BHA follow me

  • Home
  • BHA follow me

BHA follow me Follow the Bonsa Comercial channel on WhatsApp: https://whatsapp.com/channel/0029Vaw26eJ4o7qVvSowDH3Y
(1)

Kan ijaan arkaa jirtan kumi bishaan dhabanii osoo hin taane arsii nageelleti magaalee haraqee   keeysatti oomisha haraqe...
08/12/2025

Kan ijaan arkaa jirtan kumi bishaan dhabanii osoo hin taane arsii nageelleti magaalee haraqee keeysatti oomisha haraqee isa guddaadha.

Warra sadarkaa biyyaatti; Hashiishii fi Haraqee Oomishuutu, jimaa komachaa jira!bla bla! πŸ—£οΈπŸ”ˆ

Daaye🚢🏼

05/12/2025
Big thanks to Zakariya, Surafel Teka, Taki Taki, Basheer Ahmed, Daniel Dani, Dadang Hungkul, Youssou Diop, Abnet Abera E...
01/12/2025

Big thanks to Zakariya, Surafel Teka, Taki Taki, Basheer Ahmed, Daniel Dani, Dadang Hungkul, Youssou Diop, Abnet Abera Evo, Nijam Nijam, Abdii Jihad, AbΓ«l MΓ£rΓΈΓΌf

for all of your support! Congrats for being top fans on a streak πŸ”₯!

Dubbii Ajaa'ibaa!Bishaan Zamzam sakandii 1 keessatti bishaan Leetira 8000 ykn sa'aatii 1 keessatti bishaan Leetira Miliy...
01/12/2025

Dubbii Ajaa'ibaa!
Bishaan Zamzam sakandii 1 keessatti bishaan Leetira 8000 ykn sa'aatii 1 keessatti bishaan Leetira Miliyoona 28.8 maddisiisa.

Ajaa'iba bishaan kun qabu keessaa, Zamzam goonkumaa hin xuraawu!
Akkasuma bishaan Zamzam dheebuu qofaaf osoon tahin nyaata caalaa anniisaa (Energy) Kenna. Kuni qorannoo yeroo ammaa Yoo tahu Nabiyyiin keessan S.A.W waggaa 1444 dura himee ture.

Akkasuma bishaan kun Albuudoota akka Calcium ykn fluoride bishaan biraa caalaa qaba. Kanaaf bishaan Zamzam jerkaana 1 bishaan biraa jerkaana 1000 Yoo walitti makte bishaan zamzamtu injifata. Bishaan Zamzam goonkumaa amala isaa hin jijjiiru. Ajiib!

Bishaan Zamzam waggaa dheeraa dura Kan arkame Yoo tahu Haga ammaatti tajaajilaa jira.

Bishaan kun dhukkuba hedduuf qoricha tahuu qorannoon zamanaa Yoo ibsu, Nabi Muhammad S.A.W ammoo jaarraa 14 Dura "bishaan Zamzam dhukkuba dhugameef hundaaf dawaadha" ja'ee barsiise. Maasha Allah!

Nama hedduutu osoo barruu tana hin dubbisin mata duree qofa ilaalee Bira dabre. Kanaaf Nama jaalala bishaan kanaaf qabuuf jacha barruu tana dubbise hunda Duniyaa irratti bishaan Zamzam, akkasuma Aakhiratti bishaan Koowsar, Hoowdii Nabiyyii irraa Nama dhugu Rabbi haa godhu!

Geessee dheebuu isaa Rabbi nuhaa baasu!

19/11/2025

olaanoo Basheer Ahmed My brother's and sister's Durse Ahmed Amin Kasim Abnet Abera Evo thank-you

09/09/2025

Gammachuu Jaarraa! ✨
Baga Gammaddan! πŸŽ‰πŸŽŠ

Har’i cidha Itiyoophiyaati… πŸ’πŸ‡ͺπŸ‡Ή
Hamoommota taanee hin oolle.. 🌊
Nu hunduu ni fuune malee! 🀝❀️

Abbaay: Paartii miti, πŸš«πŸ›οΈ
Abbaay: Siyaasaa miti, πŸš«βš–οΈ
Abbaay Biyya! 🌍
Abbaay proojektii jaarraati.. πŸ—οΈπŸ’‘

Laga bishaanii osoo hin taane,
laga imimmaaniin guutee,
lafee ilmaan isiitiin hidhame, πŸ¦΄πŸ‘¦
ifaa abdii jijjiirama seenaa maddisiise! πŸ”₯πŸ“–

