keef bilbilli misiraachoo fagoorraa sii haa bilbilamuu👏
31/12/2025

✅Ka'umsa borii waa'ee keef bilbilli misiraachoo fagoorraa sii haa bilbilamuu👏

Dhimmikee siif xumurameera.!!
31/12/2025

Dhimmikee siif xumurameera.!!

    4 kana keessatti jireenya kee keessatti wanti ajaa'ibaa akka jalqabu argeera guyyoota ittii anaanguyyoota itti eebbi...
31/12/2025


4 kana keessatti jireenya kee keessatti wanti ajaa'ibaa akka jalqabu argeera guyyoota ittii anaan
guyyoota itti eebbifamtee firii itti horattudha.siif hata'u
fudhadha

Address


Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Tv Jireenya Nagaa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Tv Jireenya Nagaa:

  • Want your business to be the top-listed Media Company?

Share