Maqalee irraa hanga Baaleetti, πŸ“βž‘οΈπŸ“
Sabbatni aayyoo Abbaayiif hin hiikkatin hin jiru, πŸ™Œ
dhagaa laga Abbaayyaa hidhetu ragaa dha! πŸͺ¨βœ…

Hiyyeessa nyaatee garaa hin gahin,
uffatee daara hin bahin,
Abbaayiif namuu bishaan kubbaayyaa tokko tokko qabatee akka waan guuteeti! πŸ’§πŸ₯€

Dafqa qotee bulaatu itti cophe, πŸ‘¨β€πŸŒΎπŸ’¦
dhii/ga dargaggoo biyya kanaatu itti jige,
mindaa hojjattootaatu itti yaa’e… πŸ’°
Abbaay kanaan guute! πŸŒŠπŸ™Œ

Haylesillaaseen yaada uume, πŸ‘‘πŸ’­
Dargiin eddoo inni itti hidhamu 26 qorate,
Mallas bu’uursee eegale,
Abiyyi ni xumure! πŸ—οΈ

Biyya guutuu haa gahu galanni! πŸ‡ͺπŸ‡ΉπŸ™Œ

Yaa bishaan Abbaayyaa… 🌊
Warqiin ati guurtee ormaa fiddu… πŸͺ™βž‘️🌍
Biyyeen ati hartee biyyaa baaftu… πŸŒπŸ«‚
Har’a ilmaan isheetiin abbaan itti dhalate! πŸ‘©β€πŸ‘¦πŸŽ‰

Biyyi Dhaadannoo fi akeekkachiisa addunyaa jiddutti…
Bishaan jaarraa hedduuf haqa isaa dhabdee hidhuu dandeesse: 🚱⏳
Afaan afaan balaan keessaa yaa’u, πŸ˜ˆπŸŒ€
hidhuu dadhabdii? β“πŸ€”
Dhugatti hin dadhabdu!

Hidhaan laga Abbaay: fakkeenya hidhaa laga hiyyummaa, ⛓️πŸ₯€
hidhaa laga nageenya dhabuu nuuf haa tahu! πŸ•ŠοΈπŸ”“

Irra deebiin baga gammaddan! πŸŽŠπŸŽ‰

09/09/2025

tokkotu ture. Fuudhee akkuma waliin jireenya eegalaniin, jireenyi baay'ee itti ulfaate. Kanaaf sababni, duwwummaa golasaanii ture. Furmaata barbaaduuf mana gadhiisee deemuun dirqama itti ta'e. Manaa fi haadha warraasaa gatee, bakka biraa deemee hojii humnaa hojjetee waa qabatee dhufuuf deeme. Waggaan tokko yeroo dhumu galuuf jedhe, garuu homaayyuu walitti qabatee hinjiru. Galmasaa bara itti aanutti qabate. Bara sanas hinmilkoofne. "Har'a...bor...waggaa har'aa...bara dhufu...." osoo jedhuu waggaa 15 mana irraa fagaatee ture.

Maallaqni inni walitti qabatee jiru qarshiii 3000 qofaadha. Amma galuun hin oolumaaf, kanuma qabatee galuuf qajeele. Namoota muraasa ta'anii osoo daandii dheeraa deemaa jiranii, jaarsa tokkotti dhufani. Haasawaa keessa, dargageessichi haala keessa ture itti haasahuu hindhiifne. Kanaan wal qabsiisee jaarsichi waan tokko jedheenii. "Qarshii qabattee jirtu kana naaf kenni, animmoo gorsan si gorsa. Gorsi ani si gorsu kun, furtuu jireenyakee ta'a" jedheen. Akka godhu dhabe. Kan qabuu kanuma, kanuma kennuuf jira. Kennes! Jaarsis, qarshii 3000 kanaan gorsa sadii kenneef.
"1. Dhiyoo jettee karaa qaxxaamuraa hin deemiin!
2. Waan si hin ilaallanne keessa hin seeniin!
3. Ariifattee murtoo hin kenniin!" kan jedhu ture.

Dargageessichi gorsa isaa fudhatee harka duwwaa isaa yommuu qajeelu, warreen kaan gorsicha tuffachuun itti qoosaa turani. Akkanumaan osoo deemanii, bakka wayii gahani. Karaa bosona tokko keessa nama baasu deemuuf yeroo qajeelan, dargageessichi gorsa jaarsaa yaadatee deebi'e. "Dhiyoo jettee karaa qaxxaamuraa hin deemiin!" jedheera jaarsi. Kanaaf warreen kaan dhiisee karaa biraa qabate. Osooma deemuu, karaatti itti dhiyee mana namaatti gore, buluuf. Osoon turiin oduu tokkootu gurra isa bu'e. Saamtonni jarreen bosona keessa bahuuf deeman sana saamanii boodarra akka isaanuu ajeessan, oduu gaddaa dhagahe. Gorsa jaarsaattis baay'ee gammade.

Mooraa mana bulee sana keessatti awwala arge, dargaggeessichi. Maal akka ta'e gaafata. Abb

Deeggartoota olaanoo haaraa kootiif galata guddaa! Surafel Teka, Abdii Jihad, Basheer Ahmed, AbΓ«l MΓ£rΓΈΓΌf, Youssou Diop, ...
09/09/2025

Deeggartoota olaanoo haaraa kootiif galata guddaa! Surafel Teka, Abdii Jihad, Basheer Ahmed, AbΓ«l MΓ£rΓΈΓΌf, Youssou Diop, Abnet Abera Evo, Taki Taki, Daniel Dani, Dadang Hungkul, Nijam Nijam

Deeggartoota olaanoo haaraa kootiif galata guddaa! Surafel Teka, Abdii Jihad, Basheer Ahmed, Daniel Dani, Abnet Abera Ev...
31/08/2025

Deeggartoota olaanoo haaraa kootiif galata guddaa! Surafel Teka, Abdii Jihad, Basheer Ahmed, Daniel Dani, Abnet Abera Evo, Taki Taki, AbΓ«l MΓ£rΓΈΓΌf, Dadang Hungkul, Youssou Diop, Nijam Nijam

πŸ‘‹ πŸ‘‹ πŸ‘‹ πŸ‘‹ πŸ‘‹ πŸ‘‹ πŸ‘‹ πŸ‘‹ πŸ‘‹ πŸ‘‹ πŸ‘‹ πŸ‘‹ πŸ‘‹ πŸ‘‹ πŸ‘‹ πŸ‘‹ πŸ‘‹ πŸ‘‹ πŸ‘‹ πŸ‘‹ πŸ‘‹ πŸ‘‹ πŸ‘‹ πŸ‘‹ πŸ‘‹ πŸ‘‹ πŸ‘‹ πŸ‘‹ πŸ‘‹ πŸ‘‹ πŸ‘‹ πŸ‘‹ πŸ‘‹ πŸ‘‹ πŸ‘‹ πŸ‘‹ πŸ‘‹ πŸ‘‹ πŸ‘‹ πŸ‘‹ πŸ‘‹ πŸ‘‹ πŸ‘‹ πŸ‘‹ πŸ‘‹ πŸ‘‹ πŸ‘‹ πŸ‘‹ πŸ‘‹ πŸ‘‹ πŸ‘‹ πŸ‘‹  my love πŸ’“ ❀️ 😍 ...
31/08/2025

πŸ‘‹ πŸ‘‹ πŸ‘‹ πŸ‘‹ πŸ‘‹ πŸ‘‹ πŸ‘‹ πŸ‘‹ πŸ‘‹ πŸ‘‹ πŸ‘‹ πŸ‘‹ πŸ‘‹ πŸ‘‹ πŸ‘‹ πŸ‘‹ πŸ‘‹ πŸ‘‹ πŸ‘‹ πŸ‘‹ πŸ‘‹ πŸ‘‹ πŸ‘‹ πŸ‘‹ πŸ‘‹ πŸ‘‹ πŸ‘‹ πŸ‘‹ πŸ‘‹ πŸ‘‹ πŸ‘‹ πŸ‘‹ πŸ‘‹ πŸ‘‹ πŸ‘‹ πŸ‘‹ πŸ‘‹ πŸ‘‹ πŸ‘‹ πŸ‘‹ πŸ‘‹ πŸ‘‹ πŸ‘‹ πŸ‘‹ πŸ‘‹ πŸ‘‹ πŸ‘‹ πŸ‘‹ πŸ‘‹ πŸ‘‹ πŸ‘‹ πŸ‘‹ my love πŸ’“ ❀️ 😍 πŸ’– ❣️ πŸ’• πŸ’“ ❀️ 😍 πŸ’– ❣️ πŸ’•

Si afeere music kana
09/08/2025

Si afeere music kana

Henok Tigabu - Begil Enena Anchi - αˆ„αŠ–αŠ­ αŒ₯αŒ‹α‰‘ - α‰ αŒαˆ αŠ₯αŠ”αŠ“ αŠ αŠ•α‰Ί - New Amharic Music 2025 (Official Video) #αŠ₯αŠ•αŒŽα‰»...

Address


0000

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when BHA follow me posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to BHA follow me:

  • Want your business to be the top-listed Media Company?

Share